Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Ergaa Pheexroosii 1

18 Jireenna abbootii teessan irraa isinitti tare, ka woy hin baane, waan badu ka akka meeti’iin1:18Meeti’iin: Birrii sibiilaatiin yookiin worqi’iitiin akka hin wodamin, isinuu hin beettan. 19 Isin dhiiga Kiristoosii, ka gatii guddo’oo, ka akka dhiiga korbeessa komi’ii fi dhidhuu hin qanneetiin wodantaneertan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também