Pular para o conteúdo
Publicidade

Educação das crianças

Por Bíblia Online

A educação cristã dos filhos é responsabilidade sagrada dos pais. A Bíblia ensina a instruir, disciplinar e modelar a fé desde a tenra idade, formando gerações que temem ao Senhor.

Instruir nos caminhos de Deus

Instrui a criança no caminho em que deve andar. A educação bíblica molda o caráter e estabelece fundamentos para a vida.

Ijoollee karaa sirri’ii barsiisi;

yennaa dulloomanelle isaan

karaa san irraa hin goranu.

Gowwummaan yaada ijoolle’ee qabatteerti;

uleen xixxa’aa ammoo gowwummaa isaan irraa hin fageessiti.

Bu’aa Qarummaa Irraa Dhaggamu

Ilmaan tiyya, gorsa abbaa keessanii caqasa’a;

itti xiyyeeffadha’aatii,

hubantii dhaggadha’a.

Ilma kiyya, gorsa abbaa keetii dhage’i;

barsiisa haadha teetiille hin lakkisin

Barsiisi isaanii,

mataa keetiif akka kallacha ulfinnaa ti;

morma keetiifille,

akka meya seesaaf diramee ti.

Isiin qarumma’aan dubbatti;

afaan isi’ii keessa barsiisa dansa’atti jira.

Ajajoota ani adha si ajaju kana ijjumaa hin dedhin. Ajajoota kana irra deddeebi’iitii ijoollee teeti barsiisi. Yennaa mana teettu, yennaa karaa ideentu, yennaa irkattu fi yennaa kaatu marroo ajajoota kanaa dubbadhu.

Mootii Waan Waaqa keeti gadhaa keeti tokkochaan, lubbuu teeti takkatti’ii fi hunna teeti maraan jaaladhu. Ajajoota ani adha si ajaju kana ijjumaa hin dedhin. Ajajoota kana irra deddeebi’iitii ijoollee teeti barsiisi. Yennaa mana teettu, yennaa karaa ideentu, yennaa irkattu fi yennaa kaatu marroo ajajoota kanaa dubbadhu.

Ajajoota kana irra deddeebi’iitii ijoollee teeti barsiisi. Yennaa mana teettu, yennaa karaa ideentu, yennaa irkattu fi yennaa kaatu marroo ajajoota kanaa dubbadhu.

Yennaa inni anaan, Bara lafa san irra le’anu mara ulfinna naaf kenniisa akka baratanu, ijoollee ifiille akka barsiisanu, jecha kiyya akka dhage’anuuf kolbaa na duratti wolitti qabijedhe, gaara Siina’aa irratti Mootii Waan Maraa Waaqa keessan dura guyyaa dhaabbatane qaabadha’a.

Jechoota kiyya kana gadhaa keessanii fi qalbii teessan keessatti qabadha’a; qaabbii akka isinii teetu harka keessan irratti hidhadha’a; adda keessan irralle’etti keyadha’a. Ijoollee teessanille barsiisa’a. Yennaa mana teettanu, yennaa karaa deentanu, yennaa irkattanu, yennaa kaatanulle marroo jechoota kanaa haasowa’a. Mikikkila balbala mana keessaniitii fi karra dalleya keessanii irratti barreessa’a. Yoo tana gootane, barri keessanii fi barri ijoollee teessanii lafa Mootiin Waan Maraa abbootii teessanii kenniisaaf kakate keessatti akka bara ol-gubbaa lafaan gubba’aa hin dheerata.

Disciplina e amor

A vara e a repreensão dão sabedoria. A disciplina é expressão de amor que protege e forma o caráter dos filhos.

Ijoollee xixanee adabuun qarummaa kennitiif;

ijoolleen gad lakkifante ammoo haadha ifii qaanessiti.

Ijoollee teeti adabi;

isaan foora si’iif hin kennan;

gadhaa keetille hin gammachiisan.

Nami ilma ifii adabiisa mararfatu ilma ifii jibba;

ka jaalatu ammoo malaan adabee isa guddisa.

Kudhanii Lammeessoo

Ijoollee teeti adabiisa hin lakkisin;

kuta’aan yoo dhaante isaan hin du’anu.

Ati yoo kuta’aan isaan dhaante,

lubbuu isaanii du’a irraa hin hamburta.

Deebisiisaaf adoo addiin jirtuu,

ijoollee teeti adabi;

gad lakkittee akka isaan du’anu hin godhin.

Waaqi akka ijoollee ifiititti waan isin ilaaluuf, rakkoo adabbi’ii ossadha’a! Ilmi abbaan hin adabane kam inni?

Ijoollee! Kun waan Goottaa gammachiisu waan te’eef, haadhaa fi abbaa keessaniif ajajama’aatii, waan isaan jedhanu mara godha’a.

Abbootii! Akka isaan addii hin kutanne, ijoollee teessan hin aarsina’a.

Abbootii! Ijoollee teessan adabaa fi gorsa Gootta’aatiin guddisa’a malee, akka aartu hin godhina’a.

Ensinar pelas Escrituras

Desde a infância conheces as sagradas letras. As Escrituras formam, equipam e capacitam para toda boa obra.

Ati Barreeffama Woyyicha, qarooma Yesuus Kiristoositti dhugeeffatiisaan fayyinni ittiin dhaggamu si’iif kenniisa dande’u ijoollummaa teetiin jalqaddee beetteerta.

Ati ammoo waan barattee jabeessitee itti dhugeeffatte, eennuu fa’a irraa akka baratte waan beettuuf itti jabaadhu. Ati Barreeffama Woyyicha, qarooma Yesuus Kiristoositti dhugeeffatiisaan fayyinni ittiin dhaggamu si’iif kenniisa dande’u ijoollummaa teetiin jalqaddee beetteerta.

Waaqaa Fi Kolbaa Waaqaa

Wolaloo Asaafii.

Ee kolbaa tiyya, barsiisa kiyya caqasa’a;

gurra keessan

gara dubbii afaan kiyyaa deebifadha’a.

Ani fakkeennaan afaan kiyya hin saaqadha;

dubbii dhossa’aa

ta durii jalqaddee dhoffante hin mudhisa.

Dubbiin tun ta dhageennee hin beenne,

ta abbootiin teenna ta durii nutti hinte,

nuuti ijoollee isaanii hin dhossinu;

marroo leellisa Mootii Waan Maraatii fi hunna isaa,

marroo bilbaasa inni hujee,

dhaloota dhufutti hin hinna.

Dubbiin tun ta dhageennee hin beenne,

ta abbootiin teenna ta durii nutti hinte,

nuuti ijoollee isaanii hin dhossinu;

marroo leellisa Mootii Waan Maraatii fi hunna isaa,

marroo bilbaasa inni hujee,

dhaloota dhufutti hin hinna.

nuuti ijoollee isaanii hin dhossinu;

marroo leellisa Mootii Waan Maraatii fi hunna isaa,

marroo bilbaasa inni hujee,

dhaloota dhufutti hin hinna.

Inni ajaja sanyii Yaaqoobiitiif kennee,

seera Israa’el keessatti baasee,

ijoollee ifiille akka barsiisanu

abbootii teenna ta durii ajaje.

Wonni inni tana godheef,

dhalooti itti aanu tana akka beeku,

worri amma hin dhalatinille

ijoollee ifii akka barsiisu.

Achiin duuba ijoolleen sun Waaqatti addatti;

hujii Waaqaalle hin deetu;

ajaja isaalle yennaa mara eeggatti.

Mootiin Waan Maraa attam attam dansaa akka te’e

qorqora’aatii ilaala’a;

nami isatti baqatu ka gammade.

Worri Mootii Waan Maraa sodaatu

womaa waan hin dhanneef,

isin worri isaaf woyyoontane,

Mootii Waan Maraa sodaadha’a.

Dardarooti neenqaatuu dhabanee hin beelotan;

worri Mootii Waan Maraa barbaadu ammoo

waan dansaa hin dhabu.

Ee ijoolle! Gara kiyya kowa’aatii, na caqasa’a;

ani Mootii Waan Maraa sodaatiisa isin hin barsiisa.

Ee ijoolle! Gara kiyya kowa’aatii, na caqasa’a;

ani Mootii Waan Maraa sodaatiisa isin hin barsiisa.

Ijoolleen kennansa Mootii Waan Maraa ti;

midhaan gadaamessaa,

eebba isaa ti.

Bênção e promessa

Os filhos são herança do Senhor. A educação cristã é investimento eterno que produz frutos em todas as gerações.

Yesuus ammoo, «Mootummaan Waaqaa ta worra akkasii waan teeteef, ijoollee lakkisa’a, gara kiyya dhuttuutii hin dhooggina’a» jedhe.

«Lafa ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si’iif kennu keessatti bara dheeraa akka leetu, abba’aa fi haadha teetiif ulfinna kenni.

«Ani lafa dheebisaa irratti bisaan baasee,

lafa godduu irralle lagi akka lola’u hin godha;

Ani sanyii teeti irratti Ayyaana kiyya,

ijoollee ijoollee teeti irralle’etti

eebba kiyya hin dhangalaasa.

Akkuma ani si leellifadhu,

worri jiru’uun jiru si leellifatan;

addatamummaa teeti

abbootiin ijoollee ifiititti hin himan.

Ilmaan teeti marti

ana Mootii Waan Maraa irraa

ka baratte hin teeti;

ijoolleen teetille

nageya guddaa hin dhaggatti.

Seja o primeiro