Pular para o conteúdo
Publicidade

Deus está contigo

Por Bíblia Online

Deus está contigo — esta é a promessa mais repetida da Bíblia. Onde quer que vás, em qualquer situação, o Senhor caminha ao teu lado e nada pode te separar do seu amor.

Eu sou contigo

Sê forte e corajoso! Não temas, porque o Senhor teu Deus é contigo por onde quer que andares.

Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, Addee ati dhaxxu maratti si woliin waan jiruuf jabaadhuu, jajjabaadhu, hin sodaatin, hin nayinille’e!jedhee si ajajee hin jiruu?» jedhe.

Iyaasu’u, bara jiruu teetii duudii nami ifi irraa si qabatuu dande’u hin jiru. Akkuma Muusee woliin jiraadhe si wolille’een jiraadha. Ani yennaa maraa si woliin jiraadha; ijjumaa si hin lakkisu. Lafa ani isaaniif kenniisaaf abbootii isaaniitiif waadaa gale, akka dhaalanuuf, sooressa kolbaa tanaa waan teetuuf, jabaadhuu, jajjabaadhu.

Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isin woliin waan jiruuf, jabaadha’a; jajjabaadha’a; isaan hin sodaatina’a yookiin hin bararaqina’a; inni isin hin lakkisu yookiin isin hin gatu» jedhe.

Ani si woliin waan jiruuf hin sodaatin!

Ani Waaqa keeti waan te’eef hin rifatin!

Ani si hin jabeessa; si hin qarqaara;

harka kiyya middicha balchichaan ol si hin qaba.

Ani kolbaa tanaaf akka dalleya sibiila sageettu’uutiin ijaaramee si tolcha. Isaan si loliisaaf si irratti hin ka’an; ammoo ani si fayyisiisaa fi si baasiisaaf si woliin waan jiruuf, isaan si hin injifatanu.

Achitti ergamaan Mootii Waan Maraa isatti mudhatee, «Ee nama jabaa janna! Mootiin Waan Maraa si woliin jira» jedheen.

Presença constante

Não te deixarei nem te desampararei. Cristo habita no coração pela fé — e estará conosco até o fim dos tempos.

Jaalala beese’ee irraa if qusadha’a; wonni isin qaddanu isin gewuu ti. Waaqi, «Ani ijjumaa si hin lakkisu, ijjumaa si hin gatu» jedheera.

Waan ani isin ajaje maralle akka eegatanu barsiisa’a. Anille yennaa mara haga muummee biyya lafaa isin woliin jira» isaaniin jedhe.

Karaa dhugeeffanna’aatiin Kiristoos gadhaa keessan keessa akka qubatu ani hin daadimadha. Ani akka isin jaalalaan hiddaa fi hundee qabaattanu daadimadha.

Isin galma Waaqaa akka teetanee fi Ayyaanni Waaqaa isin keessa akka jiru hin beettanuu?

Kunoo, ani balbala dura dhaabbadhee balbala dhodhowa; eennulle qoonqoo tiyya dhage’ee yoo balbala naaf bane, ani seenee isa woliin nyaadha, innille na woliin nyaata.

Amor inseparável

Nada poderá nos separar do amor de Deus que está em Cristo Jesus nosso Senhor. Absolutamente nada.

Du’alle te’ee jiruun, ergantoota Waaqaalle te’ee bulchitooti ol-gubbaaa, wonna amma jirulle te’ee wonni dhufu’uuf jiru, hunnootalle yoo te’e, wonna gubbaa jirulle te’ee wonni gad jala jiru, wonna dada mara keessa jirulle yoo te’e, jaalala Waaqi Goottaa keenna Kiristoos Yesuusiin nu jaalate irraa dande’ee gargar akka nu hin baanne mirkaneeffadheera.

Seja o primeiro