Profecia
A profecia é a voz de Deus revelada ao seu povo. Através dos profetas, Deus comunicou seus planos, advertiu contra o pecado e anunciou a vinda do Messias.
Profecia e revelação divina
A profecia na Bíblia não é invenção humana, mas homens santos de Deus falaram movidos pelo Espírito Santo, revelando os mistérios divinos.
Sababille dubbiin raagaa worra Ayyaana Woyyichaan sooreffameen Waaqa irraa dhutte malee, ijjumaa fedha namaatiin hin dhunne.
Dhugumaan Goottaan, Mootiin Waan Maraa
dhossaa jirtu tajaajiltoota ifii raagotatti adoo hin mudhisin
waan tokkolle hin godhu.
Isaan yennaa tana dhage’ane, maqaa Goottaa Yesuusiitiin cuuphamane. Yennaa Phawuloos harka ifii isaan irra keye, Ayyaanni Woyyichi isaan irra bu’e; isaan afaan haareya hin beekkanneen dubbatanee, raagalle raagane.
Profecias messiânicas cumpridas
As profecias do Antigo Testamento sobre o Messias se cumpriram em Jesus. Seu nascimento, ministério e sacrifício foram anunciados séculos antes.
Tanaaf Mootiin Waan Maraa ifiifuu beessisa isiniif hin kenna; kunoo, durri duudduun ulfoottee, ilma hin deetti; maqaa isaalle, ‹Amaanu’el› jettee hin waanti.
Kun martinuu wonni Goottaan karaa raagichaatiin dubbateeru akka muummottuuf teete. Wonni dubbatameerulle, «Durri duudduun hin ulfootti; ilmalle hin deetti; maqaa isaalle, ‹Amaanu’el› jedhamee waamama;» «Amaanu’el» jechuun, «Waaqi nu woliin jira» jechu’u.
Mootii Xiyoonii Ka Dhufu
Kolbaa Xiyoonii, guddoo gammada’a!
Kolbaa Yerusaalemii, ilillisa’a!
Kunoo, mootichi keessan balchaan,
injifataan, gad ifi qabee,
ilmayyoo harre’ee irraa tee’ee,
gara keessan hin dhufa.
Dhugeeffanna’aan Balchoomuu
Amma ammoo, Seeraaf adoo hin ajajamin karaan Waaqi kolbaa ittiin balchoonsu mudhateera; Seerri Muuse’eetii fi Raagotille karaa kanaaf dhugaa bayaneeran. Waaqi worra Yesuus Kiristoositti dhugeeffatu maraaf adoo wol hin caalchisin balchummaa hin kenna.
Discernimento profético
A Bíblia nos alerta para examinar tudo e reter o que é bom. Nem todo que profetiza fala da parte de Deus — devemos provar os espíritos.
Ayyaana Dhugaamessaa Fi Ayyaana Dharaamessa
Jaalota tiyya! Ayyaana maraayyuu hin dhugeeffatina’a; raagoti dharaameyyiin hedduun gara biyya lafaa waan yaa’aneeranuuf, ayyaanni isaan qabanu Ayyaana Waaqaa akka te’e qorqora’aatii ilaala’a.
Ijoolle! Isin ka Waaqaati; ka isin keessa jiru ka biyya lafaa keessa jiru waan caaluuf, raagota dharaameyyii injifattaneertan.
ammoo waan maraa qorqora’aa ilaala’a; waan dansaa qabadha’a; waan hantuu duudii irraa fagaadha’a.
Mukaa Fi Midhaan Isaa
Yesuus itti dabalee, «Raagota dharaa irraa ifi eeggadha’a; isaan gubbaa irra hoolota fakkaatanee, gara keessan dhufan; keessi isaanii ammoo yayyii isin butattu.
«Waan namooti akka isiniif godhanuuf barbaaddanu isinille akkasuma isaaniif godha’a: Seerri Muuse’eetii fi raagoti kanuma barsiisan.
Raaga dubbatiisaaf kennaa qabaadhee, dhossaa duudii beekee, beekkumsa duudii qabaadhee, dhugeeffannaa guddoo ta gaara adde’ee buqqittu qabaadhee, jaalala qabaatuu yoo dhabe ammoo, ani womaa moti.
Tanaaf, isin worri Yihudoota hin te’in haganaa achi orma yookiin alaga’aa moti; isin amma miseensota maatii Waaqaatii fi kolbaa Waaqaatiin woliin nama biyya tokkoo ti. Isinille hundee ergantootii fi raagoti hundeessan irratti ijaarantaneertan; dhakaan roga qaccee ijaarsaalle Kiristoos Yesuus.
«Deebi’iitii Hisqiyaasii kolbaa tiyya sooressuun, ‹Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi abbaa keeti Daawitii daadimata keeti dhage’eera; imimmaan teetille dhaggeera. Ani si hin fayyisa; guyyaa sadeesso’oo gara Galma Mootii Waan Maraa ol hin baata;