Superação
Superar desafios, dificuldades e tentações faz parte da caminhada cristã. A Bíblia nos garante que, em Cristo, somos mais que vencedores em todas as circunstâncias.
Vitória em Cristo
Jesus já venceu o mundo. Nele temos coragem, paz e a certeza de que nenhuma adversidade poderá nos derrotar definitivamente.
Anaan nageenni akka isinii te’uuf ani tana isinitti himeera. Biyyi lafaa isin hin rakkitti; ammoo jabaadha’a! Ani biyya lafaa injifadheera» jedhe.
Anaan nageenni akka isinii te’uuf ani tana isinitti himeera. Biyyi lafaa isin hin rakkitti; ammoo jabaadha’a! Ani biyya lafaa injifadheera» jedhe.
Garuu womaa moti; waan kana mara keessatti karaa ka nu jaalateetiin injifattoota caalleerra.
Ammoo Waaqa Karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin injifachaa nu’uu kennuuf galanni te’u!
Ammoo Waaqa Karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin injifachaa nu’uu kennuuf galanni te’u!
Sababille nami Ilma Waaqaa te’e maraa biyya lafaa hin injifata. Hunni nuuti ittiin biyya lafaa injifannu tunille, dhugeeffannaa teenna.
Waaqa jaalachuu jechuulle ajaja isaatiif ajajamiisa; ajaji isaalle ulfaata’aa moti. Sababille nami Ilma Waaqaa te’e maraa biyya lafaa hin injifata. Hunni nuuti ittiin biyya lafaa injifannu tunille, dhugeeffannaa teenna. Eentu biyya lafaa injifatuu dande’a? Yesuus Ilma Waaqaa akka te’e nama dhugeeffatu calla’atti biyya lafaa injifatuu dande’a.
Eentu biyya lafaa injifatuu dande’a? Yesuus Ilma Waaqaa akka te’e nama dhugeeffatu calla’atti biyya lafaa injifatuu dande’a.
Obboleeyyan teennalle,
dhiiga Hoolichaatii fi jecha dhugaa bayiisa ifiitiin
isa mowataneeran;
lubbuu ifii adoo hin jaalatin
du’aaf dabarsanee ifi kennaneeran.
Superando o mal com o bem
O cristão vence o mal não com violência, mas com o bem. O amor, a fé e a perseverança são as armas da superação.
Hantuu dansa’aan injifadhu malee, hantuun si hin injifatin.
Hantuu dansa’aan injifadhu malee, hantuun si hin injifatin.
Ifi dukkanatti ifa; dukkanti ijjumaa ifa hin injifattu.
Waaqa yennaa mara karaa Kiristoosiitiin injifattoota nu godhee, nu qajeelchuu fi beekkumsa marroo Kiristoosiitiif qannu akka uddowaa foolee dansaa qabuu, addee mara akka dhaqqassinnu nu godhuuf galanni te’uu ti.
Nama isin araarantanuuf, anille hin araaramaaf. Wonni ani namaaf araaramu’uu male yoo jiraatte, sababa keessaniif jedhee fuula Kiristoosii duratti araarameera. Hujii hantuu seexanaa waan beennuuf, akka inni nu hin gowwoonsineef jedhee tana godhaara.
Akkuma ani injifadhee Abbaa kiyya woliin barcumaa mootummaa isaa irra tee’e, nami injifatulle na woliin barcumaa mootummaa tiyyaa irra akka tee’u hin tolcha.
Akkuma ani injifadhee Abbaa kiyya woliin barcumaa mootummaa isaa irra tee’e, nami injifatulle na woliin barcumaa mootummaa tiyyaa irra akka tee’u hin tolcha.
Nami injifatulle akkuma isaanii woyaa adii hin uffata; anille Abbaa kiyyaa fi ergantoota isaa duratti dhugaa hin bayaaf; maqaa isaalle kitaaba jiru’uu keessaa hin haqu.
Força e coragem divina
Deus é nosso escudo e fortaleza. Quando o medo tenta nos paralisar, a presença do Senhor nos fortalece e nos encoraja a prosseguir.
Mootiin Waan Maraa ifa kiyyaa fi fayyinna kiyya;
ani eennu sodaadha ree?
Mootiin Waan Maraa kushee jiruu tiyyaa ti;
eentu na sodaachisa ree?
Ee Mootii Waan Maraa,
ati ammoo adaala kiyyatti wontee tiyya;
ati ulfinna kiyya; ka mataa kiyyalle ol ol qabu si’i.
Ani guubee tiyyatti hin addadhu;
shallaagaan kiyyalle injifachaa naaf hin kennu.
Ati ammoo diinota keenna irratti
injifachaa nuuf kennitee,
worra nu jibbu qaanessite.
Nuuti guyyaa mara si Waaqaan ifi jajanna;
maqaa keetille haga bara baraa hin leellifanna.
Ee Mootii Waan Maraa nu baasi;
ee Mootii Waan Maraa nu milkeessi.
Maqaa Mootii Waan Maraatiin
ka dhufu ka eebbifame;
nuuti Galma Waaqaa keessaa isin eebbinna.
Kunoo, Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan lafa tana isiniif kenneera. Akkuma Mootiin Waan Maraa Waaqi abbootii teessanii isinitti hime ol baya’aatii qabadha’a. Hin sodaatina’a; addii hin kutatina’a» jedhe.
Akka isin injifattanu, diinota keessan isinii loliisaaf, ka isin woliin deemu Mootii Waan Maraa Waaqa keessan» jedhuu ti.
Nama qalbii ifiitiin jabaatee sitti irkatu,
waan inni sitti addateef,
ati nageya guutu’uun isa hin eedda.
Hunna Kiristoos naaf kennuun waan mara godhiisaaf hin dande’a.
Ijoolle! Isin ka Waaqaati; ka isin keessa jiru ka biyya lafaa keessa jiru waan caaluuf, raagota dharaameyyii injifattaneertan.
Ijoolle! Isin ka Waaqaati; ka isin keessa jiru ka biyya lafaa keessa jiru waan caaluuf, raagota dharaameyyii injifattaneertan.
Resistindo a tentação
A armadura de Deus nos protege contra as investidas do mal. Resistir ao diabo, vigiar e orar são essenciais para a superação espiritual.
Yoona, Gootta’aa fi hunna isaa jaddu’uun jabaadha’a. Maltummaa Seexanaatiin mormuu akka dandeettanu, meya woraanaa ka Waaqaa duudii hidhadha’a.
Wodhaantoon teenna ilmaan namaatiin mormiisa adoo hin te’in, bulchitoota, worra baallii qabanuu fi hunna biyya lafaa ta dukkanaa tana ka te’ane, irree ayyaana hamaalessa ol-gubba’aatiin mormiisa. Maarre guyyaa hamaa san, hunna diinaa adhatiisa akka dandeettanuuf, waan mara muummessitanee, jabaattanee dhaabbatiisa akka dandeettanu, meya Waaqaa ka woraanaa mara hidhadha’a.
Tanaaf, dhugaa akka hiitu’uu hidha keessanitti hidhadha’aatii, balchummaa akka qomoo sibiilaa keyadha’aa dhaabbadha’a. Wongeela nageyaalle akka Kophe’ee miilatti keyadha’aatii qophowa’aa dhaabbadha’a. Kana mara woliin, daayota hamaalessaa ka bobe’u mara, dhugeeffannaa ittiin dhaanfuu dandeettanu, akka wonte’ee qabadha’a. Fayyinna akka gullee sibiilaa keyadha’a; Jecha Waaqaa ka Ayyaanni Woyyichi isinii kennulle akka shallaaga’aa qabadha’a.
Le’ii dullattii dur le’aa turtane, ta halchaa sobaatiin badde san ifi irraa gata’a. Ayyaana qalbii teessaniitiin haareffama’a. Jiruu haareya, balchumma’aa fi woyyummaa dhuga’aatiin ifi mudhittu, ta fakkeenna Waaqaatiin dadante san uffadha’a.
Isin yoo mufattane, mufiin teessan gara cubbuu isin hin geessin; mufii teessan irratti aduun isinitti hin seenin. Seexanaafille karaa hin kennina’a.
Maarre Waaqaaf ajajama’a; Seexana ammoo morma’a, innille isin baqata. Gara Waaqaa dhikaadha’a, innille gara keessan hin dhikaata. Isin cubbaaleyyiin, harka keessan qulqulleeffadha’a. Isin worri yaada lamaa, gadhaa keessan qulleeffadha’a.
Goottaa duratti gad ifi qaba’a, innille ol isin hin qaba.
Nami ataabee ciniinnatee ossatu ka badhaadhe. Sababille ataabamee haga ilaallameen duuba, gatii jiru’uu ka Waaqi worra isa jaalatuuf waadaa gale hin fudhata.
Nami yennaa ataabamu, «Waaqi na ataabe» hin jedhin; Waaqi hantu’uun hin ataabamu; ifille’eef nama hin ataabu. Ammoo nami martinuu halchuma ifiitiin yennaa sossobamee sobamu ataabama. Achiin duuba, halchaan sun yennaa ulfootte, cubbuu dhalti; cubbuun sunille, yennaa guddattee geette, du’a dhalti.
Haga ilaallatam namatti dhufee hin beenne, isinitti hin dhunne. Waaqi addatamaa waan te’eef, akka hunna teessaniin ol haga ilaallatantanuuf isinitti hin lakkisu. Ammoo yennaa haga ilaallatantanu jabeenna ittiin ossattanu isinii kennaa, karaa keessaa baatanu isiniif qopheessa.
Lola dansaa dhugeeffanna’aa loli. Jiruu bara baraa ta yennaa gara isaa waammante dhugaa baatota hedduu duratti dhugaa baate qabadhu.
Worri durummaa barbaadu ataabe’etti jigee, tiyyoo gowwummaa heddu’uutii fi halchaa isaan miituutiin, ta isaan balleessituu fi dhidhinsituun qabaman.
Perseverança até o fim
A corrida da fé exige perseverança. Devemos lançar fora todo peso e olhar para Jesus, o autor e consumador da nossa fé.
Maarre dhugaa baatota akka duumensaa adaala keenna naannessane kana mara waan qannuuf, kowa’a waan ba’aa nu irratti te’e maraa fi cubbuu nu’utti maxxante ifi irraa balleessinee, doggommii rukkee nu dura jirtuu ciniinnannee ossatiisaan rukkinna.
Yoona akka hifattanee addii hin kutanne, mormii cubbaaleyyi’ii tana mara ka ossate Yesuus ilaala’a.
Inni ifiifuu ataabamee rakkinna waan fudhateeruuf, worra ataabamu qarqaariisaaf hin dande’a.
Gumeeffadha’a; dammaqa’a! Diinni keessan Seexanni, akka neenqa waan liqinsu barbaadee dhangaa dhowuu, adaala keessan garmaama. Obboleeyyan teessan ta biyya lafaa duudii keessa jirtu, rakkoo akkasii akka fudhatu beeka’aatii, dhugeeffanna’atti jabaadha’aatii Seexana morma’a. Yennaa diqqoo rakkattaneen duuba ammoo, Waaqi abbaan badhaadha duudi’ii, ka karaa Kiristoosiitiin ulfinna isaa ka bara baraa akka qoodantanuuf isin waame, inninuu akka duriititti isin deebisee, isin utubee, isin jabeessee hin hundeessa.
Gumeeffadha’a; dammaqa’a! Diinni keessan Seexanni, akka neenqa waan liqinsu barbaadee dhangaa dhowuu, adaala keessan garmaama.
Eentu jaalala Kiristoosii irraa gargar nu baasa ree? Rakko’oo moo farra? Miidha’a moo beela? Daara moo bala’a? Yookiin du’aa ree?
Worra Waaqa jaalatu ka akka fedha isaa waamameef, Waaqi waan maraa dansa’aaf akka isaanii godhu hin beenna.
Goottaan hammeenna hamaa duudii jalaa na baasee, gara mootummaa ol-gubba’aa nageyaan na hin geessa. Ulfinni baraa haga bara baraa isaaf te’u! Ameen.
Goottaan ammoo addatama’a; inni isin jajjabeessee, waan hantuu irraa isin eega.
Descanso e renovação
Jesus convida os cansados e sobrecarregados a descansar nele. Sua graça é suficiente para nos renovar em meio às tribulações.
«Isin worri ba’aa ulfaattuu ba’atee dadhabe marti, gara kiyya kowa’a, ani isin foorfachiisa.
Jaalala beese’ee irraa if qusadha’a; wonni isin qaddanu isin gewuu ti. Waaqi, «Ani ijjumaa si hin lakkisu, ijjumaa si hin gatu» jedheera.
Waaqaaf wonni hin dande’anne hin jirtu» jedhe.
Inni isaaniin, «Maaf rattan? Akka ataabe’etti hin galle ka’a’aatii daadimadha’a!» jedhe.
Addee san yennaa geye, isaaniin, «Ataabamiisatti akka hin galle daadimadha’a!» jedhe.
Ani akka isin dhudhuufa’aa fi makka irra ideentanu, hunna diinotaa maralle akka injifattanu baallii isiniif kenneera; womaa isin hin miidhu.
Akka hin ataabanne, dammaqa’aatii daadimadha’a! Ayyaanni namaa hin halcha; foon ammoo dadhaba’a» jedhe.
Kolbaa Xiyoonii, guddoo gammada’a!
Kolbaa Yerusaalemii, ilillisa’a!
Kunoo, mootichi keessan balchaan,
injifataan, gad ifi qabee,
ilmayyoo harre’ee irraa tee’ee,
gara keessan hin dhufa.
Durriisi jalqabaa jalqabee cubbuu waan hujuuf, nami cubbuu huju maraa ilma Durriisaa ti. Ilmi Waaqaa hujii Durriisaa balleessiisaaf mudhate.
Ijoolle! Cubbuu teessaniif maqaa Kiristoosiitiin araarri waan kennameef isiniif barreessa. Abbooti’i! Ka jalqabaa jalqabee jiru waan beettaneertanuuf isiniif barreessa. Dargaggoota! Hamaalessa waan injifattaneef isiniif barreessa. Ijoolle! Abbaa waan beettaneef isiniif barreessa. Abbooti’i! Ka jalqabaa jalqabee jiru waan beettaneef isiniif barreessa. Dargaggoota! Jajjaba waan teetaneef, jechi Waaqaalle isin keessa waan jiruu fi hamaalessa waan injifattaneef isiniif barreessa.
Biyya lafaa yookiin waan biyya lafaa hin jaalatina’a; nama biyya lafaa jaalatu, jaalaltiin Waaqa Abba’aa isa keessa hin jirtu.
Nafi keessan mitikaa nafa Kiristoosii akka te’e hin beettanuu? Maarre ani mitikaa nafa Kiristoosii fuudhee mitikaa sagaagaltu’uu godhuu qabaa? Ijjumaa te’uu hin qabu! Nami dubartii sagaagaltitti’iin wolitti maxxane nafi isaa ka isi’iitiin tokko akka te’e hin beettanuu? Barreeffam Woyyichi, «Isaan lamaanuu foon tokkocha te’an» jedha. Nami Gootta’atti ifi maxxanse ayyaanaan isa woliin tokko te’a.
Sagaagalummaa irraa fagaadha’a. Cubbuun dhibiin nami huju nafa namaa hin tuxxu; nami sagaagalu ammoo nafa ifii irratti cubbuu huja. Nafi keessan galma Ayyaana Woyyicha Waaqi isiniif kennee, ka isin keessa jiraatuu akka te’e hin beettanuu? Yoona isin ka Waaqaa ti malee ka mataa keessaniitii moti. Waaqi gati’iin isin bitate. Maarre nafa keessaniin Waaqa ulfeessa’a.
Wonni ani jedhu tana: yoona Ayyaanaan sooreffamaa le’aa malee, halchaa foonii hin muummessina’a! Halchaan foonii halchaa Ayyaanaatiin mormiti; halchaan Ayyaanaalle halchaa fooniitiin mormiti; halchaan lamaan tun waan wol mormituuf, waan jaalattanu godhiisaaf hin dandeettanu.