Pular para o conteúdo
Publicidade

Fim do mundo

Por Bíblia Online

A Bíblia fala sobre o fim do mundo como evento certo e definitivo. Céus e terra passarão, mas as palavras de Jesus jamais passarão. A questão não é se, mas quando.

Os céus passarão

Os céus e a terra passarão, mas as palavras de Jesus permanecerão para sempre. O mundo presente é temporário.

Lafaa fi ol-gubbaan hin dabaran, jechi kiyya ammoo hin dabaru» jedhe.

Dhufiisa Ilma Namaa

Yesuus itti dabalee, «Guyyoota rakkinnaa saniin duuba yoosuma aduun hin dukkanootti, jiinille ifa ifii hin kennu; urjooti ol-gubbaa irraa harcaati, hunni ol-gubbaaalle hin raafanti.

Guyyaa Sanii Fi Yennaa San Eennulle Hin Beeku

Yesuus itti dabalee, «Marroo guyyaa saniitii fi saatii sanii Abbaa malee, ergantooti Waaqaa ta ol-gubbaaalle, Ilmille, eennulle hin beeku.

Guyyaa Yookiin Yennaa San Eennulle Hin Beeku

«Guyyaa san yookiin yennaa san eennulle hin beeku. Abbaa malee, ergantooti ol-gubbaaalle hin beekanu; Ilmille hin beeku.

O dia do Senhor

O dia do Senhor virá como ladrão. Os céus passarão com grande estrondo, e os elementos se dissolverão no fogo.

Guyyaan Gootta’aa ammoo akka hattu’uu dedha dhufa; guyyaa san ol-gubbaan qoonqoo guddo’oon dhidhinti; dadi ol-gubbaaalle ibiddaan gubattee baddi; latti waan isii irra jiru duudii woliin hin baddi.

Ol-gubbaaa fi latti amma jirtu tun ammoo, akka ibiddaan badanuuf, haga guyyaan mura’aatii fi badiin worra Waaqa malee le’uu geettutti, jechuma kanaan eegaman.

Wonni kun duudiin akka kanaan ta baddu yoo teete, isin attam le’iisaaf maltane ree? Isin woyyumma’aa fi Waaqaaf ifi kenniisaan le’iisa qaddan. Yoona worra guyyaa dhufa Waaqaa dharra’aan eegattanuu fi worra akka inni ariifatee dhufu hujanu te’aa. Gaafa ol-gubbaan ibiddaan gubattee baddu, dadi marti o’aan hin baxxi.

Dhufa Gootta’aatiif Qophowa’a

Obboleeyyan tiyya! Marroo baraa fi yennaa wonni kun itti teetuu isiniif barreessuun hin barbaachisu. Guyyaan Gootta’aa akka hattuu halkaniin dhuttuu akka dhufu isinuu akka dansaa beettan. Namooti, «Wonni duudiin nageya, qabbana» adoo jedhanuu, akkuma ciniinsuun dubartii ulfaatitti dhuttu, badiin tasa isaanitti dhutti; ijjumaa jalaa hin bayanu. Obboleeyyan tiyya! Isin ammoo dukkana keessa waan hin jirreef, guyyaan sun akka hattu’uu isinitti hin dhufu. Isin duudiin ijoollee ifaatii fi guyya’aa ti. Nuuti worra halkanii yookiin worra dukkanaatii moti.

Obboleeyyan tiyya! Isin ammoo dukkana keessa waan hin jirreef, guyyaan sun akka hattu’uu isinitti hin dhufu. Isin duudiin ijoollee ifaatii fi guyya’aa ti. Nuuti worra halkanii yookiin worra dukkanaatii moti. Maarre, dammandhee ifi qabatiisaan hagatti leenuutii malee, akka worra dhibi’ii me rannuu ti. Worri rafu halkan rafa; worri machowulle halkan machowa. Nuuti ammoo worra guyya’aa waan teeneef, ifi qabannee hagatti leenuu ti; dhugeeffanna’aa fi jaalala akka qomoo sibiilaa, addii fayyinnaalle akka gullee sibiilaa keyannuu ti. Waaqi akka nuuti karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin fayyinna dhaggannuuf malee, mufi’iif nu hin waanne.

Destruição e renovação

O Dia do Senhor trará juízo sobre os ímpios, mas também novos céus e nova terra onde habita a justiça.

Guyyaan Mootii Waan Maraa guddaan dhikaateera; ariifatee dhufaara; guyyaan sun guddoo ka sodaachisu; guyyaa Mootii Waan Maraa sanitti loltooti jajjabootinuu sodaatanee, iyya jadduu iyyan. Guyyaan sun guyyaa mufi’ii, guyyaa gargalaatii fi farriisaa, guyyaa diigamaatii fi badi’ii, guyyaa dimimmisaatii fi dukkanaa, guyyaa duumensaatii fi dukkana dimmaa ti; guyyaa san qachoota kushee dhaka’aa qabanuu fi xelleephoo dhaka’aa dhedheertuu irratti qoonqoon tultulla’aatii fi iyya lolaa hin dhage’ama.

Mootiin Waan Maraa, «Ani namoota irratti gaargala hin fida, isaan ana Mootii Waan Maraa waan yakkaneef, akka namoota balla’aa hin deeman; dhiigi isaanii akka buku’uu hin lola’a; reeffi isaanii akka kosi’ii hin gatama» jedha.

Guyyaa mufii Mootii Waan Maraa sanitti meetiin isaanii yookiin worqiin isaanii isaan fayyisuu hin dande’anu; biyyi lafaa duudiin ibidda aarii isaatiin hin baddi; inni worra lafa irra le’anu mara dedhuma hin fixa.

Kunoo, guyyaan Mootii Waan Maraa gadhi-jabeessa; guyyaan sun lafa onsiisaaf, cubbaalleyyiille lafa irraa balleessiisaaf, mufi’ii fi aarii bobeettuun hin dhufa.

Hoolichi chaappaa jayeesso’oo banuun dhagge. Tacho’i lafaa guddaan te’e; aduun akka cile’ee gurraachotte; jiinille guutuma guutu’utti akka dhiigaa diimate. Akkuma midhaan harru’uu ka hin bilchaatin qilleensa jaba’aan hargufamee harca’u, urjooti gubba’aa gadi lafatti harcaate.

Jawween guddoon gad qolaanfante; isiin Diyaabiloosii yookiin Seexana biyya lafaa duudii wollaalchise jedhamu, dhudhuufaa bara durii ti. Isiin gad gara lafaa qolaanfante; ergantooti isi’iille isii woliin qolaanfante.

Deebi’ee Dhufiisa Ilma Namaa

Yesuus itti aansee, «Beessisi aduu, ji’aa fi urjoota irratti hin te’a. Bulpheessa abbaaya’aatii fi danbali’iitiin ka ka’e lafa irratti gosi duudiin sodaattee, waan gootu wollaalti. Hunnooti ol-gubbaaa waan raafamanuuf, kolbaan waan biyya lafaa irratti dhufaaru sodaattee eegatiisaan hin gaggaddi.

Waan te’uuf jiru maraa jalaa bayiisaa fi Ilma Namaa dura dhaabbatiisaaf akka dandeettanu, ifi eegadha’aa, yennaa mara daadimadha’a!» jedhe.

Ol-gubbaa Haareyaa Fi Lafa Haareya

Achiin duuba ol-gubbaa haareyaa fi lafa haareya dhagge; ol-gubbaan duriitii fi latti durii dabaraneeran, abbaayaan guddoolle deebitee hin jiraattu. Qachaan woyyichi, Yerusaalemiin haaretti, akka waajibittii dhirsa ifiitiif ifi seefattee, qophoottee ol-gubbaa irraa Waaqa biraa gadi buutuun dhagge. Ani qoonqoo guddoo takkalle dhage’e; isiin barcumaa mootumma’aa san biraa, «Kunoo, bultumi Waaqaa ulfaataan odduu kolba’aa jira; kolbaa wolille’een hin jiraata; isaanille kolbaa isaa hin te’an. Waaqinuu isaan woliin le’a; Waaqa isaaniille te’a. Imimmaan duudii ila isaanii irraa haqa; wonni durii waan dabarteertuuf, haganaa achi duuti, yookiin gaddi, yookiin bootti, yookiin farri hin jiraattu» jedhe.

Ka barcumaa mootumma’aa irra tee’eeru sunille, «Kunoo, ani waan mara haareya godha!» jedhe; itti dabaleelle, «Jechi kun addatama’aa fi dhugaa waan te’eef barreessi» naan jedhe.

Seja o primeiro