Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Qorontoosii 16:1-3

Qarqaarsa Kolbaa Waaqaatiif Guurame

1 Amma marroo qarqaarsa kolbaa Waaqaa ilaalchisee, waan ani wolde’a kiristaana Galaatiya’aatii hime, isinille godha’a.16:1 Rom. 15:25-26 2 Ani yennaa dhufu beesee akka hin guurre, torbaan torbaaniinuu guyyaa dilbataa nami tokko tokkonuu, haguma galii ifiititti baasii addaan baasee keyuu ti. 3 Ani yennaa dhufu, worra isin filattaneef xalayaa geegessa’aa kennee, kennansa isin kennitane gara Yerusaalemii akka geessanuuf hin erga.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.