Publicidade

Buscar a Deus

Por Bíblia Online

Buscar a Deus é o chamado mais urgente da Bíblia. Buscai primeiro o Reino de Deus. Os que buscam de todo coração encontram — porque Ele se deixa encontrar pelos que o procuram.

Buscai ao Senhor

Buscai ao Senhor enquanto se pode achar. Buscai e achareis. O Senhor recompensa os que o buscam com diligência.

Yennaa Mootiin Waan Maraa dhaggamu barbaadadha’a;

adoo dhikoo jiruulle isa waammadha’a.

Yennaa Mootiin Waan Maraa dhaggamu barbaadadha’a;

adoo dhikoo jiruulle isa waammadha’a.

Mura’aa Fi Fayyisiisa Waaqaa

Mootiin Waan Maraa, «Ani worra na hin daadimatinitti ifi mudhise; worra na hin barbaadinitti mudhadhe. Kolbaa maqaa kiyya hin waammanneen, Ani as jira; ani as jirajedhe.

Inni worra laafeef

jabeenna hin kenna;

worra dadhabeef hunna hin ede’a.

Ijoolleen hin dadhaddi; hin laattille’e;

dargaggootille gufattee hin jiddi.

Worri Mootii Waan Maraa addatu ammoo,

hunna ifii hin haareffatan.

Isaan akka risa’aa koolaan hin ka’an;

hin rukkisan; hin laafanu; hin ideeman; hin dadhabanu.

Mootii Waan Maraatii fi

hunna isaa barbaada’a;

Yennaa mara fuula isaa barbaadadha’a!

Mootii Waan Maraatii fi

hunna isaa barbaada’a;

Yennaa mara fuula isaa barbaadadha’a!

«Atille Solomoon, ilma kiyya, Mootiin Waan Maraa gadhaa nama maraa qorqoree waan ilaaluuf, yaada namaatii fi karoora namaa waan beekuuf, Waaqa abbaa keetii beekiitii, gadhaa tokkochaa fi qalbii fedhii qadduun isa tajaajili. Ati yoo isa barbaadde, isa hin dhaggita; ati yoo isa lakkitte innille haga bara baraa si hin lakkisa.

kolbaan tiyya ta maqaa kiyyaan waammantu yoo gad ifi qaddee, daadimattee fuula kiyyaa yoo barbaaddee, karaa ifii hamaa irraa yoo deebite, ani ol-gubbaa irraa isaaniif hin dhage’a; cubbuu isaaniille isaaniif araaramee, lafa isaanii hin fayyisa.

Azaariyaan gara Aasaa mootichaa dhaqee, «Aasaa, isinille namooti Yihuda’aatii fi namooti Beniyaaminii marti na dhage’aa! Yoo isin Mootii Waan Maraa woliin jiraattane, innille isin woliin hin jiraata. Yoo isa barbaaddane, innille isiniif hin dhaggama; yoo isa lakkittane ammoo, innille isin hin lakkisa.

Haareffama Aasaan Godhe

Ayyaanni Waaqaa ilma Odeedii Azaariyaa irratti dhufe. Azaariyaan gara Aasaa mootichaa dhaqee, «Aasaa, isinille namooti Yihuda’aatii fi namooti Beniyaaminii marti na dhage’aa! Yoo isin Mootii Waan Maraa woliin jiraattane, innille isin woliin hin jiraata. Yoo isa barbaaddane, innille isiniif hin dhaggama; yoo isa lakkittane ammoo, innille isin hin lakkisa. Israa’elooti bara hedduu Waaqa dhuga’aa malee, hayyuu isaan barsiisu malee, seera malee le’ane. Isaan yennaa rakkatane gara Mootii Waan Maraa Waaqa Israa’elii deebi’anee, isa barbaadane; innille isaaniif dhaggame. Bara san worri biyya lafaa irra le’u marti raafama guddaa keessa waan jiruuf, nami nageyaan bayee, nageyaan galulle hin jiruuyyu. Waaqi badii gara garaatiin waan isaan rakkiseef, gosi biyya takkaa gosa biyya taanii balleessitee, qachaan tokko qachaa kaan balleesse. Isin ammoo gatii eloo teessanii waan dhaggattanuuf, jajjabaadha’a, hin dadhabina’a» jedhe.

Aasaan raaga ilmi Odeedii Azaariyaan raage akkuma dhage’een jajjabaate; inni waaqota dharaa diqachiisaa lafa Yihuda’aa maraa fi lafa Beniyaaminii mara keessaa, qachoota biyya koobitti’ii ta Efreem qabate keessaalle’ee balleesse; addee ciinca’aa ta soroo Galma Mootii Waan Maraa dura jirtulle haaresse.

Mootiin Waan Maraa Waaqi Aasaa woliin akka jiru dhageettee, kolbaan bindillaan lafa Israa’elii mara keessaa gara isaa waan hiixxeef, inni namoota Yihuda’aa, namoota biyya Beniyaaminii, ka biyya Efreemiitii fi biyya Minaase’ee, ka kutaa biyya Shimi’oon keessaa dhufane mara wolitti qabe. Isaan, Aasaan mootii te’ee woggaa kudhanii shaneesso’ootitti, woggaa san ji’a sadeesso’oo keessa Yerusaalemitti wolitti qabamane. Boojuu guyyaa san fidane keessaa loon dhibba torba, hoolee kuma torba Mootii Waan Maraatiif ciincaa dhikeessane. Isaan gadhaa tokkochaa fi qalbii takkatti’iin, Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii barbaadatiisaaf Gondooroo godhanee, isaan keessaa nami diqqaan yookiin guddaan, dhiirti yookiin dubartiin ka Mootii Waan Maraa Waaqa Israa’elii hin waaqonfanne akka ijjeefamu godhane. Isaan tultulla’aa fi tultullaa gaafa hoole’ee afuufanee, qoonqoo ifii ol qabatanee ililleetti’iin Mootii Waan Maraatiif kakuu kakatane. Namooti biyya Yihuda’aa marti gadhaa tokkochaan waan kakataneef, marroo kakuu saniitiif gammadaan firinxiixane. Isaan qalbii takkatti’iin Waaqa waan barbaadaneef, inni dhaggameef; karaa maralle’een isaan foorfachiise.

Aasaan mootichi akkoon isaa Ma’akaan, fakkii waaqa dharaa ta «Asheeraa» jedhantu, diqachiittuu waan hujjeef, inni giittummaa irraa isii buuse; fakkii isiin hujjelle caccassee, dhooqa Qedrooniititti gube. Aasaan addee waaqonfanna’aa ta Israa’el keessaa duudi’iiyyuu diiguu dhabulle, bara jiruu ifii mara Mootii Waan Maraatiif ifi kenne. Inni meya adda addaa, meeti’ii fi worqii ka abbaan isaatii fi inninuu Waaqaaf adda baasane fidee, Galma Waaqaa keessa keye. Aasaan mootii te’ee haga woggaa soddomii shaneesso’ootitti lolli dhibiin hin kaane.

De todo o coração

Buscar-me-eis e me achareis quando me buscardes de todo o coração. O Senhor é bom para os que o buscam.

Isin na hin barbaaddan; gadhaa tokkochaan yoo na barbaaddane na hin dhaggitan.

Isin na hin barbaaddan; gadhaa tokkochaan yoo na barbaaddane na hin dhaggitan.

Jechi kiyya akka ibiddaatii motii ree? Akka burrisa rassaa butuchuutii motii ree?

Garuu achuma keessattuu Mootii Waan Maraa Waaqa keessan gadhaa tokkochaa fi lubbuu takkatti’iin yoo barbaadattane, isa hin dhaggitan.

Worri ajaja isaa eegatu,

ka gadhaa tokkochaan isa barbaadu

ka gammade.

Worri ajaja isaa eegatu,

ka gadhaa tokkochaan isa barbaadu

ka gammade.

Ani gadhaa tokkochaan si barbaada;

ajaja keeti irraa akka goru na hin lakkisin.

Lubbuun tiyya gaddaan dadhaddeerti;

akka jecha keetiititti na jabeessi.

Ani ajaja keeti muummessiisa

waan barbaaduuf,

bilisaan hin ideema.

Mootii Waan Maraatii fi jabeenna isaa barbaada’a;

yennaa mara fuula isaa barbaada’a.

Mootii Waan Maraatii fi jabeenna isaa barbaada’a;

yennaa mara fuula isaa barbaada’a.

Gadhaan kiyya,

«Fuula isaa barbaadi» naan jedhe;

ee Mootii Waan Maraa,

ani fuula keeti barbaada.

Waaqa Barbaadiisa
Faaruu Daawitii ta inni yennaa goomolee Yihuda’aa keessa jiru Faarfate.

Ee Waaqa, ati Waaqa kiyya;

ani si barbaada.

Akka lafa bisaan dhaddee goggoddee,

lubbuun tiyya si dheebotti;

nafi kiyyalle si dharra’a.

Buscar e encontrar

Pedi e dar-se-vos-á. O Senhor está perto de todos os que o invocam em verdade. Quem o busca não ficará insatisfeito.

Gaafadha’a, Barbaada’a, Dhodhowa’a

Yesuus itti dabalee, «Gaafadha’a, isiniif hin kennanti; barbaada’a, hin dhaggattanille’e; balbala dhodhowa’a isiniif hin bananti.

«Maarre ani isiniin jedha: gaafadha’a isiniif hin kennanti; barbaada’a hin dhaggattani; dhodhowa’a balbalti isiniif hin bananti. Ka gaafatu maraa hin fudhata; ka barbaadu maraa hin dhaggata; ka dhodhowu maraaf balbalti hin bananti.

«Maarre ani isiniin jedha: gaafadha’a isiniif hin kennanti; barbaada’a hin dhaggattani; dhodhowa’a balbalti isiniif hin bananti.

Addee tanaa, mootummaa Waaqaa barbaada’a, tun marti isiniif hin dabalanti.

Ilmi Namaa ka bade barbaadee fayyisiisaaf dhufeera» jedhe.

Ee Mootii Waan Maraa,

ati worra si barbaadu waan hin lakkinneef,

worri maqaa keeti beeku sitti addata.

Ee Mootii Waan Maraa,

ati worra si barbaadu waan hin lakkinneef,

worri maqaa keeti beeku sitti addata.

Ani gara Mootii Waan Maraa daadimadhee,

innille deebii naa kenne;

waan sodaadhu mara jalaa na baase.

Dardarooti neenqaatuu dhabanee hin beelotan;

worri Mootii Waan Maraa barbaadu ammoo

waan dansaa hin dhabu.

Mootii Waan Maraatitti gammadi;

inni halchaa gadhaa keetii si’iif hin kenna.

Worri qarooleen Waaqa barbaadu

yoo jiraate dhaggiisaaf, Mootiin Waan Maraa

ol-gubbaa irraa

gara ilmaan namaa gad ilaala.

Waaqa Waan Mara Beeku
Faaruu Daawitii, sooressa faarfattootaatiif.

Ee Mootii Waan Maraa,

ati qorqortee na beetteerta.

Ati teessoo tiyyaa fi ka’a tiyya hin beetta;

yaada kiyya fago’ottuu hubatta.

Inni Mootii Waan Maraa biraa eebba,

Waaqa fayyisaa biraa balchummaa hin dhaggata.

Dhalooti isa barbaadu isaan kana;

ee Waaqa Yaaqoobii,

worri fuula keeti barbaadu isaanuma kana.

Força na busca

Buscai o bem e não o mal. Sede fortalecidos no Senhor. A busca por Deus traz renovação e plenitude de vida.

Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa’eliitiin,

«Ana barbaadadha’aatii, jiru’uun jiraadha’a!

Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa’eliitiin,

«Ana barbaadadha’aatii, jiru’uun jiraadha’a!

Isin jiru’uun akka jiraattanuuf,

waan dansaa malee waan hantuu hin barbaadina’a.

Achiin duuba akkuma isin jettanu

Mootiin Waan Maraa

Waaqi Waan Mara Dande’u

isin woliin hin jiraata.

Durummaa ulfinna isaatiin keessi keessan karaa Ayyaana isaatiin akka jajjabaatu hunna akka isiniif kennu daadimadha.

Meya Woraanaa Ka Waaqaa

Yoona, Gootta’aa fi hunna isaa jaddu’uun jabaadha’a.

Goottaan hunna ifii ulfaata’aan, jabeenna isiniif kennu; waan mara ossaan dande’iisaafille ka gammaddanu isin godhu.

Ayyaanni Waaqi nu’uuf kenne ka hunnaa, ka jaalalaatii fi ka ifi qabatu’uuti malee, Ayyaana soda’aatii moti.

Dhugeeffanna’aan malee Waaqa gammachiisuun hin dande’amu; nami gara Waaqaa dhiyaatu, akka Waaqi jiruu fi worra isa barbaaduuf ka gatii kennu akka te’e dhugeeffatuu qaba.

Dhugeeffanna’aan malee Waaqa gammachiisuun hin dande’amu; nami gara Waaqaa dhiyaatu, akka Waaqi jiruu fi worra isa barbaaduuf ka gatii kennu akka te’e dhugeeffatuu qaba.

ammoo yennaa Ayyaanni Woyyichi isin irratti bu’u, hunna hin dhaggattan; yennaa san Yerusaalemitti, lafa Yihuda’aa duudi’itti, Samaariya’aa fi biyya lafaa duudi’itti dhugaa bayoota tiyya hin teetan» jedhe.

Hujii teetiif Mootiin Waan Maraa sii kaffalu. Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa’elii, ka bobaa isaatitti dheette kaffaltii guutuu sii kaffalu» jedhe.

Ayyaanni Mootii Waan Maraa hunna guddo’oon Samsoon irratti bu’ee, innille harka duwwa’aan, akka ilmee re’eeetitti neenqa san gargar kukkute. Inni ammoo waan tolche san abba’aa fi haadha ifiititti hin hinne.

Achiin duuba Samsoon, «Ee Goottaa Mootii Waan Maraa! Maganne’ee na qaabadhu; Waaqa kiyya, worra Filisxeemotaa ka ila tiyya lamaan na keessaa baasane, haluu tiyya akka bawuuf, takkuma qofa hunna na jabeessi» jedhee Mootii Waan Maraa daadimate.

Namatti addatiisaa mannaa,

gara Mootii Waan Maraa baqatiisa woyya.

Qondaaltotatti addatiisaa mannaa,

gara Mootii Waan Maraa baqatiisa woyya.

Nami haadha manaa dhaggatu waan dansaa dhaggata;

Mootii Waan Maraa biralle’ee fudhatama dhaggata.

Qarummaalle lubbuu teetiif

akkuma san akka mi’oottu beeki;

ati yoo isii dhaggatte,

gara fuula duraa addii qadda;

addiin teetille hin baddu.

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-