Publicidade

Alegria e felicidade

Por Bíblia Online

A alegria é fruto do Espírito e marca do cristão. Alegrai-vos sempre no Senhor! A Bíblia ensina que a alegria de Deus é nossa fortaleza — não depende de circunstâncias, mas da presença de Deus.

Alegrai-vos no Senhor

Alegrai-vos sempre no Senhor! Outra vez digo: alegrai-vos! Na presença de Deus há plenitude de alegria eterna.

Yennaa mara Gootta’aan gammada’a! Ittuma deebi’ee jedha, gammada’a!

Yennaa mara Gootta’aan gammada’a! Ittuma deebi’ee jedha, gammada’a!

Ati daandii jiru’uu natti hin mudhitta;

gammadi guutuun fuula keeti dura,

wonni haga bara baraa nama gammachiisu

harka keeti middicha keessa jira.

Ati daandii jiru’uu natti hin mudhitta;

gammadi guutuun fuula keeti dura,

wonni haga bara baraa nama gammachiisu

harka keeti middicha keessa jira.

Mootiin Waan Maraa

fuula kiyya dura akka naaf jiru,

ani yennaa mara hin beeka.

Inni midda kiyya waan jiruuf,

ani hin raafamu.

Tanaaf, gadhaan kiyya hin gammada;

arrabi kiyya hin ilillisa;

nafi kiyyalle sodaa malee hin foorfata.

Worri gara keeti baqatu marti ammoo

gammaduu ti;

isaan haga bara baraa ilillisanuu ti.

Worri maqaa keeti jaalatu marti si’itti

gammadee akka firinxiixu isaan eegi.

Ati addee ani itti dhokadhu;

ati rakkinna irraa na eedda.

Ati ililleettii worra bayiisa kiyyatti firinxiixuun na marsite.

Waaqi Biyya Lafaa Irratti Mooti’i
Faaruu ilmaan Qoraahii, sooressa faarfattootaatiif.

Gosi biyya adda addaa marti,

harka keessan dhowa’a;

qoonqoo ol qabadha’aatii,

Waaqaaf ilillisa’a.

Mootiin Waan Maraa

kolbaa ifiitiin waan gammaduuf,

worra gad ifi qabu,

akka injifatanu godhee ulfinna kennaaf.

Fruto do Espírito

O fruto do Espírito é amor, alegria, paz. A alegria do Senhor é nossa fortaleza — não depende do mundo.

Midhaan Ayyaanaa ammoo jaalala, gammada, nageya, ossa, arjummaa, dansummaa, addatama, qajeelumma’aa fi ifi qabatiisa. Seerri waan akkasii kana dhooggu hin jiru.

Nahimiyaan, «Dhaqa’aatii sagalee filante nyaadha’a; untoo mi’oottuulle una’a! Worra hin qannelle’eef irraa qooda’a! Guyyaan kun guyyaa Mootii Waan Maraa keennaaf woyyoomeeru; gammadi Mootii Waan Maraa isiniif kennu jabeenna keessan waan te’eef, hin gaddina’a!» jedhe.

Nahimiyaan, «Dhaqa’aatii sagalee filante nyaadha’a; untoo mi’oottuulle una’a! Worra hin qannelle’eef irraa qooda’a! Guyyaan kun guyyaa Mootii Waan Maraa keennaaf woyyoomeeru; gammadi Mootii Waan Maraa isiniif kennu jabeenna keessan waan te’eef, hin gaddina’a!» jedhe.

Guyyaan Mootiin Waan Maraa tolche kana;

itti gammannee firinxiindhuu ti.

Akkuma nami durummaa guddo’otti gammadu,

ani qajeelfama keeti hordofiisatti

hin gammada.

Seerri keeti haga bara baraa

dhaala kiyya waan te’eef,

gammadi gadhaa kiyyaa isa.

Gatii Nama Waaqaaf Ajajamuu
Faaruu Ittiin Ol Bayanu

Nami Mootii Waan Maraa sodaatu marti,

ka karaa isaa ideemu ka gammade.

Waan harka keetiin eloottee

dhaggatte hin nyaatta;

ati hin gammadda; hin milkoottalle’e.

Alegria nas tribulações

Os que semeiam em lágrimas ceifarão com alegria. Tende por motivo de grande gozo quando caídes em diversas tentações.

Worri imimmaan dhangalaasaa facaasane,

ilillisaa haammatan.

Aariin isaa yennaa diqqoo qofa;

tolli isaa ammoo bara jiru’uu mara.

Halkan bowaa yoo bulane,

ganama ammoo ililleessi hin te’a.

Aariin isaa yennaa diqqoo qofa;

tolli isaa ammoo bara jiru’uu mara.

Halkan bowaa yoo bulane,

ganama ammoo ililleessi hin te’a.

Dhugeeffanna’aa Fi Qarummaa

Obboleeyyan tiyya! Haga ilaallatama adda addaatiin ilaallatamuun yoo isinitti dhuttelle, akka gammadaatitti fudhadha’a! Sababille haga ilaallatamuun dhugeeffannaa teessanii ciniinnattanee ossiisa akka fidu hin beettan.

Muki harru’uu midhaan buusuu dhabulle,

muki woyni’ii midhaan buusuu dhabulle,

muki ejersaalle midhaan kennuu dhabulle,

fichaan midhaan baasuu dhabulle,

hooleen gooree keessaa dhabantulle duwwaa hattulle

loon moonaa keessaa dhabamanulle,

tun marti teetulle

ani Mootii Waan Maraatitti hin gammada;

Waaqa fayyisaa kiyyatti gammadee firinxiixa.

Ani hunna ka dhaggadhu dadhabaa yennaa te’utti waan teeteef Kiristoosiif yennaa dadhabu, yennaa arraffamu, yennaa rakkadhu, yennaa miidhamu fi yennaa yaaddawu hin gammada.

Isin isa dhagguu dhaddanulle isa hin jaalattan; isin amma isa dhagguu dhaddanulle, isatti dhugeeffattanee gammada gudda’aa fi ulfinna hagana jedhamee hin himanneen gammaddan. Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna’aan eeggattanu fudhattan.

Isin isa dhagguu dhaddanulle isa hin jaalattan; isin amma isa dhagguu dhaddanulle, isatti dhugeeffattanee gammada gudda’aa fi ulfinna hagana jedhamee hin himanneen gammaddan. Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna’aan eeggattanu fudhattan.

Alegria compartilhada

Alegrai-vos com os que se alegram. O Senhor fez coisas grandiosas por nós — alegrai-vos no Senhor e regozijai-vos.

Addii qaddanuun gammada’a; rakkinna ossadha’a; yennaa mara daadimadha’a.

Worra gammadu woliin gammada’a; worra bowu woliin bowa’a.

Mootummaan Waaqaa mootummaa balchumma’aa, nageyaatii fi gammada Ayyaanni Woyyichi kennuu ti malee, mootummaa nyaataatii fi uniisaatii moti.

Mootummaan Waaqaa mootummaa balchumma’aa, nageyaatii fi gammada Ayyaanni Woyyichi kennuu ti malee, mootummaa nyaataatii fi uniisaatii moti.

Addiin teessan hunna Ayyaana Woyyichaatiin ittuma akka guddattu, Waaqi addii namaaf kennu, isatti dhugeeffachuu keessaniin, gammadaa fi nageya maraan isin guutuu ti.

Maarre anille fedhii Waaqaa yoo teete, gammadaan gara keessan dhufee, isin dhaggee isin woliin hin haareffama.

Tanaaf Waaqi nama gammadaan kennu waan jaalatuuf, nami tokko tokkonuu waan gadhaa ifiitiin kenniisaaf barbaade gammadaan kennuuti malee, gaabbaa yookiin hunnaan hin kennin.

Dhugeeffannaan, nama waan qabuun dande’ee le’u biratti bu’aa guddaa qaddi.

Worri amma biyya lafaa tanatti dureeyyii te’ane akka hin koorre, yookiin addii isaanii karra hin addachiinne irratti adoo hin te’in, akka ittiin gammannuuf Waaqa waan duuchii fakkansee nu’uuf kennutti akka addii godhatanu isaan ajaji.

Jesus e a alegria

A minha alegria esteja em vós e a vossa alegria seja completa. Pedi e recebereis para que a vossa alegria seja plena.

«Gammadi kiyya isin keessa akka jiraatuuf, gammadi keessanille guutuu akka te’uuf tana dubbadhe.

«Gammadi kiyya isin keessa akka jiraatuuf, gammadi keessanille guutuu akka te’uuf tana dubbadhe.

Isin amma gaddiisatti jirtan; ani ammoo deebi’ee isin hin dhagga; gadhaan keessan hin gammada; gammada keessan eennulle isin irraa hin fudhatu.

Haga ammaa maqaa kiyyaan waan tokkolle hin gaafanne; gammadi keessan guutuu akka te’uuf, gaafadha’a hin fudhattan» isaaniin jedhe.

Nuuti jalqaba’aa fi muummessaa dhugeeffannaa teennaa ka te’e Yesuus ilaaliisaan rukkinna; inni waan gammadi fuula isaa dura jiruuf, salphinna fannoo irratti du’iisaa adoo woyitti hin laakkowin, rakkinnaa fi du’a fanno’oo ossatee midda barcumaa mootumma’aa ka Waaqaatitti tee’e.

Dhugeeffanna’aan malee Waaqa gammachiisuun hin dande’amu; nami gara Waaqaa dhiyaatu, akka Waaqi jiruu fi worra isa barbaaduuf ka gatii kennu akka te’e dhugeeffatuu qaba.

Alegria eterna

Alegria eterna terão sobre suas cabeças. O Senhor reinará com alegria sobre o seu povo para todo o sempre.

Waaqa, ati gosa baceessiteerta;

gammada isaaniille itti edeeteerta;

namooti yennaa midhaan galfatanu,

boojuulle yennaa qoodamanu akkuma gammadanu,

isaan si duratti hin gammadan.

Ee kolbaa Xiyoonii,

Waaqi guddaan woyyichi Israa’elii,

odduu teessan waan jiruuf,

ilillisaa gammadaan faarsa’a» hin jettan.

Worri Mootiin Waan Maraa wode hin deebi’an;

faarfataa gara Xiyoonii hin galan.

Kallacha gammada bara baraa mata’atti hin keyatan;

isaan gammadaa fi qananummaa hin dhaggatan;

gaddaa fi aadiis isaan irraa hin fagaata.

Ani Mootii Waan Maraatiin guddoo gammada;

lubbuun tiyyalle Waaqa kiyyaan firinxiixxi.

Akkuma waajibichi akka hayyu’uu marata mata’atti maratu,

akkuma waajibittiin dooqaan ifi seefattu,

inni woyaa fayyinnaa

natti uffiseera;

bullukkoo balchumma’aalle itti dabalee natti uffiseera.

Ani Mootii Waan Maraatiin guddoo gammada;

lubbuun tiyyalle Waaqa kiyyaan firinxiixxi.

Akkuma waajibichi akka hayyu’uu marata mata’atti maratu,

akkuma waajibittiin dooqaan ifi seefattu,

inni woyaa fayyinnaa

natti uffiseera;

bullukkoo balchumma’aalle itti dabalee natti uffiseera.

Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si woliin jira;

hunni isaa injifannoo sii kenniti;

inni guddoo sitti hin gammada;

jaalala ifiitiin jiruu teeti hin haaressa;

inni faaru’uun si’itti hin gammada» hin jedhan.

Wonni ati amma gootu Waaqa duratti fudhatama waan qadduuf, dhaqiitii sagalee teeti gammadaan nyaadhu; daadhii woyni’ii teetille gadhaa gammadaatiin uni.

Gammada fayyisiisa keeti irraa dhufu san,

adde’etti naaf deebisi;

akka si’iif ajajamu na qarqaar.

Eebba bara baraa isaaf kennite;

ati isa woliin waan jirtuuf, isa gammachiitta.

Yennaa yaaddoon gadhaa kiyyatti bacattu,

ati na jajjabeessitee lubbuu tiyya gammachiitta.

Mootiin Waan Maraa jabeenna kiyya;

wontee tiyyalle’e;

ani isatti addadha.

Inni waan na qarqaaree na gammachiiseef,

ani faaru’uun isa hin galateessa.

Addiin worra balcha’aa gammada;

addiin worra hama’aa bu’aa hin qaddu.

Nami deebii malte namaaf deebisiisaan gammada;

dubbiin yennaa isi’ii maltetti

dubbatantu attam attam dansa’a!

Nami deebii malte namaaf deebisiisaan gammada;

dubbiin yennaa isi’ii maltetti

dubbatantu attam attam dansa’a!

Abbaan nama balcha’aa gammada guddaa qaba;

ka ilma qaroo qabulle isatti hin gammada.

Yennaa mara gammada’a; yennaa mara daadimadha’a; waan maraa keessatti Waaqa galateeffadha’a. Jiruu isin Yesuus Kiristoosiin qaddanu keessatti wonni Waaqi isin irraa barbaadu kana.

Ani isinitti hima, akkuma kana, balchoota sagaltamii sagali ka cubbuu irraa deebi’iisi hin barbaachinne caalaa, cubbichi tokko cubbuu ifii irraa yoo deebi’e ol gubba’atti gammadi guddaan hin te’a» jedhe.

Mammaassa Karra Dhokatteertuu

Yesuus, «Mootummaan ol-gubbaaa karra fichaa keessatti dhoffante, ta nami tokko dhaggee deebisee dhosse fakkaatti; achiin duuba gammadaan deemee waan qabu mara gurguree fichaa san bitate.

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-