Pular para o conteúdo
Publicidade

Dia dos avós

Por Bíblia Online

Os avós são tesouros vivos de sabedoria e fé. A Bíblia honra os mais velhos e celebra a transmissão de fé entre gerações — dos avós aos netos e destes aos que virão.

A bênção dos avós

A coroa dos velhos são os filhos dos filhos. A misericórdia de Deus é de geração em geração sobre os que o temem.

Ilmaan ilmaan isaanii

maanguddootaaf kallacha isaanii ti;

worri ijoollee ifiitiif ulfinna isaanii ti.

Jaalalli bara baraa

ka Mootii Waan Maraa ammoo

bara baraa haga bara baraatitti,

worra isa sodaatu woliin hin jiraata;

balchummaan isaalle

ijoollee ijoollee isaa woliin hin jiraatti.

Ani dur dargageessa; amma dulloomeera;

ani Mootiin Waan Maraa nama balchaa gateeruun,

yookiin ijoolleen isaa sagalee kadhattuun

ijjumaa dhaggee hin beeku.

Dhalooti tokko hujii teeti

dhaloota itti aanutti jaja;

hujii teeti ta maade’ee hin lassa.

Mootiin Waan Maraa dansaa waan te’eef,

jaalalli isaa ka bara baraa haga bara baraa,

addatamummaan isaalle dhalootaa haga dhalootaa ti.

Força e fidelidade

Mesmo na velhice darão frutos. Os cabelos brancos são coroa de glória. Deus não abandona seus filhos na idade avançada.

Isaan akka muka dullummaa keessa midhaan buusuu,

ka yennaa mara bisille’ee

hin te’an.

Isaan, «Mootiin Waan Maraa sirri’i;

inni rassaa ani itti baqadhu;

isa keessa hammeenni hin jiru» jedhan.

Arriin kallacha ulfinnaa ti;

isiin jiruu balchumma’aatiin dhagganti.

Haga isin dulloontanee arrii baatanutti

ka isin ba’atu ana;

ani isin dadeera; isin hin ba’adha;

isin hin qarqaara; isin hin fayyisa.

Ijoolleen hin dadhaddi; hin laattille’e;

dargaggootille gufattee hin jiddi.

Worri Mootii Waan Maraa addatu ammoo,

hunna ifii hin haareffatan.

Isaan akka risa’aa koolaan hin ka’an;

hin rukkisan; hin laafanu; hin ideeman; hin dadhabanu.

Waan ila teessaniin dhaggitane akka hin deene, bara jiruu teessanii mara gadhaa keessan keessaa akka hin bannelle ifi eegadha’a. Waan kana ijoollee teessanii fi ijoollee ijoollee teessanii barsiisa’a.

Seja o primeiro