24 Sababille Barreeffam Woyyichi
«Nami foon uffate duudiin akka marraa ti;
ulfinni isaalle akka daraaraa badda’aa ti;
marri hin qoora; daraaraalle hin harca’a.
25 Jechi Waaqaa ammoo haga bara baraa le’a.
Jechi Oduu Gammadaa ka isiniif lallabamelle kana» hin jedha.