Oportunidades
As oportunidades são dádivas de Deus que exigem sabedoria e prontidão. A Bíblia nos chama a aproveitar o tempo, agir com diligência e não desperdiçar os kairos divinos.
Aproveitando o tempo
Remindo o tempo, porque os dias são maus. O cristão é chamado a reconhecer e aproveitar cada oportunidade com sabedoria.
Barri kun hamaa waan te’eef, yennaa dagu’uu maratti fayyadama’a.
Yennaa daguu teete maratti fayyadamaa, worra hin dhugeeffanne biratti qaroomaan le’a.
Adoo guyya’aatuu, hujii ka ana ergee hujuu qanna; halkan nami tokkolle itti hujiisa hin dandeenne hin dhufa.
Maarre yennaa daguu dhagganne maratti, nama maraaf, keessattuu worra dhugeeffannaa keessa jiruuf, waan dansaa goonuu ti.
Prontidão e ação
Pregue a Palavra a tempo e fora de tempo. As oportunidades às vezes surgem inesperadamente e exigem decisão imediata.
Jecha Waaqaa lallabi; yennaan toltulle, toluu dhabaattulle qophow; ossa gudda’aan namoota balleessanu sirreessaa, xixaa, jajjabeessaa barsiisi.
Pheexroos isaaniin, «Cubbuu teessaniif akka araarri kennamu, tokkoon tokkoon keessan cubbuu teessan irraa deebitanee, maqaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphama’a; kennansa Waaqaa, Ayyaana Woyyicha hin fudhattan.
Amma maan eedda ree? Ol ka’iitii, maqaa isaa waamaa cuuphamiitii, cubbuu teeti dhiqadhu› anaan jedhe.
Marroo obboleessa keenna Apholoosiille, akka inni obboleeyyan dhibii woliin dhufee isin ilaaluuf, guddoo isa magannifadhe. Inni ammoo amma dhufiisa hin barbaadu; te’uu malee yoo itti tolte hin dhufa.
Ani karaa kennansa badhaadha Waaqaa, ka hujii hunna isaatiin naaf kennameetiin tajaajilaa Wongeela kanaa te’eera.
Isaan waan kana yennaa dhage’ane, gammadanee, beesee isaa kenniisaaf addachiisane. Maarre Yihudaan Yesuus dabarsee kenniisaaf yennaa dagu’uu barbaadate.
Boru ganama yennaa aduun baatu, qachaa san ariiti’iin ilaala’a. Ga’aalii fi namooti isaa isin loliisaaf yennaa gad bayanu, haga dandeettane lola’a» jedhe.