Batismo
O batismo é mandamento de Jesus e proclamação pública de fé. É símbolo de morte para o pecado, sepultamento com Cristo e ressurreição para uma vida nova no Espírito.
O mandamento de Jesus
Ide e fazei discípulos, batizando-os em nome do Pai, do Filho e do Espírito Santo. O batismo é porta de entrada na comunidade cristã.
Tanaaf gara gosa biyya adda addaa deema’aatii maqaa Abba’aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyichaatiin isaan cuuphaa, barattoota tiyya godha’a. Waan ani isin ajaje maralle akka eegatanu barsiisa’a. Anille yennaa mara haga muummee biyya lafaa isin woliin jira» isaaniin jedhe.
Yesuus gara isaanii dhufee, «Baalliin duudiin ol-gubba’aa fi lafa irratti naaf kennanteerti. Tanaaf gara gosa biyya adda addaa deema’aatii maqaa Abba’aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyichaatiin isaan cuuphaa, barattoota tiyya godha’a. Waan ani isin ajaje maralle akka eegatanu barsiisa’a. Anille yennaa mara haga muummee biyya lafaa isin woliin jira» isaaniin jedhe.
Yesuus yennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yordaanosii dhufe.
Nami dhugeeffatee cuuphame mara hin fayya; ammoo ka hin dhugeeffanne mara itti murama.
Achiin duuba inni, «Gara biyya lafaa duudii dhaqa’aatii, kolbaa maratti Oduu Gammadaa lallaba’a. Nami dhugeeffatee cuuphame mara hin fayya; ammoo ka hin dhugeeffanne mara itti murama.
Eegi san adoo hin turin Yesuus, qachaa Naaziretii ka Galiilaa keessatti dhaggamuu dhufee, laga Yordaanosiititti harka Yohaannisiititti cuuphame. Akkuma Yesuus bisaan keessaa bayeen, ol-gubbaan saaqantee, Ayyaanni Woyyichi saphaliisa fakkaatee dhufee isa irra bu’uun dhagge.
Morrer e ressuscitar
Fomos sepultados com Cristo pelo batismo na morte para que andemos em novidade de vida. O batismo é renascimento pelo Espírito.
Nu worri Yesuus Kiristoos woliin tokko te’iisaaf cuuphanne maraa, du’a isaalle qoodamiisaaf akka cuuphanne hin beettanuu ree? Yennaa cuuphamaan isa woliin awwaalanne, worra du’a isaalle qoodamu teeneerra; tanaaf akkuma Kiristoos ulfinna Abba’aatiin du’aa ka’e, nuutille jiruu haareyaan hin jiraanna.
Nu worri Yesuus Kiristoos woliin tokko te’iisaaf cuuphanne maraa, du’a isaalle qoodamiisaaf akka cuuphanne hin beettanuu ree?
Waawwo’o! Nu worri cubbuu jalaa duune, attam cubbuma jala jiraanna ree? Nu worri Yesuus Kiristoos woliin tokko te’iisaaf cuuphanne maraa, du’a isaalle qoodamiisaaf akka cuuphanne hin beettanuu ree? Yennaa cuuphamaan isa woliin awwaalanne, worra du’a isaalle qoodamu teeneerra; tanaaf akkuma Kiristoos ulfinna Abba’aatiin du’aa ka’e, nuutille jiruu haareyaan hin jiraanna.
Du’a isaatiin yoo akkas isa woliin tokko teene, du’aa ka’iisa isaatille’een isa woliin tokko hin teena. Le’iin teenna cubbaalettiin akka badduu fi garboolee cubbu’uu te’iis keenna akka hafuuf, nafi keenna dullachi Kiristoos woliin akka fannifame hin beenna. Nami du’e hunna cubbu’uu jalaa bilisa bayeera.
Yennaa cuuphantane Kiristoos woliin awwaalantane; isa wolille’een du’aa kaataneertan; hunna Waaqaa ka Kiristoos du’aa kaasetti waan dhugeeffattaneef, du’aa kaatane.
Kiristoos Yesuusitti dhugeeffatiisaan, isin martinuu ijoollee Waaqaa ti. Isin worri Kiristoos woliin tokko te’iisaaf cuuphantane maraa, Kiristoos akka woya’aa uffattaneertan.
Yesuus deebisee, «Ani dhugaa sitti hima, eennulle bisaanii fi Ayyaana Woyyichaan yoo hin dhalatin, mootummaa Waaqaatitti galuu hin dande’u.
Yesuus deebisee, «Ani dhugaa sitti hima, eennulle bisaanii fi Ayyaana Woyyichaan yoo hin dhalatin, mootummaa Waaqaatitti galuu hin dande’u.
hujii balchummaa nuuti hunyeef adoo hin te’in, marartii ifiitiin, karaa dhiqata dhaloota lammeesso’ootii fi Ayyaana Woyyichaan haareffamiisaatiin nu fayyise.
Bisaan kun fakkeenna cuuphama amma isin fayyisuu ti; cuuphami kunille xurii nafaa dhiqatiisa adoo hin te’in, gaaffii wodanaa qullicha dhaggatiisaaf gara Waaqaa dhikaattu. Innille karaa du’aa fi ka’a Yesuus Kiristoosiitiin isin fayyisa.
Batismo e Espírito
Arrependei-vos e cada um seja batizado. O batismo no Espírito Santo é poder para vida e testemunho.
Pheexroos isaaniin, «Cubbuu teessaniif akka araarri kennamu, tokkoon tokkoon keessan cubbuu teessan irraa deebitanee, maqaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphama’a; kennansa Waaqaa, Ayyaana Woyyicha hin fudhattan.
Pheexroos isaaniin, «Cubbuu teessaniif akka araarri kennamu, tokkoon tokkoon keessan cubbuu teessan irraa deebitanee, maqaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphama’a; kennansa Waaqaa, Ayyaana Woyyicha hin fudhattan.
Worri hedduun waan inni jedhu dhugeeffatee cuuphame; gaafas dhugeeffattooti gara kuma sadii dabalamane.
Isaan ammoo Filiphoos marroo oduu gammada Mootummaa Waaqaatii fi maqaa Yesuus Kiristoosii yennaa isaanitti lallabe dhage’anee, dhiiraa fi dubartooti dhugeeffatanee cuuphamane. Simooninuu dhugeeffatee cuuphameen duuba, waa’ela Filiphoosii te’ee, baasotaa fi bilbaasota gugurdaa hujame yennaa dhagge baaseffate.
Isaan adoo karaa san gad deemanuu, bisaan tokko bira geyane. Guneessichi, «Bisaan kunoo ti; akka ani hin cuuphanne wonni na dhooggaa maan?» jedhe. [ Filiphoos deebisee, «Gadhaa tokkoon yoo dhugeeffatte hin dandeetta» jedhe. Guneessichi deebisee, «Yesuus Kiristoos Ilma Waaqaa akka te’e hin dhugeeffadha» jedhe.] Guneessichi garreettaa fardaan harkifamu akka dhaabbatu ajaje; innii fi Filiphoos gara lagaa dhaqanee, Filiphoosille isa cuuphe. Isaan bisaan keessaa yennaa bayane, Ayyaanni Gootta’aa Filiphoos butee fuudhee deeme. Guneessichi deebi’ee isa hin dhaggine. Teetuu malee karaa ifiititti deebi’ee, gammadaa deeme.
«Kolbaan tun akkuma keenna Ayyaana Woyyicha fudhatteerti. Akka isaan bisaaniin hin cuuphanne eentu dhoogga ree?» jedhe. Maarre Pheexroos akka isaan maqaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphamanu ajaje. Achiin duuba isaan akka Pheexroos guyyaa diqqa’aaf isaan woliin turu gaafatane.
«Kolbaan tun akkuma keenna Ayyaana Woyyicha fudhatteerti. Akka isaan bisaaniin hin cuuphanne eentu dhoogga ree?» jedhe.
Phawuloos, «Cuuphaan Yohaannisii ka cubbuu irraa deebi’iisaa ti; Yohaannisinuu ka isaan duuba dhufu, Yesuusitti akka dhugeeffatanu kolbaa Israa’eliititti himeera» jedhe.
Isaan yennaa tana dhage’ane, maqaa Goottaa Yesuusiitiin cuuphamane. Yennaa Phawuloos harka ifii isaan irra keye, Ayyaanni Woyyichi isaan irra bu’e; isaan afaan haareya hin beekkanneen dubbatanee, raagalle raagane.
Isaan yennaa tana dhage’ane, maqaa Goottaa Yesuusiitiin cuuphamane.
Yennaa Phawuloos harka ifii isaan irra keye, Ayyaanni Woyyichi isaan irra bu’e; isaan afaan haareya hin beekkanneen dubbatanee, raagalle raagane.
Amma maan eedda ree? Ol ka’iitii, maqaa isaa waamaa cuuphamiitii, cubbuu teeti dhiqadhu› anaan jedhe.
Ede’eelle Yesuus, «Yohaannis bisaaniin isin cuuphe; guyyaa diqqa’aan duuba ammoo Ayyaana Woyyichaan cuuphantan» jedhe.
ammoo yennaa Ayyaanni Woyyichi isin irratti bu’u, hunna hin dhaggattan; yennaa san Yerusaalemitti, lafa Yihuda’aa duudi’itti, Samaariya’aa fi biyya lafaa duudi’itti dhugaa bayoota tiyya hin teetan» jedhe.
Isaan daadimataneen duuba, addeen isaan itti wolitti qabamane tachoote. Isaan duudiin Ayyaana Woyyichaan guutamanee sodaa malee jecha Waaqaa lallabane.
Kolbaan mara cuuphanteen duuba Yesuusille cuuphame. Adoo inni daadimatiisatti jiruu ol-gubbaan banantee, Ayyaanni Woyyichi saphaliisa fakkaatee dhufee isa irra bu’e. Ol-gubbaa irraa, «Ati Ilma kiyya jaalatama’a. Ani si’itti gammadeera» qoonqoon jettu dhage’ante.
Isin adoo hamoota teetanuu, waan dansaa ijoollee teessaniif kenniisa yoo beettane, Abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru, attam caalchisee worra isa gaafatuuf Ayyaana Woyyicha kennuu dhaba!» jedhe.
Um batismo
Em um Espírito fomos todos batizados em um só corpo. O batismo é um só, assim como um só é o Senhor e uma só é a fé.
Nuuti Yihudoota yoo teenelle, worra Giriikootaa yoo teenelle, garboolee yoo teenelle, worra bilisa yoo teenelle, nafa tokkocha akka teenuuf Ayyaana Woyyichaan cuuphanneerra; nuuti duudiinuu akka unnuuf Ayyaanni tokkochi nu’uuf kennameera.
Nuuti Yihudoota yoo teenelle, worra Giriikootaa yoo teenelle, garboolee yoo teenelle, worra bilisa yoo teenelle, nafa tokkocha akka teenuuf Ayyaana Woyyichaan cuuphanneerra; nuuti duudiinuu akka unnuuf Ayyaanni tokkochi nu’uuf kennameera.
Kiristoos gargar qoodameeraa ree? Fannoo irratti isiniif ka du’e Phawuloosii? Yookiin isin maqaa Phawuloosiitiin cuuphantanee?
Kiriisphosii fi Gaayos malee, isin keessaa nama tokkolle waan hin cuuphiniif ani Waaqa galateeffadha. Tanaaf nami tokkolle, «Maqaa Phawuloosiitiin cuuphantaneertan» jedhiisa hin dande’u. Ee, ani Isxifaanosii fi maatii isaalle cuupheera; kana malee nama dhibii ka cuupheeru hin qaabadhu. Kiristoos akka ani Oduu Gammadaa lallabuuf ana erge malee, akka cuuphuuf na hin ergine. Fannifamuun Kiristoosii akka hunna hin dhanne, Oduu Gammadaa ka lallabaaru qarummaa namaatiinii moti.
Aninuu isa hin beenne, Waaqi akka ani bisaaniin cuuphuuf na erge ammoo, ‹Ka Ayyaana Woyyichaan cuuphu, Ka Ayyaanni Woyyichi isa irra bu’ee hafuun ati dhaggitu› anaan jedheera.
Aninuu isa hin beenne, Waaqi akka ani bisaaniin cuuphuuf na erge ammoo, ‹Ka Ayyaana Woyyichaan cuuphu, Ka Ayyaanni Woyyichi isa irra bu’ee hafuun ati dhaggitu› anaan jedheera.