Pular para o conteúdo
Publicidade

Colheita

Por Bíblia Online

A colheita é princípio bíblico universal: colhemos o que semeamos. Quem semeia na fé e obediência colherá bênçãos abundantes do Senhor.

Semear e colher

Quem semeia no Espírito, do Espírito colherá vida eterna. Não nos cansemos de fazer o bem — ao tempo certo colheremos.

Nami akka fedha foon ifii facaasu, fedha foon ifii irraa du’a haammata; nami akka fedha Ayyaanaa facaasu, Ayyaana irraa jiruu bara baraa haammata.

Ifi hin sobina’a! Waaqatti funnaan hin dhaabanu. Nami waanuma facaase haammata.

Yoo addii kutatuu dhanne, yennaan haamma’aa yennaa geette, waan wolitti qabannuuf, hujii dansaa hujiisa me dadhannuu ti.

Waaqi ka facaasuuf sanyii, ka nyaatuuf sagalee kennu, sanyii facaattanu mara isinii kennee akka guddattu hin godha; midhaan arjummaa teessaniille hin fakkansa.

Worri nageya buusu, nageya facaasee, midhaan balchumma’aa wolitti qabata.

Adabbiin kennantu yennaa san ka nama gaddisiittu malee, ka nama gammachiittu hin fakkaatu; duuba ammoo worra itti barateef midhaan balchumma’aa ka nageyaan guutame hin buuchi.

Fidelidade na semeadura

Honra ao Senhor com as tuas primícias. O Senhor abrirá as janelas do céu e derramará bênção sem medida.

Qabeenna keetiin,

midhaan keeti mara keessaa mataa kenniisaan,

Mootii Waan Maraatiif ulfinna kenni.

Mana kiyya keessa sagaleen akka jiraattuuf kudhan keessaa tokko guutumatti gootaraa kiyyatti galcha’a! Ani foddaa ol-gubbaaa banee, eebba irraan dhangala’u yoo gad isiniif jissuu dhabaadhe na ilaala’a!

«Isin seerata kiyya yoo eegattane, ajaja kiyyaafille akka dansaa yoo ajajantane, Bokkeya yennaa isaatitti isiniif hin kenna; latti midhaan hin baachi; mukille midhaan hin buusa.

Sinbirroota ilaala’a; isaan midhaan hin facaasanu yookiin haamanee gootara’atti hin galchanu; Abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru isaan nyaachisa. Isin guddoo sinbirroota hin caaltanuu ree?

Muki woyni’iitii fi harru’uu qooreera;

muki rumaani’ii, muki meexxi’iitii fi appilii,

muki ficha’aa duudiin gogeera;

gammadi ilmaan namaa badeera.

Muki harru’uu midhaan buusuu dhabulle,

muki woyni’ii midhaan buusuu dhabulle,

muki ejersaalle midhaan kennuu dhabulle,

fichaan midhaan baasuu dhabulle,

hooleen gooree keessaa dhabantulle duwwaa hattulle

loon moonaa keessaa dhabamanulle,

tun marti teetulle

ani Mootii Waan Maraatitti hin gammada;

Waaqa fayyisaa kiyyatti gammadee firinxiixa.

Seja o primeiro