Pular para o conteúdo
Publicidade

Filhos de Deus

Por Bíblia Online

Ser filho de Deus é o maior privilégio da existência humana. Pela fé em Cristo, recebemos o direito de ser chamados filhos de Deus — herdeiros de Deus e co-herdeiros com Cristo.

O direito de ser filho

A todos que creram no nome de Jesus, deu-lhes o poder de serem feitos filhos de Deus — nascidos não do sangue, mas de Deus.

Te’uu malee, worra isa fudhatee itti dhugeeffate maraaf, akka ijoollee Waaqaa te’anuuf midda kenne. Isaan Waaqa irraa dhalatane malee, fedha dhiiraa irraa yookiin fedha foonii irraa yookiin fedha dhiigaa irraa hin dhalanne.

Nami isatti dhugeeffatu maraa jiruu bara baraa akka qabaatu malee akka hin banneef, Waaqi biyya lafaa guddoo waan jaalatuuf Ilma ifii tokkochuma san kenne.

Bilbaasoti kun ammoo akka Yesuus Masiihii te’ee fi Ilma Waaqaalle te’e, itti dhugeeffatiisaan maqaa isaatiin jiruu akka dhaggattanu barreeffamane.

Ijoollee Waaqaa

Kiristoos Yesuusitti dhugeeffatiisaan, isin martinuu ijoollee Waaqaa ti. Isin worri Kiristoos woliin tokko te’iisaaf cuuphantane maraa, Kiristoos akka woya’aa uffattaneertan.

Barri murtaye sun yennaa geye, Waaqi Ilma ifii nuuf erge. Inni dubartii irraa dhalatee, Seera jalatti bule. Inni worra Seera jala jiru wodee, ilmaan Waaqaa nu godhiisaaf tana godhe.

Maarre yoona, ati ilma malee garbichaa moti; ilma eega teete, Waaqi akka dhaaltu si godheera.

A identidade dos filhos

O Espírito testifica com nosso espírito que somos filhos de Deus. E se filhos, também herdeiros — herdeiros de Deus.

Worri Ayyaana Waaqaatiin sooreffamu mara ijoollee Waaqaa ti. Isin Ayyaana ilmoomaa ka, «Abba’a! Abbaa keenna!» jettanee waantanuun fudhattane malee, soda’aan akka leetanuuf ayyaana ammalle isin garboonsu hin fudhanne.

Ayyaanni Waaqaatuu ayyaana keenna woliin wolii galee, nuuti ijoollee Waaqaa akka teene dhugaa baya.

Kana jechuun ijoolleen akkuma aadaa nami uumatuutiin dhalatte ijoollee Waaqaati jechu’uu moti; ammoo ta akka sanyi’iititti laakkowantu, ijoollee akka waadaa Waaqi galeetitti dhalatte.

Israa’el Ade’etti Hin Deebiti

«Kolbaan Israa’elii akka maansa abbaayaa qarqaraa ka safaranee yookiin laakkowanee hin dandeennee hin teeti. Adduma, Isaan kolbaa tiyyaa motijedhamanetti, isaan, Ilmaan Waaqa jiraata’aajedhamanee hin waamaman.

Aadaa Bowaa Ta Dhooggante

Isin ijoollee Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii ti. Nama du’eef nafa keessan ifi hin mummurina’a; mataa keessanille hin haadatina’a. Isin kolbaa Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif woyyoontane waan teetaneef, inni qabeenna isaa ka addaa akka teetanuuf, kolbaa biyya lafaa irra jirtu mara keessaa isin filateera.

Viver como filhos

Vede que grande amor o Pai nos concedeu: que fôssemos chamados filhos de Deus! E é isso que somos.

Ijoollee Waaqaa

Ijoollee Waaqaa jedhannee akka waammannuuf, Abbaan attam guddisee akka nu jaalate ilaala’a! Maarre nuutille ijoollee isaa ti. Biyyi lafaa Waaqa waan hin beenneef, nu hin beettu.

Nami balchummaa hin hunyee fi nami obboleessa ifii hin jaalanne mara ka Waaqaatii moti; ijoolleen Waaqaatii fi ijoolleen Durriisaa kanaan gargar baafamanee beekkaman.

Worri nageya buusu gammaduu;

isaan ijoollee Waaqaa hin jedhaman!

Inni deebisee, «Isin hoo eennu anaan jettan?» isaaniin jedhe. Simoon Pheexroos deebisee, «Ati Masiihii, Ilma Waaqa jiraata’aa ti» jedhe. Yesuusille deebisee, «Ilma Yoona’aa Simoon, ati ka badhaate! Kana Abbaa kiyya ka ol-gubbaa jirutti sitti mudhise malee, namaa moti.

Waaqi akka ijoollee ifiititti waan isin ilaaluuf, rakkoo adabbi’ii ossadha’a! Ilmi abbaan hin adabane kam inni? Adabbii ijoolleen fudhattu maraa isinille yoo hin fudhanne, isin baana malee ijoolle’ee moti.

Seja o primeiro