Pular para o conteúdo
Publicidade

Perseguição

Por Bíblia Online

Jesus advertiu que seus seguidores seriam perseguidos pelo mundo. Mas a perseguição não é sinal de fracasso — é sinal de fidelidade. Bem-aventurados os que sofrem por causa da justiça.

Perseguição como marca do discípulo

Jesus disse: se o mundo vos odeia, sabei que antes de vós odiou a mim. Todo o que quer viver piedosamente será perseguido.

Jibbansa Biyya Lafaa

«Biyyi lafaa yoo isin jibbite, isiniin duraa akka na jibbiteertu beeka’a.

Akkasuma nami karaa Yesuus Kiristoosiitiin nama Waaqaa te’ee le’uu fedhu duudiin hin miidhama.

Worri balchumma’aaf miidhamu gammaduu;

mootummaan Waaqaa ta isaanii ti!

«Sababa kiyyaaf jettee yennaa kolbaan isin arrassitee, isin miitee, dharaan gurra isin balleessite gammmada’a.

«Sababa Ilma Namaatiif, yennaa kolbaan isin jibbitee, isin fojjee, isin arrassitee gurra isin balleessite, gammada’a!

Recompensa na perseguição

Os perseguidos por causa de Cristo receberão grande galardão no céu. Quem perde por amor ao evangelho receberá cem vezes mais.

Yesuus deebisee, «Dhugumaan isinitti hima; eennulle mana yookiin obboleeyyan yookiin obboleettota yookiin haadha yookiin abbaa yookiin ijoollee yookiin fichaa anaa fi Oduu Gammadaatiif jedhee ka lakkise, lafuma tanatti manoota, obboleeyyan, obboleettota, haadhotii, ijoolle’ee fi fichoota harka dhibbaan caalaa miidhaa woliin hin fudhata; lafa dhuttulle’etti jiruu bara baraa hin qabaata.

Eentu jaalala Kiristoosii irraa gargar nu baasa ree? Rakko’oo moo farra? Miidha’a moo beela? Daara moo bala’a? Yookiin du’aa ree?

Ani hunna ka dhaggadhu dadhabaa yennaa te’utti waan teeteef Kiristoosiif yennaa dadhabu, yennaa arraffamu, yennaa rakkadhu, yennaa miidhamu fi yennaa yaaddawu hin gammada.

Amor e confiança em meio à adversidade

A Bíblia nos ensina a amar nossos perseguidores, abençoar os que nos maldizem e confiar que nossos tempos estão nas mãos de Deus.

Ani ammoo isinitti hima: diinota keessan jaaladha’a; worra isin miidhuufille daadimadha’a.

Worra isin miidhu eebbisa’a; eebbisa’a malee hin abaarina’a.

Ani yennaa mara harka keeti keessa jira;

harka diinota kiyyaatii fi

worra na ari’u jalaa na baasi.

Ani dhooqa gaaddisa du’aa keessa yoo ideemelle,

ati waan na woliin jirtuuf,

Ani waan hantuu natti dhuttu hin sodaadhu.

Uleen teetii fi borjoon teeti na jajjabeessan.

Gumeeffadha’a; dammaqa’a! Diinni keessan Seexanni, akka neenqa waan liqinsu barbaadee dhangaa dhowuu, adaala keessan garmaama.

Ani lafatti jigee qoonqoo, Saa’ol, Saa’ol! Maaf na miita?jettu dhage’e.

Seja o primeiro