5 momentos em que Jesus mostrou como amar ao próximo
O amor ao próximo é um dos princípios mais importantes ensinados por Jesus Cristo, sendo, para muitos, quase sinônimo de sua mensagem. Ao longo de sua vida e ministério, Jesus deu inúmeros exemplos de como devemos tratar os nossos irmãos com compaixão, perdão e amor incondicional. Inspire-se nos ensinamentos de Jesus, afinal, atos de amor ajudam a espalhar a Palavra.
1. Ore pelos seus inimigos
Ani ammoo isinitti hima: diinota keessan jaaladha’a; worra isin miidhuufille daadimadha’a.
A misericórdia salva!
Jesus ensinou que devemos amar não apenas aqueles que nos amam, mas também nossos inimigos ou quem consideramos inimigos, mesmo que sem absoluta certeza.
1. O Bom Samaritano
Yesuus deebisee, «Nami tokko Yerusaalemii gara Yeriko’oo adoo gad deemuu worri nama saamu isa lolee, waan inni qabu mara irraa mulqee, dikee, lubbuu qofa keessatti lakkisee biraa deeme. Hayyuun tokko karaa san adoo dabaruu, yennaa namicha dhagge ammoo, irraa goree dabare. Nami gosa Lewwi’ii tokkolle karuma san achi dhufee, yennaa namicha dhagge, irraa goree dabare. Nami Samaariya’aa tokko ammoo, ka karaa san deemu irra dhufee, yennaa isa dhagge nayeef. Itti hiiqee, madaa isaatitti zayiti’ii fi daadhii woyni’ii naqee hidheef; achiin duuba geejjiba ifii gubbaa teessisee, gara mana keessummaan bultuu isa geessee, achitti qarqaare. Guyyaa itti aanu dinaara lama fuudhee namicha mana keessumma’aa eegutti kennee, ‹Ittiin qarqaar; yennaa karaa kana deebi’u, kana caalaalle yoo baatteef, si’iif hin kenna› jedheen» jedhe. Achiin duuba Yesuus, «Jara sadiin kana keessaa, akka ollaa tokkootitti namicha jara nama saantu afaan bu’e san ka qarqaare kam sitti fakkaata?» jedheen. Beekaan Seera Muuse’ee, «Ka marareef» jedhee deebise.
Yesuus isaan, «Atille dhaqii, akkasuma tolchi» jedhe.
O verdadeiro amor transcende barreiras!
Em Lucas 10:30-37, Jesus conta a parábola do Bom Samaritano. Um homem é assaltado e deixado quase morto. Dois passam por ele sem ajudá-lo, mas um samaritano, considerado inimigo dos judeus, oferece ajuda ao desamparado. Jesus explica que o verdadeiro amor ao próximo transcende barreiras culturais e preconceitos, encorajando-nos a agir com compaixão para com todos.
3. A Mulher Adúltera
Barsiisoti Seeraatii fi Fariisaayoti dubartii gaarayyeeffata irratti qabante takka ol seensisanee, fuula isaan maraa dura dhaabbachiisanee, Yesuusiin, «Barsiisa’a, dubartiin tun gaarayyeeffata irratti qabanteerti. Muuseen Seera keessatti dubartiin akkasii tun dhaka’aan tumantee akka duutu ajajeera. Ati amma maan jetta?» jedhane. Isaan sababa ittiin isa himatanu dhaggatiisaaf, Yesuus xaqariisaaf tana jedhane. Inni ammoo gad jedhee qubaan lafa irratti barreessuu jalqabe. Isaan ittuma deddeebi’anee gaafannaan, inni ol jedhee isaaniin, «Isin keessaa ka cubbuu hin qanne, dursee dhakaa isi’itti qolaansuu ti» jedhe. Achiin duuba inni ammalle gad jedhee lafa irratti barreesse. Isaan yennaa tana dhage’ane, jaarsole’een jalqabanee, tokko tokkoon, isaan martinuu bayanee deemane. Yesuus dubartittii achi dhaabbatiisatti jirtu woliin qofuu hafe. Inni ol jedhee isi’iin, «Dubartii tana, meet isaan? Nami sitti mure tokkolle hin jiruu?» jedhe.
Isiin deebittee, «Gootta’a, nami tokkolle hin jiru» jette. Yesuus, «Anille si’itti hin muru. Deemi; ammoo deebitee cubbuu hin hujin» jedhe.]
Perdão e compaixão acima de tudo!
Em João 8:3-11, Jesus encontra uma mulher acusada de adultério, prestes a ser apedrejada. Diferente dos demais, Ele não a condena, mas desafia os acusadores, dizendo:
"Aquele que dentre vós está sem pecado seja o primeiro que atire pedra contra ela."
Todos vão embora, e Jesus salva e orienta a mulher, mostrando um exemplo poderoso de perdão e compaixão.
4. O Servo do Centurião
Yesuus Tajaajilaa Ajajaa Dhibbaa Fayyise
Yesuus yennaa qachaa Qifirnaahoomii seene, ajajaan dhibba tokko dhufee isa kadhatee, «Gootta’a, tajaajilaan kiyya nafa laashowee, dhibamee mana ciisee, rakkataa farriisatti jira» jedhe.
Yesuus, «Ani dhufee isa hin fayyisa» jedhe.
Ajajaan dhibbaa ammoo, «Gootta’a, ati mana kiyya seeniisaaf ani nama malee moti; afaanuma calla’aan ajaji, mucaan kiyya hin fayya. Aninuu worra baalli qabu jala jira, loltoota ifiin jalatti ajajulle qaba. Isaan keessaa tokkochaan, ‹Deemi!› yoo jedheen, innille hin deema; kaanille’een, ‹Koy!› yoo jedheen, innille hin dhufa; tajaajilaa kiyyaan, ‹Kana huji!› yoo jedheen, innille hin huja» jedhe.
Yesuus yennaa tana dhage’e, baaseffatee worra isa hordofuun, «Ani isinitti hima, Israa’el keessatti dhugeeffannaa guddoo akkasii nama qabu tokkochalle hin dhaggine. Ani isinitti hima, biyya lafa duudii irraa karaa aduun baatuu fi seentuu dhufanee, mootummaa Waaqaa keessatti Abrahaam, Yaaqoobii fi Yisihaq woliin hin nyaatan; worri mootummaa Waaqaa keessa te’uu male ammoo addee itti bowanuu fi ilkaan itti qaranu gara alaa dukkanatti hin gataman» jedhe. Achiin duuba Yesuus ajajaa dhibbaatiin, «Deemi; akkuma dhugeeffanna teetii si’iif teetuu» jedhe.
Tajaajilaan ajajaa dhibbaalle saatuma san fayye.
Fé que move montanhas!
Em Mateus 8:5-13, um centurião prova a sua fé, acreditando que Jesus pode curar seu servo apenas com uma palavra. Jesus, impressionado com a fé do centurião, cura o servo.
Este ato de amor e cura mostra que Jesus ajuda a todos, independentemente de origem, posição social ou qualquer outra classificação. Ele é misericordioso sem ver a quem.
5. O Sacrifício na Cruz
Nami tokko jiruu ifii jaalota ifiitiif dabarsee kenniisa irra caalaa, jaalala caalu hin qabu.
O maior ato de amor ao próximo!
O maior ato de amor ao próximo foi feito por Cristo na Cruz para que pudéssemos ser salvos. Em João 15:13, Jesus disse:
"Ninguém tem maior amor do que este, de dar alguém a sua vida pelos seus amigos."
Lembre-se sempre de agradecer pelo sacrifício de Jesus, que deu sua vida na Terra por nós, a humanidade.
Compartilhe esses ensinamentos de Jesus sobre amor, perdão e salvação e ajude a espalhar o Amor e a Palavra de Cristo.
Deus abençoe!