Pular para o conteúdo
Publicidade

7 ensinamentos de Jesus para uma vida plena

Por Bíblia Online  - 

Jesus nos deixou ensinamentos que transformam vidas e podemos acompanhar diversos momentos em que isso foi mostrado na Bíblia. Veja a seguir 7 ensinamentos Cristo que podem trazer paz e plenitude espiritual.

Lista de ensinamentos:

1. Mateus 22:37-39

Yesuus deebisee, « Waaqa Goottaa keeti, gadhaa keeti tokkochaan, lubbuu teeti takkatti’iin, qalbii teeti takkatti’iin jaaladhu. Ajaji guddichi duraa isaa kana. Lammeessoolle isuma fakkaata: Ollaa keeti akka mataa keetii jaaladhu.

2. Mateus 18:21-22

Woliif Araaramuu

Achiin duuba Pheexroos gara Yesuusii dhikaatee, «Gootta’a, obboleessi kiyya yoo na yakke, yennaa meeqa araaramaaf? Yennaa torbaa?» jedheen. Yesuus deebisee, «Ani haga yennaa torbaatamii torbaa ti malee, haga yennaa torbaati si’iin hin jedhu.

3. Mateus 5:44

Ani ammoo isinitti hima: diinota keessan jaaladha’a; worra isin miidhuufille daadimadha’a.

4. Mateus 7:1

Namatti Muriisa

Yesuus, «Waaqi akka isinitti hin murre, isin namatti hin murina’a.

5. Mateus 6:33

Dursa’aatii mootummaa Waaqaatii fi balchummaa isaa barbaada’a; tun martinuu isiniif hin kennanti.

6. Mateus 23:12

Nami ol ifi qabu gad hin qabama, nami gad ifi qabu ol hin qabama» jedhe.

7. João 14:1

Karaan Gara Abba’aa Geessu Yesuus

Yesuus barattoota ifiitiin, «Gadhaan keessan hin raafamin, Waaqatti dhugeeffadha’a; analle’etti dhugeeffadha’a!

Esses versículos te ajudaram? Então compartilhe esses ensinamentos de Jesus com seus amigos e ajude a espalhar a palavra de Cristo.

Deus abençoe!

Seja o primeiro