13 Nami dhibiin, «Sagaleen gadha’aaf, gadhaalle sagale’eef» jedhuu dande’a. Waaqi ammoo waan kana lamaanuu hin balleessa. Nafi keenna Goottaa tajaajilu’uuf, Goottaalle nafa kunuunsu’uuf malee, nafa sagaagalaaf itti fayyadamuu hin qannu. 14 Waaqi Goottaa du’aa kaaseera; innille hunna ifiitiin du’aa nu hin kaasa.
Publicidade
1 Worra Qorontoosii 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.