Publicidade

Jovens

Por Bíblia Online

Deus tem planos maravilhosos para os jovens. A Bíblia os convida a consagrar a juventude ao Senhor, crescer em sabedoria e ser exemplo para todos em fé, palavra, conduta e amor.

Ninguém despreze a tua mocidade

Paulo exortou Timóteo: sê exemplo dos fiéis na palavra, no procedimento, no amor, no espírito, na fé e na pureza.

Dubbii afaan keeti keessaa baatuun, haasowaan, le’iin, jaalalaan, dhugeeffanna’aa fi qulqullumma’aan dhugeeffattootaaf fakkeenna te’i malee, dargaggeessa waan teeteef eennulle si hin tuffatin.

Akkasuma dargaggooti akka ifi qabattu gorsi.

Ijoolle’ee Fi Worra Isaanii

Ijoolle! Waan barbaachisaa te’eef, abbooti’ii fi haadhotii teessaniif akka Goottaan fedhutti ajajama’a. «Abba’aa fi haadha teeti ulfeessi» ajaja jedhu woliin addiin qara kennante: «Dansaan akka siif teetuu fi lafa irra bara dheeraa akka leetu» jedha.

Ijoolle’ee Fi Worra Isaanii

Ijoolle! Waan barbaachisaa te’eef, abbooti’ii fi haadhotii teessaniif akka Goottaan fedhutti ajajama’a. «Abba’aa fi haadha teeti ulfeessi» ajaja jedhu woliin addiin qara kennante:

Lembrar do Criador na juventude

Lembra-te do teu Criador nos dias da tua mocidade. A sabedoria ganha cedo produz frutos duradouros na vida inteira.

Barri rakko’oo adoo hin dhufin, woggooti, ati, «Ana hin gammachiisanu» jettulle adoo hin dhikaatin, bara dargaggummaa teetii ka si dade qaabadhu.

Barri rakko’oo adoo hin dhufin, woggooti, ati, «Ana hin gammachiisanu» jettulle adoo hin dhikaatin, bara dargaggummaa teetii ka si dade qaabadhu. Ati yennaa dulloontu aduun, ifi, jiinii fi urjiin hin dukkanowan; duumensi bokkeyaa hin dabaru. Yennaa san harki keeti hin hollata; miilli keeti hin dadhaba; ilkaan keeti waan si irraa harca’uuf corqitee hin dandeettu; ilti teetille hubattee hin dhaggitu.

Gorsa Dargaggootaaf Kenname

Ee dargaggeessa, yennaa dargaggummaa teetii gammadi! Bara dargaggummaa teetii gadhaan keeti gammaduu ti; yaada gadhaa keetii, waan ilti teeti dhaggite gula deemi; waan kana maraaf ammoo, Waaqi gara mura’aa akka si fidu beeki.

Tanaaf gadhaa keeti keessaa yaaddoo fageessi; nafa keeti keessaa waan hantuu baasi. Sababille dargaggumma’aa fi jabeenni bu’aa hin qaddu.

Mooticha jaarsa gowwaa gorsa hin fudhannee mannaa, dargageessa hiyyeessa qaroo woyya.

Força e promessa

Os jovens renovam suas forças quando esperam no Senhor. Deus levanta jovens com visões e sonhos para transformar o mundo.

Ijoolleen hin dadhaddi; hin laattille’e;

dargaggootille gufattee hin jiddi.

Worri Mootii Waan Maraa addatu ammoo,

hunna ifii hin haareffatan.

Isaan akka risa’aa koolaan hin ka’an;

hin rukkisan; hin laafanu; hin ideeman; hin dadhabanu.

Guyyaa Mootii Waan Maraa

Ani Mootiin Waan Maraa, «Kanaan duuba, Ayyaana kiyya

nama mara irratti hin dhangalaasa;

ilmaanii fi ijoolleen durraa teessan raaga hin dubbatan;

jaarsoleelle oojjuu hin oojjatan;

dargaggootille mudhii hin dhaggan.

Yennaa san,

ani tajaajiltoota tiyya dhiiraa fi dubartii irratti

Ayyaana kiyya hin dhangalaasa.

Waaqi dargaggoota arfan tanaaf beekkumsa, dandeettii barreessiisa maraatii fi qarummaa isaaniif kenne; Daani’el ammoo mudhi’ii fi oojjuu mara hiikiisaafille dandeettii qabaayyu.

Barri akka isaan dhikaatanuuf mootichi murteesse geennaan, bulchaan qondaaltotaa Nebukadnezaar dura isaan dhikeesse. Mootichille yennaa isaan mara dubbise, isaan mara keessaa ka akka Daani’elii, Hanaaniya’aa, Miishaa’eliitii fi Azaariya’aa hin dhagganne; tanaaf isaan akka mooticha tajaajilanuuf filamane.

Ulfinni dargaggootaa jabeenna isaanii ti;

ulfinni maanguddootaalle arrii isaanii ti.

Ijoolleenuu qulqulloota akka te’ane,

sirrii te’uu isaaniille,

hujii ifiitiin hin beekkaman.

Guardar o caminho

Como purificará o jovem seu caminho? Guardando-o segundo a tua Palavra. A Escritura na juventude guarda do pecado a vida inteira.

Seera Mootii Waan Maraatiif Ajajamuu

Dargaggooti attamiin karaa ifii

qulqullumma’aan eegatiisa dande’an?

Karaa ifii akka jecha keetiititti eegatiisaan.

Akka si hin yakkineef,

jecha keeti gadhaa kiyya keessatti dhoffadheera.

Ee Gootta’a, Mootii Waan Maraa,

ati addii tiyya waan teeteef,

dargaggummaa tiyyaa jalqaddee

ka ani itti addadhu.

dargaggeeyyiin dhiiraatii fi durraa,

jaarsole’ee fi ijoolleen,

Mootii Waan Maraa leellisa’a!

Maqaan isaa callaan

ka saadame waan te’eef,

ulfinni isaa lafaa fi

ol-gubbaa irra waan jiruuf,

isaan maqaa Mootii Waan Maraa

leellisanuu ti.

Bu’aa Fakkeennaa

Fakkeenni Solomoonii ilma Daawitii, ka mootii Israa’elii ka asii gad jiranu:

Isaan kun namooti qarumma’aa fi

qajeelfama dansaa akka fudhatanu,

jechoota beekkumsa ifi keessaa qabanu,

akka hubatanu,

balchumma’aa fi haqaan,

waan dhugaa te’e godhiisaan,

amala qarumma’aatiin

qajeelfama akka fudhatanu,

worri beekkumsaan hin bilchaatin,

hubantii akka qabaatanu,

dargaggooti beekkumsaa fi,

qalbii akka qabaatanu qarqaaran.

Kudhanii Shaneessoo

Ilma kiyya, caqasi;

qaroolle te’i;

qalbii teetille daandii qajeelaa irratti eegadhu.

Worra daadhii woyni’ii akka malee unuu fi

worra foon akka malee nyaatu woliin hin jaalomin.

Worri machowuu fi worri gadhitoon hin hiyyoommatan;

hirriibi hamaan isaaniille woyaa ciccittuu isaanitti hin uffisa.

Kudhanii Jayeessoo

Abbaa keeti ka si uume dhage’i;

haadha teetille yennaa isiin dulloonte hin tuffatin.

Coragem e vocação

Deus chamou jovens como Jeremias e Josué para grandes missões. A juventude não é desculpa — é oportunidade de servir poderosamente.

Anille deebisee, «Maalo’o, Goottaa Mootii Waan Maraa, ani ijoollee waan te’eef attam akka dubbadhu hin beeku» jedhe.

Mootii Waan Maraa ammoo anaan, «Gara ani si ergu mara dhaqiitii, waan ani si ajaju mara godhi malee, Ani ijoolle’ehin jedhin. Ani si baasiisaaf si woliin waan jiruuf, isaan hin sodaatin» jedhe.

Ani Yaada isiniif qabu hin beeka; yaad kunille yaada nageyaa, ka addii gara duraa isiniif kennu malee, ka isin miidhuu moti. Isinille gara kiyya dhuttanee maqaa kiyya waammattaa gara kiyya hin daadimattan; anille isiniif hin dhage’a. Isin na hin barbaaddan; gadhaa tokkochaan yoo na barbaaddane na hin dhaggitan. Anille akka isin na dhaggitanu hin godha; boojuu keessalle’ee isin hin deebisa; gosa biyya adda addaatii fi addee isin itti bittinneesse mara keessaa wolitti isin qabee gara lafa akka isin keessaa booji’antanu godhetti isin hin deebisa» jedha.

Atummaan jabaadhuu, jajjabaadhu! Seera Muuseen tajaajilaan kiyya si ajaje duudi’iif ajajamuu keeti mirkaneeffadhu. Addee dhaxxu maratti wonni marti qajeelaan akka sii teetu Seera kana irraa gara middaatitti yookiin gara bita’aatitti hin gorin. Kitaab Seeraa kun afaan keeti keessaa hin dhabamin. Waan isa keessatti barreeffame duudii akka muummessitu, halkanii fi guyyaa isa yaadadhu; yoo tana goote, wonni marti qajeelaan sii teeti. Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, Addee ati dhaxxu maratti si woliin waan jiruuf jabaadhuu, jajjabaadhu, hin sodaatin, hin nayinille’e!jedhee si ajajee hin jiruu?» jedhe.

Akkasuma isin dargaggooti jaarsole’eef ajajama’a. Isin martinuu ifi gad qabiisa akka woya’aa uffadha’aatii wol tajaajila’a. Barreeffam Woyyichi, «Waaqi worra kooru hin morma; worra gad ifi qabuuf ammoo badhaadha hin kenna» jedha. Maarre Waaqi yennaa ifii murteessetti akka isin ol qabu, harka Waaqa hunnaamessaa jalatti ifi gad qaba’a.

Ijoolle! Abbaa waan beettaneef isiniif barreessa. Abbooti’i! Ka jalqabaa jalqabee jiru waan beettaneef isiniif barreessa. Dargaggoota! Jajjaba waan teetaneef, jechi Waaqaalle isin keessa waan jiruu fi hamaalessa waan injifattaneef isiniif barreessa.

Akka kolbaa ifa guyya’aa keessa leetuutitti, amala keenna miidhaffannuu ti malee, quufanee ficiqqisu’uun yookiin machi’iin, sagaagalaan yookiin fariisa’aan, lolaan yookiin hinaaffa’aan hin te’in.

Nami bara dargaggumma’aatitti

waanjoo ba’atiisa barachuun dansa’a.

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-04_23-13-58-