Jejum e oração
Jejum e oração são disciplinas espirituais que andam juntas. Jesus jejuou, os apóstolos jejuaram, e a Bíblia ensina que o jejum fortalece a oração e nos aproxima do coração de Deus.
O exemplo de Jesus
Jesus jejuou quarenta dias no deserto antes de iniciar seu ministério. Ele ensinou que certas coisas só acontecem com oração e jejum.
Achiin duuba akka Yesuus Seexanaan ataabamu Ayyaanni Woyyichi gara goomole’ee geesse. Yesuus guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama laameen duuba beelote.
Yesuus deebisee, «Waan dhugeeffannaan teessan diqqaatteef re! Ani dhugumaan isinitti hima, dhugeeffannaa haga midhaan sanaafici’ii adoo qabaattanee, gaara kanaan, ‹Asii ka’ii achi deemi!› yoo jettane, innille hin deema; wonni isiniif hin dande’anne hin jirtu. [ Ka akkanaa kun daadimataa fi laamaan malee hin bawu» isaaniin jedhe.]
Yesuus, «Yennaa laantanu, akka worri kijibu tolchu fuula keessan hin addeessina’a. Laamuu isaanii namooti akka dhagganuuf isaan ifi addeessan. Ani dhugumaan isinitti hima, isaan gatii ifii fudhataneeran. Ati ammoo yennaa laantu, fuula keeti dhiqadhu, mataa keetille iffadhu! Tanaaf laamiisa keeti, Abbaa keeti ka addee dhokatte jiru qofatti beeka malee, worri dhibiin beekuu hin dande’u. Abbaan keetille, ka waan ati dhossa’aan hujju dhaggu, gatii teeti si’iif hin kenna» jedhe.
Yesuus, «Yennaa laantanu, akka worri kijibu tolchu fuula keessan hin addeessina’a. Laamuu isaanii namooti akka dhagganuuf isaan ifi addeessan. Ani dhugumaan isinitti hima, isaan gatii ifii fudhataneeran.
Ati ammoo yennaa laantu, fuula keeti dhiqadhu, mataa keetille iffadhu! Tanaaf laamiisa keeti, Abbaa keeti ka addee dhokatte jiru qofatti beeka malee, worri dhibiin beekuu hin dande’u. Abbaan keetille, ka waan ati dhossa’aan hujju dhaggu, gatii teeti si’iif hin kenna» jedhe.
Achitti guyyaa afurtama Seexanaan ataabame. Guyyoota san inni womaa hin nyaanne; tanaaf dhuma guyyoota saniititti inni beelowe.
O jejum nas Escrituras
Ao longo da Bíblia, grandes homens e mulheres de fé jejuaram em momentos decisivos — buscando a Deus com urgência e devoção.
Muuseen midhaan adoo hin nyaatin, bisaanille adoo hin unin guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama Mootii Waan Maraa woliin achi ture. Inni jechoota Gondooro’oo, ajajoota kudhan dhakaa baxxicha irratti barreesse.
Tanaaf ani woyaa gaddaa uffadhee, daadhaa irra tee’ee, laamiisaan, daadimatiisaa fi gaafatiisaan fuula kiyya gara Mootii Waan Maraa Waaqatti deebifadhe.
Torbaan sad haga dabartutti ani sagalee dansaa hin nyaanne; foonii fi daadhii woyni’ii afaaniin hin qanne; waan iffatanulle fuula yookiin mataa hin iffanne.
Torbaan sad haga dabartutti ani sagalee dansaa hin nyaanne; foonii fi daadhii woyni’ii afaaniin hin qanne; waan iffatanulle fuula yookiin mataa hin iffanne.
«Dhaqiitii, Yihudoota Susaan keessa jiranu wolitti qabiitii, naaf laama’a; haga guyyaa sadiitii fi halkan sadii womaa hin nyaatina’a; hin uninaalle’e. Anii fi durri tajaajiltooti tiyya akkasuma hin goona. Saniin duuba seerri dhooggulle, gara mootichaa hin dhaqa; yoo du’elle du’uu ti» jette.
Ani yennaa jecha kana dhage’e gad tee’ee bowe; guyyaa hedduu gaddee, Waaqa ol-gubba’aa duratti laamee daadimadhe.
Waaqi deemmaa teenna akka nageessu, nu’uu fi ijoollee teenna, akkasuma karra teenna mara akka nuu eegu, isa duratti gad ifi qannee isa gaafatiisaaf, laga qachaa Ahawa’aa biratti laama lasse.
Maarre nuuti laamiisaan marroo waan kanaa Waaqa keenna daadimanne; innille daadimata keenna dhage’e.
Maarre nuuti laamiisaan marroo waan kanaa Waaqa keenna daadimanne; innille daadimata keenna dhage’e.
Daawiti marroo muca’aatiif laamee Mootii Waan Maraa daadimate; gara kolloo taqee ifii seenee galgala mara lafa rafe.
Kolbaan Nanawwe’ee Waaqatti dhugeeffatte. Isaan cubbuu irraa akka deebi’ane mudhisiisaaf, nami marti guddaan, diqqaan akka laamuuf lassanee, woyaa gaddaa uffatane.
Mootichi qachaa Nanawwe’ee oduu tana yennaa dhage’e, barcumaa ulfinna ifii irraa ka’ee, woyaa ifii ifi irraa baasee, woyaa gaddaa uffatee daadhaa irra tee’e. Achiin duuba mootichi gara kolbaa Nanawwe’ee lassii erge; lassiin baate sun mootichaa fi qondaaltota isaa biraa akka ajajametti: «Eennulle woy afaaniin hin qabin; horiin, hooleelle marra hin dheedin; bisaanille hin unin. Nami martii fi horiin gadda uffatanuu ti. Nami duudiin jabeessee gara Waaqa daadimataa, karaa hammeenna ifii lakkisee hujii hantuu ifii irralle’ee deebi’uu ti. Eentu beeka? Takki Waaqi nuu nayee, aarii hantuu ifii nu irraa caffatee, nulle hin bannu fa’a teeti» ta jettu.
Waaqi waan isaan godhanee fi karaa hamaa ifii irraa akka isaan deebi’ane yennaa dhagge, isaaniif nayee, badii isaan irratti geessisiisaaf yaade hin geessine.
O jejum que Deus escolheu
Isaías revela o jejum que agrada a Deus: soltar as cadeias da injustiça, libertar os oprimidos e repartir o pão com o faminto.
Isaan, «Eega ati gara laama keennaa hin ilaalle teetee, nuuti maaf laanne ree? Gad ifi qabiisa keenna eega ati hin ilaalin, nuuti maaf ifi gad qanne ree?» jedhan.
Mootiin Waan Maraa isaaniin, «Kunoo, guyyaa laamaatitti isin waanuma fedhii teessanii gootan; hojjattoota teessan maraayyuu hin cunqursitan.
«Kunoo, laam keessan lolaa fi moroma’aan, tuntummuu hammeennaatiin wol tumiisaan muummowa; akka amma laamiisatti jirtanu kana laamaa, daadimati keessan ol-gubba’atti waan isiniif dhage’amu isinitti hin fakkaatin. Laam ani filadhe ka akkasii kanaa ree? Nami ka ifi gad qabu, guyyaa akkanaa qofaa ree? Akka allaadu’uu qooree mataa ifii gad qabatiisaa ree? Yookiin woyaa gaddaa uffatee daadhaa irra gangalatiisaa ree? Laam isin jettanu isa kanaa ree? Guyyaan ana Mootii Waan Maraa biratti fudhatama qabu guyyaa akkanaatii ree?
«Laam ani filadhe worra haqa malee hidhame akka hiittanu, wodaroo waanjo’oo akka hiittanu, worra cunqurfame bilisa akka baattanuu fi waanjoo mara akka caccassittanuu motii ree?
«Laam ani filadhe worra haqa malee hidhame akka hiittanu, wodaroo waanjo’oo akka hiittanu, worra cunqurfame bilisa akka baattanuu fi waanjoo mara akka caccassittanuu motii ree?
Mootiin Waan Maraa, «Ammumaayyuu, gadhaa keessan tokkochaan,
laamaan, bowaa fi gaddaan gara kiyya deebi’a’a!» jedha.
Mootiin Waan Maraa, «Ammumaayyuu, gadhaa keessan tokkochaan,
laamaan, bowaa fi gaddaan gara kiyya deebi’a’a!» jedha.
Laamaa woyyicha lassa’a!
Yaa’ii woyyittii waama’a!
Jaarsole’ee fi worra biyya san le’anu mara,
Galma Mootii Waan Maraa Waaqaa keessaniititti wolitti qaba’a!
Gara Mootii Waan Maraalle iyya’a!
A igreja primitiva
Os apóstolos jejuavam antes de decisões importantes. O jejum acompanhava a consagração de líderes e o envio de missionários.
Isaan Goottaa tajaajilaa adoo laamanuu Ayyaanni Woyyichi isaaniin, «Baarnaabaasii fi Saa’ol hujii ani isaan waameef, isaan naaf fowa’a» jedhe.
Isaan Goottaa tajaajilaa adoo laamanuu Ayyaanni Woyyichi isaaniin, «Baarnaabaasii fi Saa’ol hujii ani isaan waameef, isaan naaf fowa’a» jedhe.
Isaan Goottaa tajaajilaa adoo laamanuu Ayyaanni Woyyichi isaaniin, «Baarnaabaasii fi Saa’ol hujii ani isaan waameef, isaan naaf fowa’a» jedhe.
Isaan laamanee daadimatanee, harka ifii isaan irra keyaneen duuba ergane.
Isaan laamanee daadimatanee, harka ifii isaan irra keyaneen duuba ergane.
Isaan laamanee daadimatanee, harka ifii isaan irra keyaneen duuba ergane.
Ergantooti wolde’a kiristaanaa tokko tokkottuu jaarsolee filanee, laamanee daadimataneen duuba, Goottaa itti addatanetti magannee isaan kennatane.
Praticando o jejum
Quando jejuares, unge a cabeça e lava o rosto. O jejum é entre você e Deus — não para impressionar os homens, mas para buscar ao Senhor.
Kanaan duuba woggaan isi’ii saddeettamii afuri haga geettu, isiin Galma Waaqaa keessa laamaa fi daadimataan halkanii fi guyyaa Waaqa tajaajilte.
Namooti gariin Yesuusiin, «Barattooti Yohaannisii yennaa hedduu laamaa daadimatan. Barattooti fariisaayotaalle akkasuma tolchan, barattooti teeti ammoo hin nyaatanii, hin unan» jedhane. Yesuus deebisee, «Worri jila fuudhaa fi heerumaatii waamame adoo waajibichi isaan woliin jiruu, akka laamu isin hin tolchitanii? Hin tolchitanu! Yennaan waajibichi isaan biraa fudhatamu ammoo hin dhutti. Isaan yennaa san laaman» isaaniin jedhe.
Yesuus gara manaa seeneen duuba, barattooti isaa, «Nuuti ayyaana hamaa san maaf baasuu dadhanne?» jedhanee qofitti isa gaafatane.
Inni ammoo deebisee, «Ka akkanaa kun daadimataa fi laamaan malee hin bawu» isaaniin jedhe.
Inni ammoo deebisee, «Ka akkanaa kun daadimataa fi laamaan malee hin bawu» isaaniin jedhe.
Hujii hantuu hujee, akka malee eloweera; yennaa hedduu hirriiba dhabeera; yennaa hedduu beelodhee dheebbodheera; yennaa hedduulle sagalee dhabeeraayyu; boojji’ii fi daara dageera.
Ani ammoo yennaa isaan dhibamane,
woyaa gaddaa uffadhe;
laamiisaan ifi rakkise;
daadimati kiyyalle deebii dhabee,