14 Waaqa dura dhikaatiisaaf ifi-addiin nuuti qannu tana: waan mara akka fedha isaa yoo isa gaafanne inni nu hin dhage’a. 15 Waan isa gaafannu mara akka inni nu’uu dhage’u yoo beenne, yennaa isa gaafannu mara akka fudhannu hin beenna.
Publicidade
1 Ergaa Yohaannisii 5
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.