Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Qorontoosii 6

18 Sagaagalummaa irraa fagaadha’a. Cubbuun dhibiin nami huju nafa namaa hin tuxxu; nami sagaagalu ammoo nafa ifii irratti cubbuu huja. 19 Nafi keessan galma Ayyaana Woyyicha Waaqi isiniif kennee, ka isin keessa jiraatuu akka te’e hin beettanuu? Yoona isin ka Waaqaa ti malee ka mataa keessaniitii moti.6:19 1 Qor. 3:16; 2 Qor. 6:16 20 Waaqi gati’iin isin bitate. Maarre nafa keessaniin Waaqa ulfeessa’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também