Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Qorontoosii 2

14 Nami Ayyaana Waaqaa hin qanne gowwummaa waan itti fakkaattuuf, kennansa ayyaana Waaqaa irraa kennamu hin fudhatu; kennansi sun ka qorqoramu Ayyaana Waaqaatiin waan te’eef hubatiisaaf hin dande’u. 15 Nami Ayyaana Waaqa qabu waan duudii qorqora; inni ammoo ifiif eennulle’een hin qorqoramu. 16 Barreeffam Woyyichi,

«Yaada Gootta’aa ka beeku eennu?

Ka gorsa isaa kennu eennu?» jedha.

Nuuti ammoo, qalbii Kiristoosii qanna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também