Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Qorontoosii 15

45 Barreeffam woyyichi, «Nami qaraa Addaam foon jiruu qabu te’e» jedha; Addaamiin duuba ammoo, Ayyaana jiruu kennu te’e. 46 Ka dura dhufe nafa fooniiti malee, nafa ayyaantichaa moti. Nafi ayyaantichi nafa foonii saniin duuba dhufe. 47 Nami duraa Addaam lafa irraa waan dadameef, nama biyya lafaati; namichi lammeesso’oo ol-gubbaa irraa dhufe. 48 Worra lafaa ka te’ane, namicha lafa irraa dadame fakkaatan; worra ol-gubbaaa ka te’ane nama ol-gubbaaa dhufe fakkaatan. 49 Nafa nama lafa irraa dadamee akkuma fakkaannu, akkasuma nafa nama ol-gubbaaalle hin fakkaanna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também