Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Qorontoosii 16

19 Wolde’ooti kiristaanaa ka Asiyaa keessa jiranu nageya isiniif dhaaman; Aqiila’aa fi Phirsikaan, wolde’a kiristaanaa ka mana isaaniititti wolitti qabamu woliin maqaa Gootta’aatiin nageya isinii dhaaman.16:19 HuE. 18:2

Veja também