10 Jaalala jechuun kana: nuuti Waaqa hin jaalanne, inni ammoo nu jaalatee, Ilma ifii cubbuu teennaaf woreega guma’aa akka te’uuf erge. 11 Jaalota tiyya! Waaqi akkana yoo nu jaalate, nuutille wol jaalatuu qanna. 12 Eennulle Waaqa ijjumaa hin dhaggine; yoo wol jaalanne Waaqi nu keessa hin jiraata, jaalaltiin isaalle nu keessatti guutuu teeti.4:12 Yoh. 1:18
Publicidade
1 Ergaa Yohaannisii 4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.