9 Teetuu malee Barreeffam Woyyichi,
«Waan ilti namaa hin dhaggin,
Waan gurri namaa hin dhage’in,
Waan gadhaan namaa hin yaadatin
Waaqi worra isa jaalatanuuf qopheesseera» jedha.
10 Waaqi ammoo karaa ayyaana ifiitiin dhossaa ifii nutti mudhiseera. Ayyaanni Waaqaa waan duudii, dhossaa Waaqaa ta gadi fago’ootuu hin qorqora.