Publicidade

1 Pedro 1

6 Amma yennaa gabaaddu’uuf haga ilaallatama gara garaatiin gadditanulle, marroo waan kanaa guddoo gammada’a. 7 Worqiin badduuyyuu, ibiddaan haga ilaallatanti; dhugeeffannaan teessan ammoo ta worqii caalaa gatii guddo’oo, ta dhuga’aa te’uu isi’ii mirkaneessiisaaf ilaallachaan tun isin dhaqqaddi. Achiin duuba guyyaa Yesuus Kiristoos deebi’ee mudhatu galata, ulfinnaa fi leelloo dhaggattan. 8 Isin isa dhagguu dhaddanulle isa hin jaalattan; isin amma isa dhagguu dhaddanulle, isatti dhugeeffattanee gammada gudda’aa fi ulfinna hagana jedhamee hin himanneen gammaddan. 9 Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna’aan eeggattanu fudhattan.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-