8 Isin isa dhagguu dhaddanulle isa hin jaalattan; isin amma isa dhagguu dhaddanulle, isatti dhugeeffattanee gammada gudda’aa fi ulfinna hagana jedhamee hin himanneen gammaddan. 9 Sababille fayyinna lubbuu teessanii, ka dhugeeffanna’aan eeggattanu fudhattan.
Publicidade