Vaso
A metáfora do vaso é uma das mais belas da Bíblia. Assim como o oleiro molda o barro, Deus nos forma segundo seus propósitos, fazendo de nós vasos úteis para sua glória.
Nas mãos do oleiro
Deus é o Oleiro e nós somos o barro. Ele tem autoridade e sabedoria para nos moldar conforme sua vontade perfeita, e não devemos questionar sua obra.
Te’uu malee, ee Mootii Waan Maraa, ati abbaa keenna; nuuti faara; ati faara irraa nu hujje. Nuuti marti hujii harka keetii ti.
Jechi Mootii Waan Maraa ka gara Ermiyaasii dhufe ka asii gad jiru: «Ka’iitii, gara mana nama faara dhowuu gad bu’i; ani achitti ergaa tiyya sitti hima» jedhe. Maarre ani gara mana nama faara dhowuu gad bu’ee, inni korboo ifii ta dhaka’aa irratti faara dhowuun dhagge. Okkoteen inni faara irraa dhowu sun ammoo harka isaatitti badde; maarre inni faaruma san akka isaaf toltetti deebisee okkotee dhibii huje.
Achiin duuba jechi Mootii Waan Maraa gara kiyya dhufee, «Ee, kolbaa Israa’elii! Akkuma nami Faara dhowu kun huju, anille isin hujuu hin dande’uu ree? Akkuma faarri harka nama faara dhowuu keessa jiru, isinille harka kiyya keessa jirtan.
Namana! Waaqa woliin moromiisaaf ati eennu? Okkoteen faaraa nama isii dhoween, «Maaf akkana na dhootte?» jedhuu dandeetti? Nami faara dhowu tokko, loobaa faaraa tokkochuma irraa, meya tokkocha ulfinnaaf, kaan woma te’eef akka te’u godhee dhowiisaaf baallii hin qabuu?
Nama ka isa Dade woliin moromuuf aanne’e!
Inni akka faaraa
harka nama faara dhowu keessa jiruu ti;
faarri nama isa dhowuun,
«Ati maan hujaarta?» hin jedhaa ree?
Wonni inni dhowu sunille,
«Ati harka hin qaddu» hin jedhaa ree?
Isin woy gara gaggalchitan; nami faara dhowu faara te’uu dande’aa? Wonni harka namaatiin hujame tokko, abbaa hujeen, «Ati na hin hunye» jedhuu dande’aa ree? Yookiin okkoteen, abbaa isii dhoween, «Inni womaa hin beeku» jedhuu dandeettii ree?
Vasos para honra
O cristão é chamado a ser um vaso de honra, purificado e preparado para toda boa obra. Nosso valor está em quem nos formou e no que carregamos.
Mana guddaa tokko keessa mey worqii irraa yookiin meetii irraa hujame callaa adoo hin te’in, mey muka irraa yookiin faara irraa hujame hin jiraata; mey kun gariin ulfinnaaf, kuun ammoo tajaajila ulfinna hin qanneef te’a. Yoona worri waan hantuu duudii irraa ifi qulleessu, waan ulfinnaatiif te’a; sababille isaan fooyamanee, Goottaa isaaniitiif ka bu’aa qabanu waan te’aneef, hujii dansaa duudi’iif qophowaneeran.
Ammoo hunni waan duudii irra caaltu tun, Waaqa irraa malee nu’u irraa akka hin te’in akka beekkamuuf karra ayyaantittii tana akka okkotee faaraa teenee qabanneerra.
Ilmaan Xiyoonii worri dur
akka worqii gatii guddo’ootitti ilaallamanu
amma attam akka faara
harka namaatiin hujamee te’ane!
Moldados pela graça
Mesmo quando nos sentimos frágeis e imperfeitos, o poder de Deus se aperfeiçoa em nossa fraqueza. Ele nos restaura e nos renova continuamente.
«‹Ka miidhassee na dade harka keeti;
amma deebitee na balleessitaa?
Faara irraa akka na dadde qaabadhu;
ammalle biyye’etti na deebisu’uufii ree?
Nami afaan ifiitiin dansaa fakkaatee,
gadhaa ifii keessaa yaada hamaa qabu,
akka meya faaraa ka meetii itti gonfanee ti.
Isin tissitooti wiiccifadha’aatii bowa’a;
isin sooressitooti kolba’aa
daadhaa keessa gangaladha’a.
Guyyaan isin qalantanu waan dhufeef,
akka okkotee faaraa dansitti’ii jiga’aatii bututa’a.