Pular para o conteúdo
Publicidade

Paixão

Por Bíblia Online

A Bíblia nos chama a dominar as paixões e desejos da carne. O cristão é chamado a viver pelo Espírito, crucificando as obras da carne e buscando a santidade em tudo.

Crucificar a carne

Os que são de Cristo crucificaram a carne com suas paixões e concupiscências. O domínio próprio é fruto do Espírito Santo.

Worri ka Kiristoosii te’e, halchaa hantu’uu fi fedha isaa woliin foon ifii fanniseera.

Tanaaf halchaa le’ii lafaa ta isin keessa jirtu: sagaagala, battummaa, fedhii sagaagalaa, halchaa baddu’uu fi waaqota dharaa waaqonsuu ka te’e joljoluu ijjeesa’a.

Tajaajiltoota Waaqaa

Obboleeyyan tiyya! Biyya lafaa ta akka ormaatii fi keessumma’aa irra leetanu tana keessatti, halchaa foonii ta lubbuu teessan aatu irraa akka fagaattanu isin magannifadha.

Nami duudiin haadha manaa woyyumma’aa fi ulfinnaan qabatee eegatiisa beekuu ti. Akka worra Yihudoota hin te’inii, ka Waaqa hin beennee halchaa foonii badduu hin qabaatin.

Tudo para a glória de Deus

Quer comamos, quer bebamos, tudo deve ser feito para a glória de Deus. Devemos fugir das paixões que guerreiam contra a alma.

Maarre yennaa nyaattanulle te’e yennaa untanu, yookiin waan gootanu mara ulfinna Waaqaatiif godha’a.

Ifi qabatiisa yoo dadhabane ammoo, addee halchaa fooniitiin gubatanu fuudhuu woyya.

Isaan kana waan hujaneef, Waaqi halchaa fokkisiittuuf dabarsee isaan kenne. Dubartiin isaanii aadaa malee dubartii woliin sagaagalte. Akkasuma dhiirtille wol qunnamtii aada’aa ta dubartii woliin gootu lakkittee, halchaa wol woliitiin gubatte. Tanaaf dhiirti dhiira woliin waan fokkisiisu goote; hujii badduu ifiitiif adabbii malte ifitti fidane.

Yennaan namooti barsiisa sirrii te’e dhage’uu jibbanu hin dhutti; isaan barsiisota hedduu ta akka fedhii isaaniititti, waan gurra isaaniitiif tolu isaan barsiittu wolitti raratan. Isaan dubbii dhuga’aa dhage’uu didanee, gurra ifii gara oduu durii deebifatan.

Yennaa daadimattanulle, gammada foonii irra oolchiisaaf, yaada hama’aan waan daadimattanuuf hin dhaggattanu.

Seja o primeiro