Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Coríntios 4

17 Sababa kanaaf ani ilma jaalatamaa kiyya, ka Kiristoosiin addatame Ximootewoos gara keessan erga. Inni karaa jiru’uu ka Kiristoosiin dhaggadhe, kama ani wolde’oota kiristaanaa addee maratti barsiisu isin yaadachiisa.

Veja também