Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Qorontoosii 12:4,7,12,22

4 Kennansi adda addaa jira; Ayyaanni Woyyichi ammoo tokkochuma. 7 Kennansi Ayyaanaa ka nama duudii keessatti mudhatu, bu’aa nama duudi’iitiif kenname.

Nafi Tokko Qooda Adda Addaa Qaba

12 Nafi tokkochi qooda12:12Qooda: Mitikaa adda addaa qaba; nafi tokkochi qooda hedduu qaba. Akkasuma Kiristoosille akka nafa tokkocha qooda hedduu qabuu ti.12:12 Rom. 12:4-5

22 Qooda nafaa keessaa irra caalaa dadhabaa fakkaatanee ka mudhatanuuyyuu, guddoo barbaachisan;

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.