Publicidade

Fofoca

Por Bíblia Online

A fofoca destrói reputações e relacionamentos. A Bíblia condena severamente o murmúrio, a calúnia e a palavra maldosa, chamando o cristão a edificar com a boca.

O poder destrutivo

O homem perverso semeia contendas, e o que anda com fofocas separa amigos íntimos. A fofoca é veneno social.

Nami micciiramaan lola kaasa;

nami nama hamatu jaalota gargar baasa.

Nami hamaan dubbii afaan ifiitiin nama balleessa;

nami balchaan beekkumsa ifiitiin baya.

Nami hamatu dhossaa eegee hin dande’u;

nami addatamaan ammoo dhossaa eega.

Nami jibba ifii dhoffatu dharaamessa;

nami hamii odeessu gowwa’a.

Edificar com palavras

Não saia da boca nenhuma palavra torpe, mas só a que serve para edificação. Quem fala mal do irmão fala mal da lei.

Dubbii bu’aa qadduu fi akka barbaachittetti ta ijaartu, worra dhage’uufille badhaadha ta kennitu malee, dubbiin hantuun afaan keessanii hin bayin.

Worra komii hin qannee fi

ka waan balchaa te’e huju,

ka gadhaa ifii keessaa dhugaa dubbatu,

ka maqaa namaa hin balleessine,

ka jaalota ifii irratti waan hantuu hin hunye,

ka ollaa ifii hin hamanne.

«Sababa kiyyaaf jettee yennaa kolbaan isin arrassitee, isin miitee, dharaan gurra isin balleessite gammmada’a.

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-