Pular para o conteúdo
Publicidade

Egoísmo

Por Bíblia Online

O egoísmo é o oposto do amor cristão. Jesus nos ensinou a negar a nós mesmos, tomar a cruz e segui-lo. A vida cristã é vida de entrega, serviço e generosidade.

Negar-se a si mesmo

Se alguém quer vir após mim, negue-se a si mesmo. O caminho de Cristo é o caminho da auto-entrega e do serviço.

Achiin duuba Yesuus gumi’ii fi barattoota gara ifii waamee, «Eennulle na hordofiisaaf yoo barbaade, waan ifii lakkisee, fannoo ifiille ba’atee, na hordofuu ti.

Ajaji guddichi lammeesso’oo, Nama mara akka mataa keetii jaaladhuka jedhu kana. Ajaji guddichi isaan lamaan kana caalu ka dhibiin hin jiru» jedhe.

Maarre haganaa achi Kiristoos ana keessa le’a malee, ani ifiif hin le’u. Le’ii amma fooniin le’ulle, Ilma Waaqaa ka ana jaalatee, ifi dabarsee naaf kennetti dhugeeffatiisaan le’a.

Ifi gad qabiisaan worra dhibii ifi caalchisa’aatii ilaala’a malee, halchaa ifi jaalatiisaatiin, yookiin ifi saadiisaatiin waan tokkolle hin godhina’a!

Te’uu malee ergaa tiyya yoo fixee, hujii Goottaan Yesuus natti kenne ta Wongeela badhaadha Waaqaalle yoo lallabee muummesse, jiruu tiyya woyittuu hin laakkowu.

Viver para os outros

Ninguém busque o próprio interesse, mas o do próximo. O amor não busca os seus próprios interesses.

Nami tokko tokkonuu bu’aa mataa ifii callaa barbaaduu adoo hin te’in, bu’aa worra dhibi’iitilleeef yaaduu ti.

Jaalalli ossaamessa; jaalalli arja’a; jaalalli hin hinaafu; hin bondhooru; ifi hin jaju. Jaalalli jallichaa moti; jaalalli bu’aa ifii qofa hin barbaadu; jaalalli hin bilinjawu; jaalalli yakkaa hin laakkowu.

Eennulle ifi hin sobin. Nami isin keessaa akka yaada biyya lafaatitti qaroo ifi sewu yoo jiraate, dhugumaan qaroo te’iisaaf akka gowwa’aa ifi laakkowuu ti.

Tokko tokkoon keenna akka nami dhibiin dhugeeffannaa ifiitiin jabaatu, dansaa isaatiif isa gammachiisuu qanna.

Nami arjaan hin durooma;

nami dheebuu nama baasulle

ifille’eef dheebuu hin baya.

Nami gowwaan yaada ifii qofaa

namatti mudhisuu barbaada malee,

hubanti’itti hin gammadu.

Bu’aa haqa hin te’in dhaggatiisa irraa,

gadhaa kiyya gara ajaja keetii deebisi.

Addee hinaaffa’aa fi ifi jaalatiis jirtutti hoga’aa fi waan hantuu maratti jira.

Seja o primeiro