27 Waaqi ammoo qaroolee qaanessu’uuf, worra biyya lafaatitti akka gowwoole’ee laakkowamanu fowate; worra jajjaba qaanessu’uuf worra biyya lafaatitti akka dadhaboole’ee laakkowamanu fowate.