Publicidade

Coração

Por Bíblia Online

O coração é o centro do ser humano — sede dos pensamentos, emoções e decisões. A Bíblia ensina a guardar, purificar e render o coração a Deus como oferta viva.

Guardar o coração

Sobre tudo o que se deve guardar, guarda o teu coração, porque dele procedem as fontes da vida e de toda decisão.

Maddi jiruu teetii qalbii waan teeteef,

waan mara caalaa

qalbii teeti eegadhu.

Maddi jiruu teetii qalbii waan teeteef,

waan mara caalaa

qalbii teeti eegadhu.

Gadhaa tokkochaan Mootii Waan Maraatitti addadhu;

hubantii teetitti hin irkatin.

Gadhaa tokkochaan Mootii Waan Maraatitti addadhu;

hubantii teetitti hin irkatin.

Karaa keeti maraan isa beeki;

inni daandii teeti si’iif hin qajeelcha.

Ilma kiyya, waan ani si barsiisu hin dedhin;

ajajoota kiyya gadha’atti qabadhu.

Isaan guyyoota sii ede’anee,

woggoota hedduu si leesisan;

qananumma’aa fi nageya sii kennan.

Mararti’ii fi addatamummaa ijjumaa hin lakkisin;

morma keetitti hidhadhu;

gadhaa keeti keessatti qabadhu.

Achiin duuba ati Waaqaa fi nama duratti

fudhatamaa fi maqaa dansaa hin dhaggatta.

Yaadi nageyaa jiruu nafaaf kenna;

hinaaffaan ammoo lafee tortorsa.

Nami gadhaa ifii keessatti qaro’oo seera fudhata;

nami gowwaan dubbattichi ammoo

gara badi’ii deema.

Coração puro

Cria em mim um coração puro, ó Deus. Ensina-me a contar meus dias para que tenha um coração sábio.

Ee Waaqa, gadhaa qulluu naa dadi;

ayyaana haareya hin jijjiiranne naa kenni.

Ee Waaqa, gadhaa qulluu naa dadi;

ayyaana haareya hin jijjiiranne naa kenni.

Qaroolee akka teenu,

barri jiruu teennaa

gabaabaa akka te’e akka beennu nu barsiisi.

Ee Mootii Waan Maraa,

rassaa kiyyaa fi wodoo kiyya!

Jechi afaan kiyyaatii fi

yaadi gadhaa kiyyaa

si duratti fudhatama qabaatanuu ti.

Isin worri Mootii Waan Maraatitti addii godhattanu marti,

jabaadha’a; jajjabaadha’a.

Mootii Waan Maraatitti gammadi;

inni halchaa gadhaa keetii si’iif hin kenna.

Inni halchaa gadhaa keetii sii kennu;

yaada keeti mara sii guutu.

Worri ajaja isaa eegatu,

ka gadhaa tokkochaan isa barbaadu

ka gammade.

Muraa haqaa teeti yennaa baradhe,

ani gadhaa qajeela’aan si leellisa.

Ani gadhaa tokkochaan si barbaada;

ajaja keeti irraa akka goru na hin lakkisin.

Buscar a Deus de coração

Amarás ao Senhor teu Deus de todo o coração. A busca sincera leva ao encontro; o coração dividido leva à ruína.

Yesuus deebisee, « ‹Waaqa Goottaa keeti, gadhaa keeti tokkochaan, lubbuu teeti takkatti’iin, qalbii teeti takkatti’iin jaaladhu›.

Yesuus deebisee, « ‹Waaqa Goottaa keeti, gadhaa keeti tokkochaan, lubbuu teeti takkatti’iin, qalbii teeti takkatti’iin jaaladhu›.

Yennaa mara addee karri teessan jirtu gadhaan keessanille jira» jedhe.

Dhugumaan isiniin jedha; eennulle gadhaa ifiititti adoo hin mamin gaara kanaan, ‹Asii ka’iitii, gara abbaaya’aa ifi darbi!› yoo jedhe, wonni inni jedhulle akka teetuuf yoo dhugeeffate, wonni sun isaaf hin teeti.

Qalbiin namaa waan mara caalaa

dabaalettii qajeeluu hin dandeenne.

Eentu isii hubatuu dande’a ree?

Qalbiin namaa waan mara caalaa

dabaalettii qajeeluu hin dandeenne.

Eentu isii hubatuu dande’a ree?

Ani Mootiin Waan Maraa nama maraaf

akka ideensa isaatii fi

akka hujii isaatitti gatii isaaf kenniisaaf,

gadhaa namaatii fi qalbii namaa

qorqoree hin ilaala» jedha.

Isin na hin barbaaddan; gadhaa tokkochaan yoo na barbaaddane na hin dhaggitan.

Seeraa fi ajaja Muuseen tajaajilaan Waaqaa isiniif kenne ifi eegganna’aan muummessa’a: Waaqa Goottaa keessan jaaladha’a; fedha isaa muummessa’a; ajaja isaa eegadha’a; isaaf addatama’a; gadhaa keessan tokkochaa fi lubbuun teessan takkatti’iin isa tajaajila’a» jedhe.

Ani akka isaan ijjumaa naaf addatamanu gadhaa addatamumma’aa isaaniif hin kenna; qalbii haareyalle isaan keessa hin keya. Gadhaa isaanii ka akka dhaka’aa isaan keessaa baasee, gadhaa isaanii ka foonii isaaniif hin kenna.

Ani qalbii haareya isiniif hin kenna; ayyaana haareya isin keessa hin keya. Ani mataa jabeenna keessan ka akka dhaka’aa isin keessaa baasee, qalbii ajajantu isiniif hin kenna.

Conhecer o coração

O homem olha para a aparência, mas o Senhor olha para o coração. Deus conhece os segredos mais profundos.

Mootiin Waan Maraa ammoo Saamu’eliin, «Ani waan isa tuffadheef bifa isaa yookiin dheerinna hojjaa isaa hin ilaalin; Mootiin Waan Maraa akka nami ilaalu hin ilaalu; nami fuula ilaala; Mootiin Waan Maraa ammoo qalbii ilaala» jedhe.

Mootiin Waan Maraa ammoo Saamu’eliin, «Ani waan isa tuffadheef bifa isaa yookiin dheerinna hojjaa isaa hin ilaalin; Mootiin Waan Maraa akka nami ilaalu hin ilaalu; nami fuula ilaala; Mootiin Waan Maraa ammoo qalbii ilaala» jedhe.

Akkuma bisaan fuula namaa mudhisu,

yaadi namaalle eennummaa namaa mudhisa.

Gadhaan gammadu akka qorsa dansa’aa ti;

yaadi cabaan ammoo lafee goggossa.

Waan gootu mara

Mootii Waan Maraatitti magannee kennadhu;

wonni ati yaaddu marti si’iif hin milkootti.

Shaggummaan teessan waan alaan mudhatuun mataa dhowatiisaan, worqii naqatiisaan, yookiin woyaa gatii guddo’oo uffatiisaan ifi seefatiisaan hin te’in. Ammoo shaggummaan teessan, ka ayyaanni qajeela’aa fi sirnaamessi Waaqa duratti gatiin isaa guddaa te’e keessa jiru, ka yennaa mara hin banne, seefata keessa nafa keessanii te’uu ti.

Tanaaf Waaqi nama gammadaan kennu waan jaalatuuf, nami tokko tokkonuu waan gadhaa ifiitiin kenniisaaf barbaade gammadaan kennuuti malee, gaabbaa yookiin hunnaan hin kennin.

Isin dur garboota cubbu’uu ti; amma ammoo barumsa fudhattaneef gadhaa guutu’uun waan ajajantaneef, Waaqi galatoomu.

Guyyaa Goottaan keenna Yesuus woyyoota ifii duudii woliin deebi’ee dhufutti, komii malee woyyumma’aan fuula Waaqa Abbaa keennaa dura akka jiraattanu inni isin jabeessu.

akkuma guyyaa ilaallacha’aa lafa goomolee keessatti Waaqa finqiltanee san

mataa hin jabaatina’a!

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-22_10-02-25-