Pular para o conteúdo
Publicidade

A segunda vinda de Cristo

Por Bíblia Online

A segunda vinda de Cristo é a esperança suprema da Igreja. Jesus prometeu que voltará com poder e grande glória para julgar os vivos e os mortos e estabelecer seu Reino eterno.

A promessa do retorno

Jesus prometeu voltar. Os anjos declararam que Ele virá da mesma forma como ascendeu. A Igreja aguarda esse dia glorioso com expectativa.

«Isin namoota Galiila’aa, maaf asi dhaabbatanee gara gubba’aa ilaaltan? Yesuusiin isin duraa gara ol-gubbaaa fudhatame kun, gara ol-gubbaaa bayaaruun akkuma dhaggitane akkanuma deebi’ee hin dhufa» jedhane.

Isa ol bayiisatti jiru, ila hin caffatin adoo ilaaliisatti jiranuu, namooti lamaan ka woyaa adii uffataneeranu cinaa isaanii dhaabbatanee, «Isin namoota Galiila’aa, maaf asi dhaabbatanee gara gubba’aa ilaaltan? Yesuusiin isin duraa gara ol-gubbaaa fudhatame kun, gara ol-gubbaaa bayaaruun akkuma dhaggitane akkanuma deebi’ee hin dhufa» jedhane.

Karaan Gara Abba’aa Geessu Yesuus

Yesuus barattoota ifiitiin, «Gadhaan keessan hin raafamin, Waaqatti dhugeeffadha’a; analle’etti dhugeeffadha’a! Mana Abbaa kiyyaa keessa addeen leeto’oo heddu’utti jira; anille addee isiniif qopheessiisaaf deemaara. Adoo isiin hin jirre teetee ani silaa tana isinitti hin himuuyyu. Dhaqee addee isiniif qopheesseeruun duuba, addee ani jiru akka leetanuuf, deebi’ee dhufee isin fudhadha.

Ka waan kana dhugaa bawu, «Ee, dafee hin dhufa» jedha.

Ameen! Goottaa Yesuus, koy.

Ka waan kana dhugaa bawu, «Ee, dafee hin dhufa» jedha.

Ameen! Goottaa Yesuus, koy.

«Kunoo, ani dafee hin dhufa! Nama tokko tokkoofuu gatii akkuma hujii isaatitti kennulle qabadheera.

Os sinais dos tempos

Jesus descreveu os sinais que precederão sua volta: falsos profetas, guerras, fome, terremotos e tribulação. Devemos discernir os tempos sem nos alarmar.

Rakkinnaa Fi Miidhaa Dhufa Gootta’aatiin Duratti Te’u

Yesuus gaara ejersaa gubbaa tee’iisatti jiruun, barattooti isaa qofuu gara isaa dhufanee, «Nutti himi, kun yoom te’a, dhufa teetii fi dhuma biyyaa lafaatiif beessisi maan?» jedhane.

Yesuus deebisee, «Eennulle akka isin hin dokonkorsine ifi eeggadha’a! Worri hedduun, Ani Masiihiijedhaa maqaa kiyyaan hin dhufan. Worra hedduulle hin dokonkorsan. Woraanaa fi oduu woraanaa hin dhageettan; akka hin rifanne ilaalladha’a; wonni akkasii kun te’uu qaban, ammoo ammalle muummeen hin geenne.

«Achiin duuba isaan akka rakkattanuu fi ijjeefantanu dabarsanee isin hin kennan, sababa maqaa kiyyaatiif gosa maraan hin jibbatantan. Yennaa san namooti hedduun dhugeeffannaa irraa hin jigan, isaan wol dabarsanee hin kennan, wolille hin jibban. Raagoti dharaa hedduulle hin ka’an, worra hedduulle hin dokonkorsan.

Waan hammeenni fakkanuuf, jaalalli nama heddu’uu qabbanowaa deema. Nami haga muumme’ee ciniinnatee ossatu ammoo hin fayya.

Gosa maraaf dhugaa baya akka teetu, Oduun Gammadaa ta mootummaa Waaqaa, biyya lafaa maratti hin lallabanti. Achiin duuballe muummeen hin dhutti» jedhe.

Yennaa san rakkinni guddaan hin te’a, rakkinni akkasii haga biyyi lafaa dadanteen jalqabee haga ammaatitti te’ee hin beeku, ijjumaa deebi’eelle hin te’u. Guyyooti sun adoo gabaabbatuu dhabaatee, nami tokkooyyuu silaa hin fayyuuyyu; sababa worra filameetiif ammoo guyyooti sun hin gabaabbatan.

«Eennuulle isiniin Kunoo! Masiihiin as jira!yookiin, Inni achi jira!yoo jedhe itti hin dhugeeffatina’a. Masiihooti dharaatii fi raagoti dharaa hin ka’an; isaan yoo dande’ane, kolbaa Waaqi filateeyyuu, dokonkorsiisaaf baasaa fi bilbaasa hin hujan. Kunoo ani duraan dursee tana isinitti himeera.

«Eennuulle isiniin Kunoo! Masiihiin as jira!yookiin, Inni achi jira!yoo jedhe itti hin dhugeeffatina’a. Masiihooti dharaatii fi raagoti dharaa hin ka’an; isaan yoo dande’ane, kolbaa Waaqi filateeyyuu, dokonkorsiisaaf baasaa fi bilbaasa hin hujan. Kunoo ani duraan dursee tana isinitti himeera. Maarre isaan, Kunoo! Inni lafa goomole’ee keessa jirayoo isiniin jedhane gad hin bayina’a; yookiin, Kunoo! Inni kolloo keessa jirayoo isiniin jedhane hin dhugeeffatina’a.

Mukaa Fi Midhaan Isaa

Yesuus itti dabalee, «Raagota dharaa irraa ifi eeggadha’a; isaan gubbaa irra hoolota fakkaatanee, gara keessan dhufan; keessi isaanii ammoo yayyii isin butattu.

Gosi gosatti, mootummaan mootumma’atti hin kaati; latti addee heddu’uun hin tachooti; beeltille hin teeti. Ammoo kun akka ciniinsuu jalqabaa ti.

«Isin ifi eeggachuu qaddan. Qabanee gara mura’aa isin hin geessan; Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti isin hin dhaanan. Akka naaf dhugaa teetanu, naaf jettanee bulchitootaa fi mootota dura hin dhaabbattan. Ammoo muummeen dhufiisaan dura, Oduun Gammadaa kolbaa maraaf lallabamuu qaddi.

Obboleessi obboleessa, abbaalle ilma gara du’aa dabarsee hin kenna. Ijoolleen worra ifiititti kaatee hin ijjeesisiitti. Nami martinuu sababa kiyyaaf isin jibba. Haga muumme’ee ka ossatu ammoo hin fayya.

tacho’i lafaa guddaan, beeltii fi dhukkubi hamaan addee adde’etti hin te’an; wonni sodaachisuu fi beessisi gugurdaalle ol-gubbaa irraa hin mudhatan.

A vinda gloriosa

Cristo virá nas nuvens com poder e grande glória, enviará seus anjos e reunirá seus escolhidos dos quatro ventos.

Dhufiisa Ilma Namaa

Yesuus itti dabalee, «Guyyoota rakkinnaa saniin duuba yoosuma aduun hin dukkanootti, jiinille ifa ifii hin kennu; urjooti ol-gubbaa irraa harcaati, hunni ol-gubbaaalle hin raafanti. Achiin duuba beessisi Ilma Namaa ol-gubbaatti hin mudhata, yennaa san gosi biyya lafaa marti hin bootti; Ilmi Namaa duumensa gubba’aatiin hunnaa fi ulfinna gudda’aan dhufuun hin dhaggan. Inni ergantoota ifii qoonqoo tultullaa gudda’aa woliin hin erga. Isaanille maddii arfan lafaa dhaqanee, worra Waaqaaf filame ka qaccee ol-gubbaaatii haga qaccee taanii jiru wolitti qaban» jedhe.

Barumsa Muka Harru’uu

Yesuus ammalle, «Muka harru’uu irraa barumsa baradha’a! Yennaa dameeleen isi’ii quunxituu fi baala baattu, bonni akka dhikaate beettan. Maarre akkasuma, waan kana mara yennaa dhaggitane akka Ilmi Namaa balbalatti dhikaate beeka’a.

Ilmi Namaa ulfinna Abbaa ifiitiin ergantoota ifii woliin hin dhufa; achiin duuba tokko tokkoofuu akka hujii isaatitti gatii hin kennaaf.

Deebi’ee Dhufiisa Ilma Namaa

Yesuus itti aansee, «Beessisi aduu, ji’aa fi urjoota irratti hin te’a. Bulpheessa abbaaya’aatii fi danbali’iitiin ka ka’e lafa irratti gosi duudiin sodaattee, waan gootu wollaalti. Hunnooti ol-gubbaaa waan raafamanuuf, kolbaan waan biyya lafaa irratti dhufaaru sodaattee eegatiisaan hin gaggaddi. Achiin duuba Ilmi Namaa hunnaa fi ulfinna gudda’aan duumensa keessa dhufuun hin dhaggan. Kun maraa te’iisa yennaa jalqabu, fayyinni keessan waan dhikaateeruuf, ka’aa dhaabbadha’aatii mataa keessan ol qabadha’a» jedhe.

Achiin duuba Ilmi Namaa hunnaa fi ulfinna gudda’aan duumensa keessa dhufuun hin dhaggan.

Achiin duuba Ilmi Namaa, hunna guddo’oo fi ulfinnaan duumensa keessa dhufuun dhaggitan. Inni ergantoota Waaqaa maddii arfan lafaatitti ergee, kolbaa Waaqi filate qaccee biyya lafaa mara irraa wolitti qaban.

Qoonqoo ajaja gudda’aatiin, qoonqoo mootii erganticha Waaqaatiin, qoonqoo tultullaa Waaqaatiin bookarfamee, Goottaanuu ol-gubbaa irraa gadi hin dhufa. Worri Kiristoositti dhugeeffatee du’e, dursee hin ka’a; achiin duuba nuuti worri adoo hin du’in jirru isaanuma woliin qilleensa irratti Gootta’aan wolde’iisaaf duumensa keessa ol butanna. Maarre haga bara baraalle Goottaa woliin leena. Tanaaf jecha kanaan wol jajjabeessa’a.

Vigilância e preparo

Ninguém sabe o dia nem a hora. Jesus nos ordena a vigiar, orar e estar prontos, pois Ele virá quando menos esperamos.

Tanaaf, guyyaa Goottaan keessan dhufu waan hin beenneef, dammaqa’aa eegadha’a.

Tanaaf, guyyaa Goottaan keessan dhufu waan hin beenneef, dammaqa’aa eegadha’a.

Tanaaf Ilmi Namaalle yennaa isin itti hin yaadanetti waan dhufuuf, maarre isinille qophowa’aa le’aa» jedhe.

Dammaqa’aa Ifi Eegadha’a

Yesuus itti aansee, «Akka malee nyaataa fi machi’iin yookiin jireenna lafa tanaatiif yaadaa, yennaa teessan balleessitanuun, guyyaan sun akka tiyyo’oo dedhuma akka isin hin qanne ifi eegadha’a! Guyyaan sun kolbaa lafa duudii irra leetu maraa irratti hin dhufa. Waan te’uuf jiru maraa jalaa bayiisaa fi Ilma Namaa dura dhaabbatiisaaf akka dandeettanu, ifi eegadha’aa, yennaa mara daadimadha’a!» jedhe.

Muummeen waan maraa dhikaatteerti; tanaaf akka daadimatiisa dandeettanu, worra ifi qabatuu fi dammaqe te’aa.

Waaqi Abbaan nageyaatuu, guutumatti isin woyyoonsu; ayyaanni keessan, lubbuun teessanii fi nafi keessan duudiin komii malee, guyyaa dhufa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiif eegamu.

Tanaaf mudhatiisa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii adoo eeggattanuu, Kennansi Ayyaanaa tokkolle isin irraa hin dhidhanne. Haga guyyaa dhufa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiititti worra komii hin qanne teetanee akka jiraattanu, inni jabaattanee akka jiraattanu isin tolcha.

A esperança bendita

A aguardamos a bendita esperança e a manifestação da glória do nosso grande Deus e Salvador Jesus Cristo.

Waaqi badhaadha ifii ka nama maraaf fayyinna kennu mudhiseera. Badhaadhi kun cubbu’uun jiraatiisaa fi halchaa badduu biyya lafaa akka lakkinnee, bara kana keessatti ifi qabannee, qajeellee, akka nama Waaqaatitti akka jiraannu barsiisa. Addii gammachiittuu fi ulfinnaan mudhatiisa Waaqa guddaa fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosii hin eeganna. Kiristoos hammeenna duudii irraa akka nu fayyisuu fi waan dansaa hujiisaaf akka dharraanu, kolbaa ifii qulleeffatiisaaf mataa ifii dabarsee nuu kenneera.

Waaqi hujii dansaa isin keessatti jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi’ee dhufuutitti, akka muummessu ani mama hin qabu.

Guyyaa itti wodantanuuf chaappaa ittiin mallatteeffantane, Ayyaana Woyyicha Waaqaa hin gaddisiisina’a.

Kiristoos cubbuu nama heddu’uu ba’atiisaaf yennaa takkaa woreegameera; ammalle cubbuu ba’atiisaaf adoo hin te’in, worra dharra’aan isa eeggatu fayyisiisaaf lammeessoo hin dhufa.

Jaalalaa fi hujii dansa’aan dammandhee akka leenuuf, kowa’a wolii yaadannaa. Yennaa mara wolitti qabamaa wol jajjabeessinuuti malee, akkuma worri gariin lakkisiisa barate, wolitti qabamiisa me lakkinnuu ti; guyyaan dhufiisa Gootta’aa akka dhikaate qaabataa waan kana irra caalaa godha’a.

Waaqi Goottaan amma jiru, ka durille jiru, ka dhufu, ka waan duudii dande’u, «Alfa’aa fi Omeegaan Ana» jedha; [akkasi jechuun ani ka duraatii fi duubaati jechu’u].

«Ani ariifadhee hin dhufa. Eennulle kallacha keeti akka hin fudhanne waan qaddu jabeessii qabadhu.

Jaalota tiyya, waan tokko hin dedhina’a! Goottaa biratti guyyaan tokko akka woggaa kumaa ti; woggaan kum akka guyyaa tokkoo ti.

Yoona, ijoolle! Yennaa Kiristoos mudhatu sodaa malee akka jiraannuu fi guyyaa dhufa isaa akka hin fokkifanne isaan jiraadha’a!

Seja o primeiro