Pular para o conteúdo
Publicidade

Amizade

Por Bíblia Online

A amizade é um dos dons mais preciosos da vida. A Bíblia celebra amizades profundas — Davi e Jônatas, Rute e Noemi, Paulo e Timóteo — modelos de lealdade, fé e amor.

Valor da amizade

Há amigo mais chegado do que um irmão. Em todo tempo ama o amigo. A amizade verdadeira permanece nas tempestades.

Jaaloti gariin nama balleessiti;

jaaloti obboleessa caalaa

namatti dhikaatanulle ammoo hin jiran.

Jaaloti gariin nama balleessiti;

jaaloti obboleessa caalaa

namatti dhikaatanulle ammoo hin jiran.

Jaalli yennaa mara si jaalata;

obboleessille yennaa rakko’ootiif dhalata.

Jaalli yennaa mara si jaalata;

obboleessille yennaa rakko’ootiif dhalata.

Nami yakkaa namaaf araaramu,

jaala qabaata.

Nami dubbii dabartetti deddeebi’u ammoo

jaalota gargar baasa.

Akkuma sibiilli sibiila cabbu,

namille nama cabba.

Akkuma sibiilli sibiila cabbu,

namille nama cabba.

Fiqire’ee fi qayyi nama gammachiisan;

gammachiisiis jaalaalle

gorsa dansaa isaa irraa madda.

Fiqire’ee fi qayyi nama gammachiisan;

gammachiisiis jaalaalle

gorsa dansaa isaa irraa madda.

Jaalota teetii fi jaalota abbaa keetii hin lakkisin;

yennaa rakkinnaa mana obboleessa keetii hin dhaqin;

obboleessa fagoo jiruu mannaa,

ollaa dhikoo jiru woyya.

Jaalota teetii fi jaalota abbaa keetii hin lakkisin;

yennaa rakkinnaa mana obboleessa keetii hin dhaqin;

obboleessa fagoo jiruu mannaa,

ollaa dhikoo jiru woyya.

Jaalala dhokate caalaa,

xixicha mudhatu woyya.

Sunqaa diinaatii mannaa,

jaalli si madeessu woyya.

Nami qaroo woliin ideemu qaroo hin te’a;

waa’elli gowwa’aa ammoo hin farra.

Nami micciiramaan lola kaasa;

nami nama hamatu jaalota gargar baasa.

Lammeessoo

Nama aarammeessa jaala hin godhatin;

nama dafee aarutti hin maxxanin.

Ati isa irraa barattee,

tiyyoo isaa keessa seenta fa’a.

Amizade cristã

Vós sois meus amigos se fazeis o que eu mando. Jesus nos chama de amigos — que honra imensa e responsabilidade!

Nami tokko jiruu ifii jaalota ifiitiif dabarsee kenniisa irra caalaa, jaalala caalu hin qabu.

Nami tokko jiruu ifii jaalota ifiitiif dabarsee kenniisa irra caalaa, jaalala caalu hin qabu.

Haganaa achi garboota tiyya isiniin hin jedhu, sababille garbichi waan goottaan isaa godhu hin beeku. Ani waan Abbaa kiyya irraa dhage’e mara waan isinitti himeeruuf, jaalota tiyya isiniin jedheera.

Ajaji kiyya kana: akkuma ani isin jaaladhe, isinille wol jaaladha’a.

Akka obboleeyyanii o’isaaatii wol jaaladha’a; ulfinna woliif kenniisaaf wol doggoma’a.

Isin jajjabeessiisaaf, eebba Ayyaanaa isiniin geyiisaaf, ani isin dhaggiisaaf guddoo barbaadeera. Isin dhugeeffannaa tiyyaan anille dhugeeffannaa teessaniin, nuuti lamaanuu akka wol jajjabeessinu jechuu kiyya.

Waaqi Jaalala

Jaalota tiyya! Jaalaltiin Waaqa irraa waan teeteef, kowa’a wol jaalannaa! Nami jaalatu maraa ilma Waaqaa ti, Waaqalle hin beeka.

Jaalota tiyya! Waaqi akkana yoo nu jaalate, nuutille wol jaalatuu qanna. Eennulle Waaqa ijjumaa hin dhaggine; yoo wol jaalanne Waaqi nu keessa hin jiraata, jaalaltiin isaalle nu keessatti guutuu teeti.

Nami Waaqa jaalatu, obboleessa ifiille jaalatuu qaba, ajaja jedhu Kiristoos nu’uuf kenneera.

Exemplos bíblicos

Davi e Jônatas fizeram aliança de amizade. Rute se apegou a Noemi. Abraão foi chamado amigo de Deus.

Yonaataanii Fi Daawiti jaala Wolii Te’ane

Daawiti akkuma Saa’ol woliin dubbatee fixateen, Yonaataan Daawiti woliin jaalomee, akka lubbuu ifii isa jaalate. Guyyaa saniin jalqabee, Saa’ol isa fudhate; akka Daawiti gara mana abbaa ifii deebi’u isa hin lakkinne. Yonaataan akka lubbuu ifii isa waan jaalateef, isa woliin gondooroo godhate.

Yonaataan akka lubbuu ifii isa waan jaalateef, isa woliin gondooroo godhate.

Daawitii Fi Mefii-Bosheet

Daawiti, «Marroo Yonaataaniitiif jedhee ka ani waan dansaa godhuufii dande’u, sanyii Saa’olii keessaa nami hafe hin jiraataa laati?» jedhee gaafate.

Ruuti ammoo, «Si biraa akka deemu yookiin duubatti akka deebi’u na hin uttisin! Addee ati deentu, anille hin deema; addee ati leetu, anille hin le’a; kolbaan teeti kolbaa tiyya, Waaqi keeti Waaqa kiyya naa hin te’a. Addee ati itti duututti, anille hin du’a; achitti hin awwaalama, du’a malee wonni si irraa gargar na baasu yoo jiraatte, Mootiin Waan Maraa natti muruu ti!» jette.

Barreeffam Woyyichi, «Abrahaam Waaqa dhugeeffate, dhugeeffannaan isaalle balchumma’atti laakkowante» jedhu muummowe; innille jaala Waaqaa jedhame.

«Nami jaala ifii ka rakkatteef marartii dhabu,

Waaqa waan mara dande’u sodaatiisa lakkiseera.

Isin kolbaa Waaqaaf hin addatanne! Biyya lafaatiin jaalomuun diina Waaqaa akka nama gootu hin beettanuu? Tanaaf nami jaala biyya lafaa te’uu halchu, diina Waaqaa hin te’a.

Companheirismo

Dois são melhores do que um. Quão bom e suave é que os irmãos vivam em união! A amizade fortalece e edifica.

Eloo ifiitiif bu’aa dansaa waan dhaggatanuuf, tokko te’uu irra lama te’uu woyya. Tokko yoo jige, kuun ol kaasa; yoo jige, ka ol isa kaasu, nama hin qanneef ammoo aanne’e.

Tokko yoo jige, kuun ol kaasa; yoo jige, ka ol isa kaasu, nama hin qanneef ammoo aanne’e.

Nami tokko nama qofuu jiru injifatulle, nami lama ifi irraa dhooggatuu dande’an. Wodaroon sadiin dhowante ariifattee hin cittu.

Eloo ifiitiif bu’aa dansaa waan dhaggatanuuf, tokko te’uu irra lama te’uu woyya.

Jaalala Kolbaa Waaqaa

Faaruu Daawitii Ta Ittiin Ol Bayanu

Kolbaan Waaqaa

tokkumma’aan yennaa woliin leetu,

attam attam dansa’a;

attam attam nama gammachiisa!

Jaalala Kolbaa Waaqaa

Faaruu Daawitii Ta Ittiin Ol Bayanu

Kolbaan Waaqaa

tokkumma’aan yennaa woliin leetu,

attam attam dansa’a;

attam attam nama gammachiisa!

Tokkummaan tun

akka zayitii ejersaa ta gatii guddo’oo

ta mataa irraa areeda irra gad yaatu,

areeda Aaronii irra,

haga handaara woyaa isaa gad yaatuu ti.

Tokkummaan tun

akka fixeensa gaara Hermoonii,

ka gaarota Xiyoonii irratti bu’uu ti;

eebbi jiruu bara baraa

achi irratti akka dhaggamu

Mootiin Waan Maraa ajajeera.

Waaqi worra qofi le’uuf maatii hin kenna;

worra hidhamelle qananumma’atti hin baasa;

finqiltooti ammoo goomolee godduu keessa le’an.

haadhaa fi abbaa keetiif ulfinna kenni; ammalle, ollaa keeti akka mataa keetii jaaladhuka jedhu» jedheen.

Hin gowwoomina’a. «Hari’aan badduun amala dansaa balleessiti».

Hin gowwoomina’a. «Hari’aan badduun amala dansaa balleessiti».

Seja o primeiro