19 Nafi keessan galma Ayyaana Woyyicha Waaqi isiniif kennee, ka isin keessa jiraatuu akka te’e hin beettanuu? Yoona isin ka Waaqaa ti malee ka mataa keessaniitii moti. 20 Waaqi gati’iin isin bitate. Maarre nafa keessaniin Waaqa ulfeessa’a.
Publicidade
Publicidade