Publicidade

Simplicidade do Evangelho

Por Bíblia Online

A simplicidade do evangelho é sua força. Deus escolheu as coisas loucas do mundo para confundir os sábios. O poder está na mensagem da cruz, não na eloquência humana.

Waaqi ammoo qaroolee qaanessu’uuf, worra biyya lafaatitti akka gowwoole’ee laakkowamanu fowate; worra jajjaba qaanessu’uuf worra biyya lafaatitti akka dadhaboole’ee laakkowamanu fowate. Waaqi, waan worra biyya lafaa biratti barbaachisa’a jedhamee ilaallamu akka hin jirre godhiisaaf, waan biyya lafaatitti gadi qabamee fi tuffatamee, woyittuu hin laakkowanne fowate. Eennulle fuula Waaqaa duratti akka ifi hin jajneef inni tana godhe.

Kiristoos akka ani Oduu Gammadaa lallabuuf ana erge malee, akka cuuphuuf na hin ergine. Fannifamuun Kiristoosii akka hunna hin dhanne, Oduu Gammadaa ka lallabaaru qarummaa namaatiinii moti.

Haasonni kiyyaa fi lallabi kiyya ayyaanaa fi hunna Waaqaa mudhisiisaan malee, jechoota qarummaa namaatiinii moti.

Ani Yennaa lafa tana irraa ol kaafame, nama maraa gara kiyya harkisa» jedhe.

Seja o primeiro
Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-