10 versículos inspiradores para compartilhar no dia da mulher e homenageá-las
O Dia Internacional da Mulher é uma data especial para reconhecer o valor, a força e a sabedoria das mulheres. A Bíblia é repleta de versículos que exaltam o papel feminino e destacam sua importância na sociedade e na fé.
Separamos 10 versículos para inspirar e homenagear as mulheres neste dia tão significativo.
1. Provérbios 31:25
Isiin hunnaa fi ulfinna akka woya’aa uffatti;
bara dhufaaru itti gammaddi.
2. Provérbios 31:30
Miidhagiis nama soba;
dansummaan hin baddi;
dubartiin Mootii Waan Maraa sodaattu ammoo hin leellifanti.
3. Juízes 4:4
Yennaa san Deboraan raagittiin haati manaa Laphiidotii, kolbaa Israa’eliitiif haadha mura’aa ti.
4. Salmos 46:5
Waaqi qachaa san keessa waan jiruuf,
qachaan sun hin tacho’u;
Waaqi barii ganama qachaa san hin qarqaara.
5. Gênesis 1:27
Maarre Waaqi akka bifa ifiititti nama dade. Dhiiraa fi dubartii godhee isaan dade.
6. Lucas 1:45
Dubbiin Goottaan isi’itti dubbate akka muummottu ta dhugeeffatte ta badhaate» jette.
7. 1 Pedro 3:3-4
Shaggummaan teessan waan alaan mudhatuun mataa dhowatiisaan, worqii naqatiisaan, yookiin woyaa gatii guddo’oo uffatiisaan ifi seefatiisaan hin te’in. Ammoo shaggummaan teessan, ka ayyaanni qajeela’aa fi sirnaamessi Waaqa duratti gatiin isaa guddaa te’e keessa jiru, ka yennaa mara hin banne, seefata keessa nafa keessanii te’uu ti.
8. Provérbios 14:1
Dubartiin qaroon mana ifii ijaarratti;
dubartiin gowwaan ammoo
harkuma ifiitiin mana ifii diiddi.
9. Cantares de Salomão 4:7
Jaalallee tiyya, ati attam attam dansitti’i!
Womaa dhidhinna hin qaddu.
10. Êxodo 15:20
Achiin duuba Miiriyamiin raagittiin, obboleettiin Aaronii, dibbee fudhattee baatee, dubartooti martinuu dibbee dhowaa, sirbaa isii gula yaa’ane.
Estes versículos mostram a importância e o papel especial que Deus deu às mulheres. Compartilhe com aquelas que fazem diferença na sua vida e abençoe-as com essas palavras de fé e encorajamento.
Se esse conteúdo te ajudou, compartilhe a Palavra de Deus com seus amigos e familiares.