Publicidade

1 Coríntios 11

24 Waaqaaf galata galchee, cassee, «Kun foon kiyya, ka isiniif te’u; kana qaabbii tiyyaaf godhadha’a» jedhe. 25 Akkasuma Irbaataan duuba muduunuu fuudhee, «Muduunuun tun gondooroo haareya dhiiga kiyyaan teetu; yennaa isii untanu mara qaabbii tiyyaaf godhadha’a» jedhe.

26 Isin yennaa xaltaa daabbo’oo kana nyaattanuu fi muduunuu tana untanu mara, haga Goottaan deebi’ee dhufutti du’a isaa lalladdan. 27 Tanaaf eennulle akka hin malleen, daabboo Gootta’aa yoo nyaate, yookiin muduunuu Gootta’aa yoo une, foonii fi dhiiga Gootta’aa waan salphiseef itti gaafatama. 28 Maarre, eennulle daabboo tana adoo hin nyaatin, muduunuu tanalle adoo hin unin ifi qorqoruu qaba.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-