Pular para o conteúdo
Publicidade

O sangue de Jesus

Por Bíblia Online

O sangue de Jesus é o fundamento da redenção cristã. Através do seu sangue derramado na cruz, recebemos perdão, purificação e acesso à presença de Deus.

O poder redentor do sangue

O sangue de Cristo é o preço do nosso resgate. Sem derramamento de sangue não há remissão de pecados, e Cristo ofereceu o sacrifício perfeito e definitivo.

Dhugumaan akka Seera Muuse’eetitti waan diqqoo malee, wonni maraa dhiigaan qulleeffama; adoo dhiigi hin dhangala’in araarri cubbu’uu hin jiru.

Dhiigii re’eeetii fi dardaraa, daadhaan goronsa ciinceffameelle namoota battowane irratti facaasuun, battummaa foon isaanii irraa isaan ka qulleessu yoo te’e, dhiigi Kiristoosii ka karaa Ayyaana bara baraatiin, woreega fokkoo hin qanne godhee, Waaqaaf ifi dhikeesse, Waaqa jiraataa akka Waaqonsinuuf, hujii du’atti geessitu irraa attam attam irra caalaa wodanaa keenna qulleessa ree!

Sababille dhiigi dardaraatii fi re’eee cubbuu balleessiisaaf hin dandeenne.

Akkasuma Yesuus dhiiga ifiitiin kolbaa woyyoonsiisaaf, karra qachaa gudda’aatiin alatti rakkate.

Gara Yesuusii wodhakkicha gondooroo haareyaa te’ee, gara ka dhiiga Abeelii caalaa dubbatuutii fi dhiiga isaa ka fixamee dhikaattaneertan.

Perdão e purificação

O sangue de Jesus nos purifica de todo pecado. Nele temos redenção e perdão, segundo as riquezas de sua graça.

Ammoo akkuma inni ifa keessa jiru, nuutille ifa keessa yoo deddeebine woli woliif tokkummaa qanna; dhiigi Ilma isaa ka Yesuusii, cubbuu teenna mara irraa nu qulleessa.

Akkuma durummaa badhaadha Waaqaatitti, dhiiga Kiristoosiitiin wodannee, araara cubbuu teennaa dhaggane.

Amma ammoo, isin worri dur fagaattanee turtane, Kiristoos Yesuus woliin tokkummaa qabaachu’uun, dhiiga Kiristoosiitiin dhikaattaneertan.

kun dhiiga kiyya, ka Gondooroo haareyaa, ka araara cubbuu kolbaa heddu’uutiif dhangala’e.

Yesuus Kiristoosii dhugaa-bayaa addatamaa, ka worra du’e keessaa angafa te’ee kaafamee fi bulchaa mootota lafa tanaa te’e biralle’ee isiniif te’u jedha.

Ka nu jaalatee cubbuu teenna jalaa dhiiga ifiitiin bilisa nu baasee,

Worri isatti dhugeeffatu maraa dhiiga isaatiin araara cubbuu ifii akka dhaggatuuf, Waaqi Yesuus Kiristoos ciincaa guma’aa godhee dhikeesse. Inni cubbuu durii ossa ifiitiin balleessiisaan muraa ifii ta sirrii teete mudhisiisaaf tana godhe.

Amma nuuti dhiiga isaatiin eega balchoonnee, karaa isaatiin irra caalaa mufii Waaqaa jalaa hin baana.

O sangue da aliança

Desde o Êxodo, o sangue é sinal de aliança entre Deus e seu povo. O sangue do Cordeiro pascal prefigurava o sacrifício supremo de Cristo.

Jila Irra Dabaramaa Ta Jalqabaa

Achiin duuba Muuseen jaarsolee Israa’elootaa mara waamee, «Ariifadha’aa dhaqa’aatii akka maatii maatii keessaniititti buruusoo korbeessa hoole’ee yookiin re’eee filadha’aatii, Jila Irra Dabaramaatiif qaladha’a. Baala muka hisoophii qabaa tokko fuudha’aatii, dhiiga qorii keessaatitti cuupha’aatii, mikikkila balbalaa ka cinaa lamaaniituu, mikikkila balbalaa ka gubba’aalle diba’a; haga ganamaatitti nami tokkolle mana ifiitii gad hin bayin. Mootiin Waan Maraa balaa buusiisaaf, biyya Gibxi’ii keessa yennaa deddeemu, mikikkila balbalaa ka cinaa lamaaniituu irratti, mikikkila balbalaa ka gubba’aa irralle’etti dhiiga dhaggee, balbala san irra hin dabara. Ka balleessu sun mana keessan seenee akka isin ijjeesu itti hin lakkisu.

Lubbuun dada maraa dhiiga keessa waan jirtuuf, gumaa lubbu’uulle ka te’u dhiiga waan te’eef, addee ciinca’aa irratti gumaa lubbuu teessanii akka te’u ani Mootiin Waan Maraa dhiiga isiniif kenneera.

Ammoo jiruun dhiiga keessa waan jirtuuf, foon dhiigi keessa jiru ammalle hin nyaatina’a. Ani lubbuu teessan eegiisaaf, dhiiga keessan harka nama nama san ijjeeseetii fi bineensa nama san ijjeesee irraa hin barbaada.

«Ani Waaqi akka bifa tiyyaatitti,

nama waan dadeef,

nami dhiiga namaa dhangalaasu

dhiigi isaa harka namaatiin

hin dhangalaafama.

Dhiigi waan lafa batteessuuf, lafa keessa leetanu dhiigaan hin batteessina’a! Dhiiga nama dhiiga dhangalaaseetiin malee, dhiigi nama dhibi’ii dhangalaafamee lafa saniif gumaan hin tolfamin.

Vitória pelo sangue

Os cristãos vencem o acusador pelo sangue do Cordeiro e pela palavra do seu testemunho. O sangue comprou para Deus gente de toda tribo e língua.

Obboleeyyan teennalle,

dhiiga Hoolichaatii fi jecha dhugaa bayiisa ifiitiin

isa mowataneeran;

lubbuu ifii adoo hin jaalatin

du’aaf dabarsanee ifi kennaneeran.

Jireenna abbootii teessan irraa isinitti tare, ka woy hin baane, waan badu ka akka meeti’iin yookiin worqi’iitiin akka hin wodamin, isinuu hin beettan. Isin dhiiga Kiristoosii, ka gatii guddo’oo, ka akka dhiiga korbeessa komi’ii fi dhidhuu hin qanneetiin wodantaneertan.

Maarre ifii fi hoolee Waaqaa akka isin eeddanuuf isinitti kennantelle’eef ifi eegadha’a; wolde’a kiristaanaa ka Waaqaa, ka inni dhiiga ilma ifiitiin ka ifii godhate tissa’a.

Yesuus isaaniin, «Ani dhuguma isinitti hima: isin yoo foon Ilma Namaa hin nyaatin, dhiiga isaalle yoo hin unin, jiruu ifi keessaa hin qaddanu. Nami foon kiyya nyaatuu fi dhiiga kiyya unu jiruu bara baraa qaba; Ani guyyaa muumme’ee du’a keessaa isa hin kaasa.

Worra Yesuus Kiristoosiif Dhugaa Bayane

Ka bisaan cuuphama isaa akeekuu fi dhiiga du’a isaa akeekuun dhufe kun Yesuus Kiristoos. Inni bisaanii fi dhiigaan dhufe malee, bisaan calla’aan hin dhunne. Ayyaanni dhugaa waan te’eef, Ayyaanni ifiifuu tun dhugaa akka teete dhugaa baya.

Seja o primeiro