51 Ani dhossaa takka isinitti hima. Nuuti maraa hin jijjiiranna malee hin duunu. 52 Tultullaan muumme’ee yennaa afuufamu, nuuti akka lipheettii ilaa takkumaan hin jijjiiranna. Tultullaan hin afuufama; worri du’e ka hin banne te’ee hin ka’a; nuutille hin jijjiiranna.15:52 1 Tas. 4:15-17
Publicidade