Pular para o conteúdo
Publicidade

Casamento

Por Bíblia Online

O casamento é aliança sagrada instituída por Deus. Ele une marido e mulher em uma só carne — pacto de amor, fidelidade e companheirismo que reflete o amor de Cristo pela Igreja.

Fundamento divino

Não é bom que o homem esteja só. Deus criou o casamento como aliança de companheirismo, amor e fecundidade.

Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Waaqi, «Namichi qofii ifii te’uun dansa’aa moti; ani waa’ela qarqaartuu isaa, isaaf hin dada» jedhe.

Maarre Mootiin Waan Maraa Waaqi namichatti hirriiba hamaa buusee, adoo inni rafuu, cinaacha isaa keessaa tokkocha fuudhee, addee cinaachaa san fooniin cufe. Mootiin Waan Maraa Waaqi cinaacha namicha keessaa fuudhe san irraa, namittii dadee, gara namichaa fide.

Achiin duuba namichi,

«Amma reefuu, lafeen isi’ii lafee tiyya irraa,

foon isi’ii foon kiyya irraa dhaggame;

isiin namicha irraa waan dhagganteef,

Namittiijedhantee waamantuu ti» jedhe.

Tanaaf nami abba’aa fi haadha ifii hin lakkisa niitii ifii woliin hin tokkooma; isaanille foon tokko hin te’an.

Tanaaf nami abba’aa fi haadha ifii hin lakkisa niitii ifii woliin hin tokkooma; isaanille foon tokko hin te’an.

Namichaa fi niitiin isaa lamaanuu qullaa jiraniiyyu, te’uu malee wol hin fokkifatanuuyyu.

Tanaaf nami abba’aa fi haadha ifii hin lakkisa niitii ifii woliin hin tokkooma; isaanille foon tokko hin te’an.

Mootiin Waan Maraa Waaqi cinaacha namicha keessaa fuudhe san irraa, namittii dadee, gara namichaa fide.

Achiin duuba namichi,

«Amma reefuu, lafeen isi’ii lafee tiyya irraa,

foon isi’ii foon kiyya irraa dhaggame;

isiin namicha irraa waan dhagganteef,

Namittiijedhantee waamantuu ti» jedhe.

Tanaaf nami abba’aa fi haadha ifii hin lakkisa niitii ifii woliin hin tokkooma; isaanille foon tokko hin te’an.

Achiin duuba Waaqi, «Kowa’a, akka bifaa fi akka fakkeenna keennaatitti, nama dannaa ti. Nami qurxummii abbaaya’aa, sinbirroota, horii, bineensota lafa irraa maraa fi bineensota lafa irra lowanu mara irratti baallii qabaatuu ti» jedhe. Maarre Waaqi akka bifa ifiititti nama dade. Dhiiraa fi dubartii godhee isaan dade. Waaqi, «Hora’a, heddadha’a, lafa guuta’a, harkatti isii galfadha’a! Qurxummii abbaaya’aa irratti, sinbirroottan irratti, dada lafa irra munyuuqanu mara irratti baallii qabaatanuu ti» jedhee isaan eebbise.

Qaayinii Fi Abeel

Namichi niitii ifii Heewwan bira geye; isiin ulfoottee ilma deette; «Ani qarqaarsa Waaqaatiin ilma tokko dhaggadheera» jettee maqaa isaa, «Qaayin» baache.

Sheetii Fi Enoshi

Addaam ammalle niitii ifii bira geye; isiille ilma deettee, «Nama Qaayin ijjeese, addee Abeelii Waaqi ilma naa kenne» jettee maqaa isaa, «Sheeti» jettee baatte.

Fidelidade conjugal

O que Deus ajuntou não separe o homem. O casamento deve ser honrado e o leito matrimonial preservado sem impureza.

Maarre isaan haganaa achi foon tokko malee, lamaa moti. Tanaaf waan Waaqi wolitti qassiise nami gargar hin baasin» jedhe.

Yesuus deebisee, «Waaqi jalqaba, dhiiraa fi dubartiitolchee akka isaan dade hin dubbinnee?» jedhe. Itti dabaleelle, «Waan kanaaf nami haadhaa fi abbaa ifii hin lakkisa, haadha manaa ifiitiin wolitti maxxana; lamaanuu foon tokko hin te’an. Maarre isaan haganaa achi foon tokko malee, lamaa moti. Tanaaf waan Waaqi wolitti qassiise nami gargar hin baasin» jedhe.

Itti dabaleelle, «Waan kanaaf nami haadhaa fi abbaa ifii hin lakkisa, haadha manaa ifiitiin wolitti maxxana; lamaanuu foon tokko hin te’an. Maarre isaan haganaa achi foon tokko malee, lamaa moti. Tanaaf waan Waaqi wolitti qassiise nami gargar hin baasin» jedhe.

Marroo Wol Lakkisiisa Dhirsaa Fi Niiti’ii

Ammalle Yesuus, « Nami niitii lakkisu mara woraqata lakkeessaa barreessee isi’iif kennuu tijedhameeraayyu. Ani ammoo isiniin jedha, yoo isiin gaarayyeeffatte malee, nami niitii ifii lakkisu, akka isiin gaarayyeeffattu hin godha; nami isii fuudhelle hin gaarayyeeffata» jedhe.

Marroo Gaarayyeeffataa

Yesuus, « Hin gaarayyeeffatinakka jedhame dhageettaneertan. Ani ammoo isinitti hima: nami ila halcha’aatiin dubartii ilaale, gadhaa ifii keessatti isii gaarayyeeffateera.

Isaan deebisanee, «Muuseen Nami tokko woraqata lakkeessaa barreessee akka lakkisuuf eeyyameera» jedhane.

Yesuus deebisee, «Muuseen sababa mataa jabeenna keessaniitiif seera kana isinii barreesse. Jalqabatti yennaa dadi dadantu, Waaqi dhiiraa fi dubartii dade;Waan kanaaf nami tokko abba’aa fi haadha ifii lakkisee ibidda ifii woliin wol qabatan. Isaan lachuu tokko te’an.Maarre yoona isaan foon tokko malee lamaanii moti. Waan Waaqi wolitti qassiise nami gargar hin baasin!» isaaniin jedhe.

Akkasuma dubartiin abbaa manaa ifii jalaa baatee, nama dhibii heerumtu takka hin gaarayyeeffatti» isaaniin jedhe.

Fuudhaa fi heerum nama mara biratti ulfinna qabaatuu ti; Waaqi worra sagaagaluu fi worra gaarayyeeffatutti waan muruuf, abbaan manaatii fi haati manaa woliif addatamanuu ti.

Fuudhaa fi heerum nama mara biratti ulfinna qabaatuu ti; Waaqi worra sagaagaluu fi worra gaarayyeeffatutti waan muruuf, abbaan manaatii fi haati manaa woliif addatamanuu ti.

Fuudhaa fi heerum nama mara biratti ulfinna qabaatuu ti; Waaqi worra sagaagaluu fi worra gaarayyeeffatutti waan muruuf, abbaan manaatii fi haati manaa woliif addatamanuu ti.

Amor como Cristo

Maridos, amai vossas mulheres como Cristo amou a igreja. O amor conjugal reflete o evangelho em ação.

Abbootii manaa! Akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaa jaalatee ifi dabarsee kenne, isinille haadhotii manaa teessan jaaladha’a. Inni wolde’a kiristaanaa karaa Jecha ifiitiin bisaaniin dhiqee qulqulleessee, Waaqaaf woyyoonsiisaaf tana godhe.

Abbootii manaa! Akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaa jaalatee ifi dabarsee kenne, isinille haadhotii manaa teessan jaaladha’a. Inni wolde’a kiristaanaa karaa Jecha ifiitiin bisaaniin dhiqee qulqulleessee, Waaqaaf woyyoonsiisaaf tana godhe. Maarre akkasiin xurii yookiin shuntuurata fuulaa yookiin wonni hantuun akkasii irratti adoo hin dhaggamin, Woyyicha, ka komii hin qanne, shaggaa godhee, wolde’a kiristaanaa gara ifii dhikeessa.

Abbootii manaa! Akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaa jaalatee ifi dabarsee kenne, isinille haadhotii manaa teessan jaaladha’a. Inni wolde’a kiristaanaa karaa Jecha ifiitiin bisaaniin dhiqee qulqulleessee, Waaqaaf woyyoonsiisaaf tana godhe. Maarre akkasiin xurii yookiin shuntuurata fuulaa yookiin wonni hantuun akkasii irratti adoo hin dhaggamin, Woyyicha, ka komii hin qanne, shaggaa godhee, wolde’a kiristaanaa gara ifii dhikeessa. Akkasuma, abbootiin manaa akkuma nafa ifii jaalattu haadhotii manaa ifiille jaalatuu ti. Ka haadha manaa ifii jaalatu ifi jaalata. Nami nafa ifii jibbu hin jiru; ammoo akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaatiif godhu, hin nyaachisa, hin qananiisa. Sababille nuuti mitikaa nafa Kiristoosii ti.

Akkasuma, abbootiin manaa akkuma nafa ifii jaalattu haadhotii manaa ifiille jaalatuu ti. Ka haadha manaa ifii jaalatu ifi jaalata.

Akkasuma, abbootiin manaa akkuma nafa ifii jaalattu haadhotii manaa ifiille jaalatuu ti. Ka haadha manaa ifii jaalatu ifi jaalata. Nami nafa ifii jibbu hin jiru; ammoo akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaatiif godhu, hin nyaachisa, hin qananiisa. Sababille nuuti mitikaa nafa Kiristoosii ti.

Haadhotiin manaa, akkuma Goottaa Yesuusiif ajajamanu abbootii manaatiif ajajamanuu ti. Akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaatiif mataa te’e, abbaan manaa haadha manaatiif mata’a; Kiristoos nafa isaa ka teete, wolde’a kiristaanaatiifille fayyisa’a. Wolde’i kiristaanaa Kiristoosiif akkuma ajajamu haadhotiin manaa abbootii manaa isaaniitiif waan maraan ajajamanuu ti.

Haadhotiin manaa, akkuma Goottaa Yesuusiif ajajamanu abbootii manaatiif ajajamanuu ti. Akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaatiif mataa te’e, abbaan manaa haadha manaatiif mata’a; Kiristoos nafa isaa ka teete, wolde’a kiristaanaatiifille fayyisa’a.

Haadhotiin manaa, akkuma Goottaa Yesuusiif ajajamanu abbootii manaatiif ajajamanuu ti. Akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaatiif mataa te’e, abbaan manaa haadha manaatiif mata’a; Kiristoos nafa isaa ka teete, wolde’a kiristaanaatiifille fayyisa’a. Wolde’i kiristaanaa Kiristoosiif akkuma ajajamu haadhotiin manaa abbootii manaa isaaniitiif waan maraan ajajamanuu ti.

Abbootii manaa! Akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaa jaalatee ifi dabarsee kenne, isinille haadhotii manaa teessan jaaladha’a. Inni wolde’a kiristaanaa karaa Jecha ifiitiin bisaaniin dhiqee qulqulleessee, Waaqaaf woyyoonsiisaaf tana godhe. Maarre akkasiin xurii yookiin shuntuurata fuulaa yookiin wonni hantuun akkasii irratti adoo hin dhaggamin, Woyyicha, ka komii hin qanne, shaggaa godhee, wolde’a kiristaanaa gara ifii dhikeessa. Akkasuma, abbootiin manaa akkuma nafa ifii jaalattu haadhotii manaa ifiille jaalatuu ti. Ka haadha manaa ifii jaalatu ifi jaalata. Nami nafa ifii jibbu hin jiru; ammoo akkuma Kiristoos wolde’a kiristaanaatiif godhu, hin nyaachisa, hin qananiisa. Sababille nuuti mitikaa nafa Kiristoosii ti.

Barreeffam Woyyichi, «Sababa kanaaf nami haadhaa fi abbaa lakkisee, haadha manaa ifiititti maxxana; lamaanuu tokko hin te’an» jedha. Kun dhossaa guddo’o; ani marroo Kiristoosiitii fi marroo wolde’a kiristaanaa dubbatiisatti jira. Te’uu malee, isin martinuu akkuma ifi jaalattanu haadha manaa teessan jaaladha’a; haati manaalle abbaa manaa ifii ulfeessituu ti.

Barreeffam Woyyichi, «Sababa kanaaf nami haadhaa fi abbaa lakkisee, haadha manaa ifiititti maxxana; lamaanuu tokko hin te’an» jedha.

Te’uu malee, isin martinuu akkuma ifi jaalattanu haadha manaa teessan jaaladha’a; haati manaalle abbaa manaa ifii ulfeessituu ti.

Te’uu malee, isin martinuu akkuma ifi jaalattanu haadha manaa teessan jaaladha’a; haati manaalle abbaa manaa ifii ulfeessituu ti.

Isin kolbaa Waaqaa eega teetanee, sagaagaluun yookiin battummaan martinuu yookiin joljolummaan wodhakkaa teessanitti te’uu lakkisiitii, oduunuu dhage’amuu hin qaddu.

Submissão e respeito

Mulheres, sujeitem-se aos próprios maridos. Maridos, convivam com as esposas com conhecimento e honra.

Seera Le’ii Maatii Kiristaanaa

Haadhotii manaa! Goottaa duratti waan male waan te’eef abbootii manaa keessaniif ajajama’a.

Abbootii manaa! Haadhotii manaa teessan jaaladha’a; gadhaa jabeeyyiille itti hin te’inaa.

Kana mara caalaa jaalala waan mara tokkummaa miju’uun wolitti hidhu uffadha’a. Nageenni Kiristoosii, ka isin nafa tokko te’iisaaf itti waamantane, gadhaa keessan keessatti mowuu ti; worra galateeffatulle te’a. Jechi Kiristoosii durummaa ifiitiin gadhaa keessan keessa le’uu ti; qarooma duudi’iin wol barsiisa’a, wol gorsa’a; faaruu adda addaa, faaruu leellisaatii fi faaruu Ayyaantitti’iin Waaqa gadha’aan galateeffataa faarsa’a. Karaa Yesuusiitiin Waaqa Abbaa galateeffataa, jechaan yookiin huji’iin waan gootanu mara maqaa Goottaa Yesuusiitiin godha’a.

Kana mara caalaa jaalala waan mara tokkummaa miju’uun wolitti hidhu uffadha’a.

Tanaaf halchaa le’ii lafaa ta isin keessa jirtu: sagaagala, battummaa, fedhii sagaagalaa, halchaa baddu’uu fi waaqota dharaa waaqonsuu ka te’e joljoluu ijjeesa’a.

Akkasuma isin abbootiin manaa, akka haadhotiin manaa teessan isin caalaa dadhaddu’uu isi’iif beeka’aatii woliin le’aa; ulfinna isaaniif kenna’a; sababille isaan isin woliin badhaadha jiru’uu ka Waaqi kennu dhaggatan. Yoo akkas gootane wonni daadimata keessaniif gufuu te’aa hin jiraattu.

Akkasuma isin abbootiin manaa, akka haadhotiin manaa teessan isin caalaa dadhaddu’uu isi’iif beeka’aatii woliin le’aa; ulfinna isaaniif kenna’a; sababille isaan isin woliin badhaadha jiru’uu ka Waaqi kennu dhaggatan. Yoo akkas gootane wonni daadimata keessaniif gufuu te’aa hin jiraattu.

Pureza no casamento

Não adulterarás. A impureza sexual destrói alianças e famílias. Deus chama à santidade no matrimônio.

«Hin gaarayyeeffatin;

«Mana namaa hin kajeelin; haadha manaa isaa, tajaajilaa isaa, tajaajiltuu isaa, loon isaa, harree isaa, karra isaa mara hin kajeelin» jedhe.

Sagaagala irraa ifi eegatiisaaf ammoo, dhiirti tokko tokkoonuu niitii ifii qabaattuu ti; dubartiin tokko tokkoonuu dhirsa ifii qabaattuu ti.

Dhirsi haqa niitii ifii ka dhirsumma’aa hin dhooggatin; niitiille haqa dhirsa ifii ka niitumma’aa hin dhooggatin. Niitiin nafa ifii irratti baallii hin qaddu; nafa isi’ii irratti baallii ka qabu dhirsa isi’ii ti. Akkasuma dhirsille nafa ifii irratti baallii hin qabu; nafa isaa irratti baallii ta qaddu niitii isaa ti.

Dhirsi haqa niitii ifii ka dhirsumma’aa hin dhooggatin; niitiille haqa dhirsa ifii ka niitumma’aa hin dhooggatin. Niitiin nafa ifii irratti baallii hin qaddu; nafa isi’ii irratti baallii ka qabu dhirsa isi’ii ti. Akkasuma dhirsille nafa ifii irratti baallii hin qabu; nafa isaa irratti baallii ta qaddu niitii isaa ti. Akka jabaattanee daadimattanuuf isin lamaanuu wolii galtanee yennaa murtootteef yoo teete malee, haqa dhirsaa fi niitumma’aa wol hin dhooggatin. Sababa kanaan ka ka’e ifi qabachuu dadhaddanee Seexanni akka isin hin ataanne, ammalle wolitti deebi’aa.

Dhirsi haqa niitii ifii ka dhirsumma’aa hin dhooggatin; niitiille haqa dhirsa ifii ka niitumma’aa hin dhooggatin. Niitiin nafa ifii irratti baallii hin qaddu; nafa isi’ii irratti baallii ka qabu dhirsa isi’ii ti. Akkasuma dhirsille nafa ifii irratti baallii hin qabu; nafa isaa irratti baallii ta qaddu niitii isaa ti. Akka jabaattanee daadimattanuuf isin lamaanuu wolii galtanee yennaa murtootteef yoo teete malee, haqa dhirsaa fi niitumma’aa wol hin dhooggatin. Sababa kanaan ka ka’e ifi qabachuu dadhaddanee Seexanni akka isin hin ataanne, ammalle wolitti deebi’aa.

Amma worri hin fuudhinii fi hin heerumin, akkasuma haadhotiin hiyyeessaa akka kiyya fuudhaa fi heeruma malee adoo jiraatane dansa’a. Ifi qabatiisa yoo dadhabane ammoo, addee halchaa fooniitiin gubatanu fuudhuu woyya.

Worra fuudheef ajaja kennu qaba; ajaji kunille ka Gootta’aa ti malee kiyyaa moti. Dubartiin heerumte dhirsa ifii irraa gargar hin bayin; yoo baate ammoo, adoo hin heerumin qofuu leetuu ti; yookiin dhirsa ifii woliin araarantuu ti. Akkasuma dhirsille niitii ifii hin lakkisin.

Abbaan manaa ka hin dhugeeffatin karaa haadha manaa ta dhugeeffatteetiin Waaqaa biratti fudhatama qabaata; haati manaa ta hin dhugeeffatinille karaa abbaa manaa ka dhugeeffateetin Waaqa biratti fudhatama qabaatti. Yoo akkas te’uu dhadde, ijoolleen teessan nama Waaqaa te’uu hin dandeettu. Akka kana yoo leetane ammoo, ijoolleen teessan nama Waaqaa hin teeti.

Ani akka isin yaaddoo malee leetanu fedha. Nami hin fuudhin waan ittiin Goottaa gammachiisu waan barbaaduuf, yaadi isaa hujii Gootta’aa irratti xiyyeeffata. Nami fuudhe ammoo, niitii ifii gammachiisiisaa waan barbaaduuf, yaadi isaa waan biyya lafaatiif haajama. Akka kanaan yaadi isaa addee lamatti qoodameera. Dubartiin hin heerumin yookiin durrittiin takka nafaa fi ayyaanaan woyyoontee ta Gootta’aa te’iisa waan barbaadduuf, yaadi isi’ii hujii Gootta’aatiif haajama; dubartiin heerumte ammoo, dhirsa ifii gammachiisiisaaf waan barbaadduuf waan biyya lafaatiif haajanti.

Haati manaa haga abbaan manaa isi’ii lubbu’uun jiru seera fuudhaa fi heerumaatiin hidhanteerti; yoo dhirsi irraa du’e ammoo, nama ifii feete heerumiisaaf isiin bilisa. Teetuu malee nami isiin heerumtu sun dhugeeffataa te’uu qaba.

Gaaffii Marroo Fuudhaa fi Heeruma Kiristaanaa

Marroo gaaffii gara kiyya barreessitanee dhiirti dubartii adoo fuudhuu dhaddee dansa’a. Sagaagala irraa ifi eegatiisaaf ammoo, dhiirti tokko tokkoonuu niitii ifii qabaattuu ti; dubartiin tokko tokkoonuu dhirsa ifii qabaattuu ti.

Sagaagalummaa irraa fagaadha’a. Cubbuun dhibiin nami huju nafa namaa hin tuxxu; nami sagaagalu ammoo nafa ifii irratti cubbuu huja. Nafi keessan galma Ayyaana Woyyicha Waaqi isiniif kennee, ka isin keessa jiraatuu akka te’e hin beettanuu? Yoona isin ka Waaqaa ti malee ka mataa keessaniitii moti. Waaqi gati’iin isin bitate. Maarre nafa keessaniin Waaqa ulfeessa’a.

Nami dhibiin, «Sagaleen gadha’aaf, gadhaalle sagale’eef» jedhuu dande’a. Waaqi ammoo waan kana lamaanuu hin balleessa. Nafi keenna Goottaa tajaajilu’uuf, Goottaalle nafa kunuunsu’uuf malee, nafa sagaagalaaf itti fayyadamuu hin qannu. Waaqi Goottaa du’aa kaaseera; innille hunna ifiitiin du’aa nu hin kaasa.

Jallaameyyiin Mootummaa Waaqaa akka hin dhaalle hin beettanuu? Hin sobamina’a! Sagaagaltooti yookiin worri waaqota dharaa waaqonsu, yookiin gaarayyeffattooti, yookiin dhiirti dhiira bukkoonsitu, yookiin hattooti yookiin joljoltooti, yookiin ka machowu yookiin worri maqaa namaa balleessu, yookiin worri saamu Mootummaa Waaqaa hin dhaalu.

Jaalalli ossaamessa; jaalalli arja’a; jaalalli hin hinaafu; hin bondhooru; ifi hin jaju. Jaalalli jallichaa moti; jaalalli bu’aa ifii qofa hin barbaadu; jaalalli hin bilinjawu; jaalalli yakkaa hin laakkowu. Jaalalli dhuga’atti malee, hammeennatti hin gammadu. Jaalalli yennaa mara hin ossa; yennaa mara dhugeeffata; yennaa mara hin addata; yennaa mara ciniinnatee ossata.

Kiristoos gargar qoodameeraa ree? Fannoo irratti isiniif ka du’e Phawuloosii? Yookiin isin maqaa Phawuloosiitiin cuuphantanee?

Kiriisphosii fi Gaayos malee, isin keessaa nama tokkolle waan hin cuuphiniif ani Waaqa galateeffadha. Tanaaf nami tokkolle, «Maqaa Phawuloosiitiin cuuphantaneertan» jedhiisa hin dande’u. Ee, ani Isxifaanosii fi maatii isaalle cuupheera; kana malee nama dhibii ka cuupheeru hin qaabadhu. Kiristoos akka ani Oduu Gammadaa lallabuuf ana erge malee, akka cuuphuuf na hin ergine. Fannifamuun Kiristoosii akka hunna hin dhanne, Oduu Gammadaa ka lallabaaru qarummaa namaatiinii moti.

Sagaagalummaa Wolde’a Kiristaanaa Keessatti Te’e

Amma, sagaagalummaan worra Waaqa malee le’u oddu’uttuu hin godhamin, odduu teessanitti akka jirtu odeeffamaara. Nami niitii abbaa ifii haadiqqoo ifii akka niiti’ii godhateeru jira. Maarre, wonni fokkoo akkanaa odduu teessan jirtuun hin gadditan malee, attam koortan? Nama akkasii odduu teessaniin baasa’a.

Sabedoria conjugal

Acha esposa, acha o bem. Bebe água da tua própria cisterna. A fidelidade conjugal é fonte de bênção permanente.

Nami haadha manaa dhaggatu waan dansaa dhaggata;

Mootii Waan Maraa biralle’ee fudhatama dhaggata.

Nami haadha manaa dhaggatu waan dansaa dhaggata;

Mootii Waan Maraa biralle’ee fudhatama dhaggata.

Nami haadha manaa dhaggatu waan dansaa dhaggata;

Mootii Waan Maraa biralle’ee fudhatama dhaggata.

Manaa fi durummaa worra irraa dhaalan;

haati manaa qalbittiin ammoo

kennansa Mootii Waan Maraa ti.

Maddi keeti ka eebbifame te’uu ti;

niitii teeti ta qeedhumma’aan fuute woliin firinxiixi.

Isiin jaalatantuu akka gadansaa,

biifa qabeettii

akka jiliba’aa

sii teetuu ti.

Harmi isi’ii yennaa mara

dheebuu si baasuu ti;

jaalala isi’iitiin

yennaa mara machowi.

Hidhiin dubartii gaarayyeeffattuu nadhii coccossiti;

dubbiin isi’ii zayitii caalaa lallaatti;

dhuma irratti ammoo akka hargiisaa hadhootti;

akka shallaagaa qara lamaa

qara qaddi.

Miilli isi’ii gara du’aa deema;

ijjati isi’ii daandii

gara addee worri du’e jiru geessa.

Isiin karaa jiru’uu hin yaadattu;

karaan isi’ii daddaba’a;

ammoo isi’itti hin beekkamu.

Amma ilmaan tiyya,

na caqasa’a;

jecha afaan kiyyaa irraa hin gorina’a.

Karaa keeti isii irraa fageessi;

qarqara balbala mana isi’iititti hin dhikaatin.

Yoo tana godhuu dhabaatte,

ulfinna keeti namoota dhibi’iif,

jiruu teetiille

nama marartii hin qannetti hin kennita.

Hidhiin dubartii gaarayyeeffattuu nadhii coccossiti;

dubbiin isi’ii zayitii caalaa lallaatti;

dhuma irratti ammoo akka hargiisaa hadhootti;

akka shallaagaa qara lamaa

qara qaddi.

Miilli isi’ii gara du’aa deema;

ijjati isi’ii daandii

gara addee worri du’e jiru geessa.

Isiin karaa jiru’uu hin yaadattu;

karaan isi’ii daddaba’a;

ammoo isi’itti hin beekkamu.

Karaa keeti isii irraa fageessi;

qarqara balbala mana isi’iititti hin dhikaatin.

Yoo tana godhuu dhabaatte,

ulfinna keeti namoota dhibi’iif,

jiruu teetiille

nama marartii hin qannetti hin kennita.

Karra teetille alagaan hin fudhata;

eloon teetille mana ormaa hin duroonsiti.

Foon keetii fi nafi keeti yennaa dhumate,

muummee jiruu teetiititti hin aadda;

ati, «Hayii, ani maaf gorsa jibbe?

Gadhaan kiyya maaf qajeelfama tuffate?

Ani barsiisota tiyya hin caqanne;

gurra kiyya gara worra na gorsuu hin deebifanne.

Wolde’a kolba’aa duudii keessatti,

badii guddoo biraan baye» hin jetta.

Isiin jaalatantuu akka gadansaa,

biifa qabeettii

akka jiliba’aa

sii teetuu ti.

Harmi isi’ii yennaa mara

dheebuu si baasuu ti;

jaalala isi’iitiin

yennaa mara machowi.

Ilma kiyya,

maaf dubartii gaarayyeeffattu’uun machootta?

Maaniif qoma dubartii nama dhibi’ii hanqafatta?

Nami niitii namaa woliin rafulle akkasuma te’a;

nami niitii namaa tuqee

adoo hin adabamin hafu hin jiru.

Nami gaarayyeeffatu ammoo qalbii hin qabu;

nami gaarayyeeffatu marti ifi balleessa.

Nami gaarayyeeffatu ammoo qalbii hin qabu;

nami gaarayyeeffatu marti ifi balleessa.

Inni mada’aa fi salphinna hin dhaggata;

qaaniin ijjumaa isa irraa hin baddu.

Hinaaffaan abbaa manaa waan aarsituuf,

inni yennaa haluu bayu

marartii hin qabu.

Inni kaffaltii tokkolle hin fudhatu;

haga fedhe bacatulle,

kennansi aarii isaa hin qabbaneessu.

Niitiin qalbeeffattuun dhirsa ifiitiif akka kallachaa ti;

ta isa qaanessitu ammoo

akka dhukkuba lafee nyaatuu ti.

Nami gadhaa ifii keessatti karoora hin baafata;

Mootiin Waan Maraa ammoo karoora isaa san hin murteessa.

Niitii dubbatittii woliin le’iisaa mannaa,

roga heellichoo manaa irra le’uu woyya.

Niitii Amala Dansaa qaddu

Niitii qalbii qaddu eentu dhaggatuu dande’a?

Isiin dooqa diimaa caalti.

Bíblia e casamento

Deus abomina o divórcio. A aliança matrimonial é reflexo da aliança de Deus com seu povo — sagrada e eterna.

Waaqi isinii fi muttaaraa teessan foonii fi Ayyaanalle’een tokko hin goonee ree? Maaf tana godhe? Sanyii Waaqa sodaattu waan barbaadeeruuf tana godhe; tanaaf ifi eeggadha’a! Muttaaraa teessaniif addatamummaa hin dhabina’a. Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa’elii, «Ani nama niitii ifii lakkisu jibba; ani akka nama woyaa akka kaso’oon uffatuu nama waan hantuu godhulle jibba; tanaaf ifi eeggadha’a; addatamummaalle hin dhabina’a!» jedha.

Worra Hin Dhugeeffanne Woliin Hin Xaxamina’a

Worra hin dhugeeffanne woliin hin xaxamina’a. Balchumma’aa fi cubbuun attam wol qabatuu dande’an? Ifaa fi dukkanti attam woliin jiraatuu dande’an?

Waaqi akka isin sagaagalummaa irraa fagaattanee woyyoontanu fedha. Nami duudiin haadha manaa woyyumma’aa fi ulfinnaan qabatee eegatiisa beekuu ti. Akka worra Yihudoota hin te’inii, ka Waaqa hin beennee halchaa foonii badduu hin qabaatin.

Yennaa duudii wolii keessanii fi namoota duudi’iif dansaa godhiisaaf yaadadha’a malee, nami tokkolle waan hantu’uuf hantuu akka hin deebinne ilaalladha’a.

sagaagaltootaaf, dhiira wol bukkoonsituuf, worra nama butee gurguruuf, worra nama sobuuf, worra dharaan kakatuu fi worra waan barsiisa sirrii te’een masaanuu te’u mara godhuuf tumame.

Sooressaan wolde’a kiristaanaa nama komii hin qanne, nama niitii takkattii qofa qabu, nama hagatti le’u, nama ifi qabatu, nama kabajjaa qabu, nama keessummaa fudhatu, nama barsiisuu dande’u,

Qarqaartichi wolde’a Kiristaanaa tokko ka niitii takkaa qofa qabu te’ee, ijoolle’ee fi maatii ifii akka dansaa ka bulfatu te’uu qaba.

Jaarsi wolde’a kiristaanaa ka hin komatanne, ka niitii takka’aa, ka ijoolleen isaalle dhugeeffattuu fi baalagumma’aan yookiin ajajama dhabiisaan maqaan isaanii hin kaane te’uu qaba.

Nami reefuu fuudhe tokko, gara duulaa hin dhaqin yookiin hujiin dhibiille itti hin bacatin. Inni haga woggaa tokkoo mana ifiititti bilisa te’ee, niitii fuudhe san woliin gammaduu ti.

Nami tokko dubartii takka fuudheen duuba, waan isii irratti jibbu tokko yoo dhagge, woraqata lakkisiisaa barreessee itti kennee, mana ifiitii baasee isii ari’uu ti.

Seera Marroo Fuudhaa Fi Heerumaa

Nami tokko niitii fuudhee, isii bira geyeen duuba, yoo isii jibbe, dharaan maqaa isi’ii balleessee, «Ani intala tana fuudhe; yennaa isii bira geye bantii hin qaddu» jedhee yoo himate, haatii fi abbaan intala sanii waan durrummaa isi’ii mirkaneessu, jaarsolee kora mura’aa ta karra qachaa sanii duraatitti geessanuu ti. Abbaan intalaa jaarsolee saniin, «Ani intala tiyya nama kanaaf kenneeraayyu; inni ammoo isii jibbe. Kunoo maqaa isi’ii balleessee, Intalti teeti bantii hin qaddujedhee himate. Beessisi durrumma’aa ka intala tiyyaa kunoo ti!» jedhee hoccuu dhiiga banti’ii qaddu san jaarsolee qachaa sanii duratti diriirsuu ti.

Niitii abbaa keetii bira geyiisaan abbaa keeti hin salphisin.

Niitii nama dhibi’ii bira geettee ifi hin batteessin.

« Nami tokko niitii nama dhibi’ii yoo gaarayyeeffate, namichi gaarayyeeffatee fi namittiin inni gaarayyeeffate sun isaan lamaanuu ijjeefamanuu ti. Nami tokko akkuma dubartii woliin rafu dhiira yoo damaame isaan lamaanuu waan battii waan hujaneef ijjeefamanuu ti; dhiiga isaaniitiif isaanumatti itti gaafatama.

Isaan hayyoota ana Waaqaaf woyyoomane waan te’aneef, dubartii sagaagaltee battootte yookiin dubartii abbaan manaa lakkise hin fuudhin.

« Intalti inni fuudhu ta bantii qaddu teetuu ti; Inni gosa ifii keessaa intala bantii qaddu fuudhuutii malee, haadha hiyyeessaa, dubartii abbaan manaa lakkise yookiin dubartii sagaagaliisaan battootte hin fuudhin.

Exemplos bíblicos

O Cântico dos Cânticos celebra o amor conjugal. A Bíblia honra o casamento em toda a sua beleza e profundidade.

Akka chaappa’aatitti gadhaa keeti keessatti,

irree teeti irralle’etti na mallatteeffadhu.

Jaalalli akka du’aa jabaata;

hinaaffaalle akka boolla awwaalaa jabaatti.

Bobeenni isi’ii akka bobe’a ibiddaa,

ka tallisuu ti.

Bisaan guddaan

ibidda jaalalaa dhaanfuu hin dande’u;

lolaan haree hin dande’u.

Nami tokko qabeenna mana ifii mara

jaalalaaf yoo kenne,

ijjumaa hin tuffatama.

Obboleeyyan Waajibitti’ii

Bisaan guddaan

ibidda jaalalaa dhaanfuu hin dande’u;

lolaan haree hin dande’u.

Nami tokko qabeenna mana ifii mara

jaalalaaf yoo kenne,

ijjumaa hin tuffatama.

Obboleeyyan Waajibitti’ii

Jaalallee tiyya, ati attam attam dansitti’i!

Womaa dhidhinna hin qaddu.

Harmi keeti lamaanuu jilibaa ilmoolee,

lakkuu jilibaa ilmoole’ee,

ta daraaraa keessa dheeddu fakkaata.

Obboleettii tiyya, waajibittii tiyya!

Ati midhuu teeti takkatti’iin,

dirata morma keetiitiin

qalbii tiyya boojite.

Harki isaa bitaachi mataa kiyya jala adoo jiraataa;

harki isaa middichi adoo na hanqafataa.

«Jaalalli keeti daadhii woyni’ii waan caaluuf,

afaan kiyya keessa na sunqadhu.

Jiruu teetii fi biyya lafaa ta irratti eloottu keessatti tun hiree teeti waan teeteef, bara jiru’uu ka bu’aan hin qanne ka Waaqi si’iif kenne kana mara keessatti, niitii teeti ta jaalattu woliin gammadi!

Jiruu teetii fi biyya lafaa ta irratti eloottu keessatti tun hiree teeti waan teeteef, bara jiru’uu ka bu’aan hin qanne ka Waaqi si’iif kenne kana mara keessatti, niitii teeti ta jaalattu woliin gammadi!

Eloo ifiitiif bu’aa dansaa waan dhaggatanuuf, tokko te’uu irra lama te’uu woyya. Tokko yoo jige, kuun ol kaasa; yoo jige, ka ol isa kaasu, nama hin qanneef ammoo aanne’e. Nami lama yoo woliin rafe, wol hin o’isa; nami tokko attam qofuu ifi o’isuu dande’a ree? Nami tokko nama qofuu jiru injifatulle, nami lama ifi irraa dhooggatuu dande’an. Wodaroon sadiin dhowante ariifattee hin cittu.

Juízo e restauração

O Senhor é testemunha do pacto conjugal. Casamentos quebrados podem ser restaurados pelo poder e graça de Deus.

«Ee kolbaa addatamummaa hin qanne, ani abbaa manaa keessan waan te’eef, gara kiyya deebia’aa! Ani isin keessaa qachaa tokko tokko keessaa nama tokko tokko, fira tokko tokko keessaa nama lama lama filee, gara Xiyoonii hin fida.

Maatii Hose’aaa

Mootiin Waan Maraa yennaa karaa Hose’aaatiin dubbatiisa jalqabe, Hose’aan, «Biyyi Mootii Waan Maraa lakkisiisaan waan sagaagalteef, dhaqii, niitii gaarayyeeffattuu fuudhiitii, ijoollee gaarayyeeffattuu akka isi’ii uumadhu» jedhe.

Adabamiisaa Fi Adde’etti Deebi’iisa Israa’elii

«Isiin haadha manaa tiyya waan hin teeneef, anille abbaa manaa isi’ii waan hin teeneef, ijoollee tiyya haadha teessan gorsa’a! Isii gorsa’a! Herrega gaarayyeeffataatii fi sagaagalaa lakkittuu ti.

Goottaan Mootiin Waan Maraa, Halchaa sagaagalaatiin gubattee, worra si jaalatu woliin adoo sagaagaltuu nafa keeti qullaa waan mudhitteef, waaqota dharaa keeti diqachiisaa san maraaf dhiiga ijoollee teetii ciincaa waan dhikeessiteef, tanaaf ani kunoo gaarayyoota teeti worra ati woliin gammaddu mara, ka ati jaalattee fi ka ati jibbitelle adaala maraa wolitti qabee nafa qullaa keeti akka isaan dhagganuuf, woyaa sirraa mulqee isaan duratti qullaa si hambura.

Ammoo sababa Saaraayii niitii Abraamiitiif, Mootiin Waan Maraa mootichaa fi kolbaa mana mootichaa keessa jirtutti dhukkuba hamaa buuse. Maarre mootichi biyya Gibxi’ii Abraam waamee, «Wonni ati na irratti hujje kun maan? Akka isiin niitii teeti teete maaf natti hin himin?

Aggaarii Fi Ishimaa’el

Niitiin Abraamii Saaraayi, ijoollee isaaf deettee hin jirtuuyyu. Isiin hojjattuu «Aggaar» jedhantu takka qaddi; Aggaar nama biyya Gibxi’ii ti. Saaraayille Abraamiin, «Mootiin Waan Maraa ijoollee dewuu akka na dhoogge hin dhaggita; hojjattuu tiyya bira geyi! Karaa isi’iitiin ijoollee hin dhaggadha fa’aa» jette. Abraamille dubbii Saaraayii dhage’e. Niitiin Abraamii Saaraayi hojjattuu ifii Aggaarii nama biyya Gibxi’ii san fiddee, akka niiti’iititti dhirsa ifiitiif kennite; kunille Abraam biyya kana’aanii keessa woggaa kudhan le’een duuba te’e.

Isaan keessaa tokkochi, «Bara dhufu yennaa akkanaa tana deebi’ee gara keeti hin dhufa; yennaa san Saaraan niitiin teetii ilma hin deetti» jedhe.

Yennaa inni tana dubbatu Saaraan balbala dunkaani’ii ta Abrahaamiin duuba jirtu dura dhaabbattee dhage’iisatti jirtiiyyu. Abrahaamii fi Saaraan guddoo dulloomaneeraniiyyu; Saaraalle aadaan dubarti’ii irraa dhaabbatteertiiyyu. Maarre saaraan, gadhaa ifii keessatti «Ani eega dulloomee gergeshe, dhirsi kiyyalle dulloomee gergeshe, ani isa bira geyiisaaf halcha’aayyuu hin qabaadhaa?» jettee kollite.

Onaan sanyiin ta isaa akka hin teene waan beekeef, niitii obboleessa ifii woliin yennaa rafu mara, bisaan ifii ka sanyii te’u san lafatti jissee, obboleessa ifii sanyii malee hambure. Wonni Onaan godhe kun Mootii Waan Maraa waan gaddisiitteef, Mootii Waan Maraa isalle ijjeese.

Solomoon Dhalate

Achiin duuba Daawiti haadha manaa ifii Baat-Sheebaa jajjabeesse; gara isi’ii dhaqee isii woliin rafe; isiille ilma deettee, inni maqaa isaa Solomoon baase; Mootiin Waan Maraalle isa jaalate.

Abiiyaan ammoo irra caala hunna dhaggataa ideeme; inni niitolee kudhanii afur fuudhee, ilmaan diddamii lamaa fi ijoollee durraa kudhanii jaa uumate.

« Seerri marroo hinaaffa’aatiif kenname kana: Dubartittiin adoo abbaa manaa jala jirtuu seera irraa gortee, yoo ifi batteessite, yookiin yaadi hinaaffa’aa abbaa mana isi’iititti dhufee, inni yoo isii hinaafe, hayyichi dubartittii san ana Mootii Waan Maraa dura fiduu ti! Hayyichi akka seera kanaatitti isii irratti muummessuu ti!

Ulfinna Xiyoonii Ka Gara Duraa

Mootiin Waan Maraa,

«Ijoollee dubartii abbaa

manaa qadduu caalaa,

ijoolleen dubartii qofi lakkifantee

waan heddatteef,

ati maseentittiin

ijjumaa deettee hin beenne,

ta ijjumaa ciniinsifattee hin beenne

gammadaan faarfadhuu, ilillisi!

Ani Mootii Waan Maraatiin guddoo gammada;

lubbuun tiyyalle Waaqa kiyyaan firinxiixxi.

Akkuma waajibichi akka hayyu’uu marata mata’atti maratu,

akkuma waajibittiin dooqaan ifi seefattu,

inni woyaa fayyinnaa

natti uffiseera;

bullukkoo balchumma’aalle itti dabalee natti uffiseera.

Raagittiin Haannaa jedhantu, ta guddoo dulloonteertu takka, intalti Faanu’elii, ta gosa Aseerii achi jirti. Isiin heerumtee woggaa torba teetteen duuba, dhirsi isi’ii du’e.

«Yennaa nami tokko gara jila fuudhaa fi heerumaa si waame, addee ulfinnaa hin tee’in, nami si caalu waamameera fa te’a.

«Nami haadha manaa ifii lakkisee dubartii dhibii fuudhu maraa hin gaarayyeeffata. Akkasuma dubartii abbaan manaa lakkise ka fuudhu hin gaarayyeeffata.

Haga guyyaa Nohi hoboloo guddo’otti galuutitti, kolbaan nyaataa unaa, fuudhaa heerumaa turte, bisaan badi’iille dhufee isaan maraa balleesse.

Inni ol jedhee isi’iin, «Dubartii tana, meet isaan? Nami sitti mure tokkolle hin jiruu?» jedhe.

Isiin deebittee, «Gootta’a, nami tokkolle hin jiru» jette. Yesuus, «Anille si’itti hin muru. Deemi; ammoo deebitee cubbuu hin hujin» jedhe.]

Nami naaf jedhee mana yookiin obboleessa yookiin obboleettii yookiin abbaa yookiin haadha yookiin ijoollee yookiin fichaa lakkise, dachaa dhibba hin fudhata; jiruu bara baraalle hin dhaggata.

«Barsiisa’a, Muuseen, Nami tokko adoo hin uumatin yoo du’e, obboleessi isaa niitii obboleessa du’ee san dhaalee, sanyii obboleessa ifiitiif dabarsuu tijedheera.

Yennaa worri du’ane ka’anu, isaan ol-gubbaatti akka ergantoota Waaqaa te’an malee, hin fuudhanu, hin heerumanu.

Sababille Yaadi hamaan, ijjeesuun, gaarayyeeffatuun, sagaagaluun, hatuun, dharaan dhugaa bawuun, maqaa namaa balleessuun gadhaa namaa keessaa baya.

Hujiin foonii ta beekkante. Isiille: sagaagaluu, battummaa, baalagummaa, waaqota dharaa waaqonsuu, moruu, diinummaa, moromaa, hinaaffaa, mufii, ifi jaalatuu, wol dhabuu, wol fojuu, dhiibbaleessa te’uu, machii, sarbicha dhiitu’uu fi ta tana fakkaattu. Akkuma kanaan dura isinitti hime, ammalle itti deebi’ee isinitti hima: worri waan akkasii huju mootummaa Waaqaa hin dhaalu.

Niitiin teeti mana keeti keessatti,

akka muka woyni’ii

ka midhaan buusuu hin teeti;

ijoolleen teeti adaala qorii teetiititti,

akka lattuu muka ejersaa hin teeti.

Fakkeennaaf, dubartiin heerumte takka, haga dhirsi isi’ii jiru seeraan itti hidhanteerti; yoo inni du’e ammoo, seera ittiin hidhante san jalaa baateerti. Tanaaf dhirsi isi’ii adoo jiruu, dhiira dhibii yoo heerumte, gaarayyeeffattuu jedhanti. Dhirsi isi’ii yoo du’e ammoo, isiin seera isatti hidhante jalaa hin baati; dhirsa dhibii yoo heerumtelle gaarayyeeffattu’uu moti.

«Te’uu malee waan si irratti ciicadhu qaba: Dubartii Iizaabel jedhantu ta ifiin, Ani raaddu’ujettu cadhittee itti lakkitteerta. Isiin barsiisa ifiitiin akka tajaajiltooti tiyya sagaagaltuu fi sagalee waaqa dharaatiif woreegante akka nyaattu dokonkorsiti.

Isaan ijjeechaa, xanuu, sagaagaluu yookiin hatuu irraa hin deebine.

Muraan isaa dhuga’aa fi sirrii waan teeteef, inni sagaagaltuu guddittii sagaagalummaa ifiitiin lafa balleessite sanitti mureera; dhiiga tajaajiltoota ifii ta isiin dhangalaattelle baaseera» ta jettu.

Seja o primeiro