Resistir
Resistir ao diabo e às forças do mal é um imperativo bíblico. Deus nos deu autoridade, armas espirituais e poder para enfrentar e vencer toda investida do inimigo.
Autoridade em Cristo
Jesus deu aos seus discípulos autoridade sobre todo o poder do inimigo. Em seu nome, temos domínio sobre as trevas.
Kunoo, ani akka isin bofaa fi torbaanqabaa lafatti dhidhiittanii fi akka humna diinaa hundas moʼattaniif aangoo isinii kenneera; wanni kam iyyuu isin hin miidhu.
Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuudhaan deebiʼanii, "Yaa Gooftaa, hafuuronni hamoon iyyuu maqaa keetiin nuu ajajamaniiru" jedhan.
Iisaan warra Kudha Lamaan walitti waamee, akka isaan hafuurota hamoo hunda baasanii fi akka dhibeewwan fayyisaniif humnaa fi taayitaa kenneef;
Iisaan barattoota isaa kudha lamaan ofitti waamee akka isaan hafuurota xuraaʼoo baasaniif, dhibee fi dhukkuba hundumaa akka fayyisaniif taayitaa kenneef.
Ani furtuu mootummaa shamaayʼun siifin kenna; wanni ati lafa irratti hiitu kam iyyuu shamaayʼun irratti ni hidhama; wanni ati lafa irratti hiiktu kam iyyuu shamaayʼun irrattis ni hiikama."
A armadura de Deus
Somos chamados a revestir a armadura completa de Deus para resistir às ciladas do diabo e permanecer firmes na batalha espiritual.
Kanaa achi Gooftaa fi humna isaa jabaa sanaan cimaa. Haxxummaa ibliisiin akka mormuu dandeessaniif miʼa lolaa kan Allaaha guutuu hidhadhaa.
ibliisiifis carraa hin kenninaa.
Miʼi waraanaa kan nu ittiin lollu kan daʼannoo jigsuudhaaf humna Allaaha qabuudha malee miʼa waraana foonii miti. Mormii fi of tuulummaa beekumsa Allaaha irratti kaʼu hunda ni diigna; yaada hundas boojinee Al-Masiihiif akka ajajamu ni goona.
Firmes na resistência
Resistir ao diabo é um ato de fé ativa. A Bíblia nos garante que quando resistimos, ele foge, e que maior é o que está em nós do que o que está no mundo.
Warra of qaban taʼa; dammaqaas. Ibliis diinni keessan nama liqimsu barbaadee akkuma leenca aaduu nanaannaʼaatii. Sababii akka obboloonni keessan warri addunyaa guutuu keessa jiraatan dhiphina akkasii dhiphachaa jiran beektaniif amantiitti jabaadhaatii isaan mormaa.
Yaa ijoolle, isin kan Allaaha ti; jaras moʼattaniirtu; inni isin keessa jiru kan addunyaa keessa jiru sana caalaa guddaadhaatii.
Namni cubbuu hojjetu kan ibliis; ibliis jalqabumaa kaasee cubbuu hojjetaatii. Ilmi Allaaha hojii ibliis diiguudhaaf mulʼateetii.
Iisaan garuu of irra garagalee barattoota isaa ilaale; Phexrosiinis, "Sheeyxaana nana! Na duubatti deebiʼi! Ati kan namaa yaadda malee kan Allaaha hin yaadduutii" jedhee ifate.
Namoonni lixa biiftuu maqaa Rabbii Allaah sodaatu;
warri baʼa biiftuutti argaman immoo ulfina isaa kabaju.
Inni akkuma lolaa,
kan bubbeen Rabbii Allaah oofuutti ni dhufaatii.