Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Qorontoosii 6:12,13

Nafa Ifii Ulfinna Waaqaatiif Oolchuu

12 Nami tokko «Wonni marti naaf eeyyatanteerti» jedhuu dande’a. Wonni marti ammoo bu’aa qaddi jechu’uu moti. Wonni marti naa eeyyatanteerti, teetuu malee waan maraaf garba te’ee hin bitamu.6:12 1 Qor. 10:23 13 Nami dhibiin, «Sagaleen gadha’aaf, gadhaalle sagale’eef» jedhuu dande’a. Waaqi ammoo waan kana lamaanuu hin balleessa. Nafi keenna Goottaa tajaajilu’uuf, Goottaalle nafa kunuunsu’uuf malee, nafa sagaagalaaf itti fayyadamuu hin qannu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.