Pular para o conteúdo
Publicidade

Planejamento

Por Bíblia Online

O planejamento é sábio, mas deve sempre se submeter à vontade de Deus. A Bíblia ensina que devemos planejar com prudência, mas confiar que Deus dirige nossos passos.

Planejar com sabedoria

Contar nossos dias nos ensina a ter coração sábio. O planejamento prudente é elogiado na Escritura como expressão de bom senso.

Qaroolee akka teenu,

barri jiruu teennaa

gabaabaa akka te’e akka beennu nu barsiisi.

«Isin keessaa nami mana dhaka’aa ijaaruu barbaadu, duraan dursee beesee ittiin ijaaree fixu akka qabu beekiisaaf, tee’ee ka gatii hin herrenne eennu?

Gorsi yoo hin jiraatin karoorri hin milkowu;

gorsitooti yoo heddatte ammoo

karoorri hin milkowa.

Waan gootu mara

Mootii Waan Maraatitti magannee kennadhu;

wonni ati yaaddu marti si’iif hin milkootti.

Torbeessoo

Duroomiisaaf jettee akka malee hin elowin;

ifi qabatiisaaf qarummaa qabaadhu.

Deus dirige os passos

O coração do homem planeja, mas a resposta certa vem do Senhor. Seus caminhos são mais altos que os nossos, e seus planos prevalecem.

Nami gadhaa ifii keessatti karoora hin baafata;

Mootiin Waan Maraa ammoo karoora isaa san hin murteessa.

Gadhaa namaa keessa Yaada heddu’utti jira;

ka te’u ammoo yaada Mootii Waan Maraa qofa.

Mootiin Waan Maraa,

«Yaadi kiyya akka yaada keessanii,

karaan kiyyalle akka karaa keessaniitii moti.

Akkuma ol-gubbaan lafa irraa ol fagaattu,

karaan kiyya karaa keessan irraa,

yaadi kiyyalle yaada keessan irraa ol hin fagaata.

Tun duudiin Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, abbaa gorsa maade’eetii fi abbaa qarummaa guddo’oo biraa dhutte.

Confiança no plano de Deus

Os planos do Senhor são de paz e esperança. Ele revela seus segredos aos seus servos e guia com fidelidade cada caminho confiado a Ele.

Ani Yaada isiniif qabu hin beeka; yaad kunille yaada nageyaa, ka addii gara duraa isiniif kennu malee, ka isin miidhuu moti.

Dhugumaan Goottaan, Mootiin Waan Maraa

dhossaa jirtu tajaajiltoota ifii raagotatti adoo hin mudhisin

waan tokkolle hin godhu.

Inni halchaa gadhaa keetii sii kennu;

yaada keeti mara sii guutu.

Ani waan si addadhuuf,

ganama ganama bari’iin

jaalala keeti ka bara baraa natti lallabi.

Lubbuun tiyya gara keeti waan yaadduuf,

karaa ani irra deemu’uu male na barsiisi.

Waan Maraaf Yennaan Jirti

Waan maraaf yennaan jirti;

waan biyya lafa irraa maraaf yennaan jirti.

Waaqi ammoo karaa ayyaana ifiitiin dhossaa ifii nutti mudhiseera. Ayyaanni Waaqaa waan duudii, dhossaa Waaqaa ta gadi fago’ootuu hin qorqora.

Nama hunnaan nama irratti ka’u hin halchin;

karaa isaa tokkolle hin filatin.

Sababille Mootiin Waan Maraa

nama micciiramaa jibba;

nama qajeelaa ammoo guddoo jaalata.

Seja o primeiro